Category: Uncategorized

Faaydaa hirdiin Tiruu keenyaaf qabu

Faaydaa Hirdiin Tiruu keenyaaf qabuu fi addatti Faayidaa Hirdiin dhukkubsattoota hepatitis B qoricha yeroo dheeraaf fudhatanuuf qabu akkasumas miidhaa Qorichoota Ammayyaa Yeroo dheeraa fudhachuun Tiruu irratti qabu.. Hirdiin yokan (Turmeric) qoricha humna guddaa qabu keessaa tokko yoo ta’u Qabiyyeewwan Ciccimoo sochii qaban 200 ol fayyaa keenyaa fi keessattu Tiruu keenyaaf bu’aa guddaa qaban kan of […]