Tag: Care

Faaydaa Biqiltuu (Cereddaama) (Xalaataam,) (Sunkurtaa)

Qoricha Cimaatu harka keessan keeyssa jiraa! Biqiltuu faaydaa guddaa Bu’aa Ajaa’ibsiisaa! ta’e qabu…. Baadiyyaas ha ta’uu Magaalaa, Namni Oromiyaa keeysa jiraatu kamuu Biqiltuu suuraa irratti mullatu kanaa Arguun isaa hin Ooluu! Mana Oromoo booda yokan boroo manaa hin dhabamu. Akkasumas Magaalaa mana bunaa fi Aannanii keessatti ni Argitaa. Maqaan Biqiltuu kanaa Afaan Oromoon akka Naannoo […]