Vaayirasii Tiruu HBV maalummaa isaa fi Amaloota isaa fi Akkaataa Yaala isaa…
Yeroo waa’een Vaayirasii Tiruu HBV ni fayya jedhamee Dubbatamu Yeroo hedduu gaaffilee Armaan gadii kanatu ka’a:
Vaayirasii Tiruu HBV maaliif dawaa Ammayyaatiim Fayyuu dhabe?
Dawaan Uumamaa isin jira jettan kun maaliin dawaa ammayyaa antiviral drugs irraa adda ta’aa?
Gaaffiilee kanaaf deebiin bifa Saayinsaawaa ta’een deebii fi ibsi kunooti.
Barreeffama Dheeraa armaan gadii kana keessatti:
Vaayirasii Tiruu HBV fi Amaloota isaa. Qorichootni Ammayyaa maaliif dhibee Vaayirasii tiruu HBV balleessuu/fayyisuu hin dandeenye? Sababni isaa maalii?
Dawaan Uumamaa Herbal Therapy Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa Qopheesse kan Dhukkuba Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Fayyisu, akkamitti hojjetaa Mechanism isaa maalii?… Wantoota kana Guutuu kan ibsinu ta’a.
Seensaafi Maalummaa Vaayirasichaa (Introduction and Viral Profile)

Dhukkuba Vaayrasii Tiruu yokan kan Uumata biratti “Dhibee Simbiraa” jedhamu dhukkuba daddarbaa fi isa hamaa fi cimaa Tiruu liver miidhu keessaa tokko yoo ta’u, Vaayirasii Hepatitis B jedhamuun dhufaa, Vaayirasiin kun vaayirasii addunyaa irratti dhukkuba tiruu yeroo dheeraa (Chronic Liver Disease) fiduun beekamu keessatti sadarkaa duraa irratti argama.
Vaayirasichi tiruu (liver) irratti miidhaa dhokataa Mallattoolee hin qabne kan geessisu yoo ta’u, Utuu dhukkubsataa irratti utuu mallattoolee dhukkubaa (symptoms) tokkohin agarsiisin gara sadarkaa cimaatti ce’u, madaa Tiruu liver Fibrosis fi Cirrhosis hanga Kaansarii tiruu HCC fiduu danda’udha.

Qorannoon dhaabbileen fayyaa akka WHO fi CDC akka argisiisiisutti Lakkoofsi namoota haaraa waggaatti yeroo jalqabaaf vaayirasii tiruu HBVn qabaman akka addunyaatti miliyoona 1.5 yoo ta’u, Yeroo ammaa addunyaa irratti namoonni miliyoona 400 ol ta’an vaayirasii tiruu yeroo dheeraa (HBsAg-positive) qabamanii Wajjin jiraataa jiru.
Namoonni biliyoona lamaa ol jireenya isanii keessatti Vaayrasii HBVf saaxilamaniru garuu baay’een isaanii yaala tokko fudhachuu malee, uumamaan sirni ittisa qaamaatiin vaayirasicha dhiiga isaanii keessaa ji’a 6 keessatti waan dhabamuuf namoonni kun dhibbantaan 95 Utuu hin beekin, Dhibee kanaan qabamanii yaalaan malee ofumaan dhibee kana irraa fayyu. Garuu warri dhibeen isaani gara chronic infection tti guddatee Dawaa malee fayyuu hin danda’anu. Namoota Vaayirasii Tiruu yeroo dheeraa CBV qaban keessaa Waggaatti namoonni miiliyoona 1.5 ol lubbuu isaanii dhabu. Kunis Vaayrasii Tiruu HBV vaayrasii namoota hedduu galaafatuu fi namoota hedduu qabu kan xiyyeeffannoo guddaa gaafatu taasisa.
Yaada Namoota waa’ee Vaayirasii Tiruu irratti
Namoonni hedduun keessaahuu warri barnoota Hepaatoloojii fi vaayiraaloojii irratti hubannoo hin qabne Mana yaalaa deemanii yeroo dhukkuba Vaayrasii tiruu “Hepatitis B qabda” jedhame, Heddu rifatu abdii kutachuu fi “Yeroon du’a kootii dhihaateera” jedhanii sodaa guddaa keessa galu!. Sababni isaas Adddunyaa kana irratti yeroo ammaa dawaan ammayyaa Vaayirasii Tiruu fayyisuu danda’u hin jiru. Sababa kanaaf Hedduun namoota “dhibee kana irraa gonkumaa hin fayyamu” jedhanii yaadu – ogeeyyiin fayyaa hedduun Dhibee Vaayirasii Tiruu “Qorichi fayyisu hin jiru” ykn “Hin fayyuu” jedhanii dubbatu.
Garuu dawaan Ammayyaa hin jiru jechuun Dawaan biraa hin jiru jechuu miti!.
Saayinsii (Virology) kamiyyuu dhibeen “Hepatitis B-n gonkumaa hin fayyu” jedhee hin murteessine. Saayinsiin kan jedhu “Qorichoonni ammayyaa (NAs) amma jiran hundee vaayirasichaa dhiiga keessaa malee hundee isaa nucleus keessaa dhabamsiisuuf dandeettii hin qaban” dha.
Saayinsiin Dhibeen Vaayirasii Tiruu HBV hin fayyuu hin danda’amnedha hin jenne.
Dhibeen Vaayirasii Tiruu (HBV) amala wal-xaxaa fi tooftaalee adda addaa kan sirna ittisa qaamaa jijjiruu fi Dawaa Vaayrasii jelaa miliquuf isa gargaaran qaba, Amaloota isaa fi Maalummaa isaa hubachuun barbaachisaadha.
Vaayirasii Hepatitis B maali?

Akka saayinsii viiroolojii jedhutti vaayirasiin kun maatii Hepadnaviridae jedhamu keessatti kan ramadamu yoo ta’u, Vaayirasiin Hepatitis B inni nama qabu gosa “Orthohepadnavirus” jedhamu jalatti ramadama. Vaayirasiin kun DNA vaayirasii isaa partial double-stranded DNA dha seelii tiruu keessatti wal horuu fi yeroo dheeraa qaama keessatti jiraachuu danda’udha.
Vaayirasichi dhibee yeroo gabaabaa (acute) yoo ta’e ji’a jaha keessatti 90% ofumaan fayyuu danda’a.
Garuu Yoo vaayirasichi ji’a 6 oliif dhiiga keessatti (HBsAg positive) ta’ee turee Kunis gara dhukkuba tiruu cimaatti ce’a. Dhibee Vaayirasii yeroo dheeraa (chronic) kan fidu yoo ta’u, seelii Tiruu keessatti wal horuu fi tiruu irratti (inflammation) fi miidhaa seelii tiruu kan akka madaa tiruu Cirrhosis fi Fibrosis akkasumas jijjirama sanyii seeliiwwan tiruu keessatti fiduudhaan dhibee Kaansarii tiruu HCC namatti fiduu danda’udha.

Vaayirasiin Hepatitis B (HBV) waggootaaf seelii tiruu keessa qubachuuf tooftaalee garmalee walxaxaa ta’an fayyadamuun cccDNA keessa qubata.
1. Kuusaa Vaayirasii: cccDNA Reservoir

Vaayirasiin Hepatitis B yeroo dhiiga namaa keessa galu, kallattiin gara tiruutti imala. Erga tiruu ga’ee booda, haguuggii isaa (Viral Envelope) of irraa qulqulleessee, DNA isaa gara wiirtuu seelii (Nucleus) tiruutti gadi dhiisa. Bakka kanatti DNA’n vaayirasichaa bifa jijjiirachuun cccDNA uuma.
Vaayirasichi nama tokko qabee ji’a 6 ol ture gara (chronic infection) tti jijjiirame Booda mala baayoloojii walxaxaa ta’een DNA isaa bifa geengoo (circular) jabaatti jiijjiirama. Tooftaan vaayirasichi akka hin badneef fayyadamu inni jalqabaa fi inni guddaan handhuura seelii turuu (nucleus) keessatti cccDNA uummachuudha. Kuusaan geengoo cccDNA jedhamu kun akkuma “beezii” ykn bu’uura jabaati. Vaayireesichi Seelota tiruu (hepatocyte) keessa seenee DNA isaa isa jalqabaa kan (rcDNA) jedhamu gara bifa haaraa fi tasgabbaa’aa ta’eetti jijjiirama. Jijjiiramni kun bifa cccDNA jedhamu uuma.
Vaayirasichi Sanyii isaa bifa (cccDNA) jedhamuun niwukilasii hepatoosaayitii keessatti kuufata, akka sanyiin isaa utuu hin badin jiraachuu isa dandeessisutti, seelii tiruu kesssa gadi fageessee of-awwaala. cccDNA’n kun DNA geengoo jabaa ta’ee nucleus seelii tiruu keessatti akka “genetic mini-chromosome” tokkootti qubata. Inni kun kuusaa sanyii vaayirasii (viral genetic reservoir) ta’ee hojjeta.
2. Akkataa Vaayrasiin Tiruu fi dhiiga Keessa Baay’atu (HBV Replication Cycle)

Vaayirasichi Of baayyisuuf karaa Reverse Transcription jedhamuun RNA gara DNAtti jijjiiruun raawwata. kunis amala vaayirasoota Retrovirus (akka HIV) waliin wal-fakkatu dha.
Vaayireesichi Erga cccDNA uumamee booda adeemsi wal-hormaataa vaayirasii jalqaba. cccDNA’n akka bu’uura odeeffannoo sanyii ta’ee hojjeta.
Nucleus keessatti cccDNA irraa viral RNA (pregenomic RNA fi subgenomic RNA) oomishama. Adeemsi kun transcription jedhama. RNA kun gara cytoplasm seelii geeffamee pirootiinota vaayirasii adda addaa oomisha.
Pirootiinonni kunniin:
• HBsAg
• HBcAg
• HBeAg
• Polymerase enzyme

Jedhamanii beekamu, Erga pirootiinonni kunneen oomishamanii booda viral assembly jechuun walitti qabamanii vaayirasii haaraa uumu. Adeemsi kun reverse transcription fayyadamuun DNA haaraa uuma.
Dhummarratti vaayirasoonni haaraan virions jedhaman seelii keessaa gadi lakkifamanii gara dhiigaa seenu.
Vaayrasiin kun yeroo seelii tiruu keessa seenee qubate meeshaa jeneetikii ofii isaa (DNA ykn RNA) seelii sanatti gadhiisa, Sana booda seeliin sun hojii ofii dilee akka hin raawwanne godhee, qaamolee vaayirasii haaraa akka Oomishuuf hojjetuuf seelii sana dirqisiisa.
Erga replication jalqabeen booda Vaayirasiin haaraan seelii keessatti uumamuu fi wal horuun baay’ateen booda vaayrasiin seelii fayyaa biroo faalu gadi-dhiisamaa.
vaayirasii haaraa oomishaman kanneen karaa dhiigaa fi dhangala’aa qaamaatiin gara seelii tiruu birootti gadhiisamu.
Vaayirasiin Hepatitis B (HBV) waggootaaf seelii tiruu keessa qubachuuf tooftaalee garmalee walxaxaa ta’an fayyadamuun sirna ittisa qaamaa keenya (Immune System) keessatti jijjiirama sadii kan armaan gadii kanneen fida:
Sirni ittisa qaamaa (Immune System) yeroo baayyee vaayirasii alaa qaamaa Keeniyaatti seenanu loluu danda’a. Garuu HBV tooftaalee hedduu fayyadamuun sirna ittisa qaamaa gowwoomsuu danda’a.
A. DNA Vaayirasii fi Genome Namaa Waliin Walqabsiisuu
Sanyii ofii DNA Namaa Waliin Wal fakkeessuu Vaayirasiin HBV dandeettii DNA isaa dhaalmaya seelii tiruu namaa waliin wal fakkeessuu qaba. Kunis vaayirasichaaf dandeettii seeliiwwan qaamaa wajjiiniin wal fakkaatee baay’achuu kenna.
Seeliin tiruu yommuu of-baay’isu, DNA vaayirasichaa isaa waliin wal-make sanaas dhaalmaya idilee godhee baay’isa. Vaayirasichi Adeemsa Infeekshinii Callisaa Chronic Silent Infection qaba waan ta’eefi sirna ittisa qaamaa hin dammaqsu.
B. Tooftaalee Sirna Ittisa Qaamaa Dogoggorsu (Immune Evasion)
Vaayirasichi dandeettii Gaachana qaamaa Doofomsuu (The Immune Decoy Strategy) qaba. Vaayirasiin HBV dandeettii of dhoksuu kan ittisni qaamaa keenya (Immune System) akka isa hin ajjeesne ittiin gochuu danda’u qaba.
Vaayirasiin HBV dandeettii of-dhoksuu fi loltoota qaamaa jalaa lufuuf yokan dhokachuuf tooftaa molekulaaraa addaa fayyadama innis Vaayirasichi yommuu seelii tiruu keessatti of-baay’isu, vaayirasii dhugaa (infectious virions) DNA isaa qabu dhiiga keessatti gadi lakkisuu qofa osoo hin taane, meeshaa goyyoomsaa “geengoo fi ujummoo duwwaa” (subviral particles) jedhamn baay’inaan oomishee gadi lakkisa.
Geengoowwan xixxiqoon kun dhiiga nama dhibee kanaan qabamee keessatti baay’inaan (miliyoonaan) kan gadhiifamu garuu Geengoowwan kunniin pirootinii HBsAg of-irraa qabu, garuu DNA (sanyii) vaayirasichaa of keessaa hin qaban.
Geengoonni kunneen qaamni keenya vaayirasii kana akka hin Ajjeefneef loltoota qaama keenyaa kan dhibee nurraa ittisanu (Antibodies) gowwoomsuuf vaayirasii isa dhugaa caalaa baay’inaan dhiiga keessa deemu.
C. Nuffii fi Dadhabina sirna Ittisa Qaamaa “Immune Exhaustion” jedhamu fida.
sirni i ittisa qaamaa vaayirasii HBV isadhugaa ajjeesuu osoo qabanii, geengoo duwwaa DNA hin qabne kan vaayirasii fakkaatu kana ajjeesuu irratti Biizii ta’u, diina dhugaa utuu hin argin “dhukkee” pirootinii kanaan gowwoomfamanii diina dhugaa dhiisanii “fakkii diinaa” (statues) irratti humna isaanii fixatu
Kunis Nuffii fi Dadhabina sirna Ittisa Qaamaa “Immune Exhaustion” jedhamu fida. Ittisni qaamaa keenya garmalee nuffa (exhaustion), ta’ee Vaayirasii loluu dhiisee callisee ilaaluu jalqabaa. Kunis Saayinsii keessatti “T-cell Exhaustion” jedhama.
D. Sirna ittisaa gara Marsaa obsaatti ceesisu “Immune Tolerance” qaamni Vaayirasii wajjiiniin Wal-baruun Waliin Jiraachuu

Vaayirasiin HBV Kallaattii adda addaan Erga Sirna ittisa qaama goyyoomsee dadhabsiiseen booda Sirna ittisa qaamaa Gara Sadarkaa obsaa Immune Tolerance jedhamutti jijjirama.
Kana jechuun Vaayrasii kun Sirna ittisa qaamaa sadarkaa lolaa irraa gara sadarkaa Obsaa fi Vaayirasii wajjiiniin Wal-baruun Waliin Jiraachuutti ceesisa jechuudha.
Deebii ittisa qaamaa idilee kan vaayirasicha irratti haleellaa raawwatu gara haala ittisa qaamaa dandamachuutti ykn obsuu Marsaa Obsaa sirna ittisa qaamaa (Tolerance Phase) jedhamuutti jijjiraa. Kunis haala fiiziyoloojii sirni ittisa qaamaa seelii vaayirasichaan qabaman adda baasuu fi haleeluu dhiisee vaayirasichaa wajjiin waliin jiraatu dha.
Kanaaf, Vaayireesiin kun “Tooftaa Sirna Ittisa Qaamaa Gowwoomsuu, Nuffisiisuu fi Obsisiisuu” kanaan Qaamaa namaa injifatee jiraata.
Kunis mala walitti hidhamee vaayirasiin HBV itti fayyadamu yoo ta’u sirna ittisa qaamaa jalqaba ni dogoggorsa, itti aansee ni dadhabsiisa, dhuma irratti immoo gara obsaa fi waliinjiraannaa itti ceesisee qaama Wajjin miseensa ta’ee jiraata.
Milkaa’inni Dawaa tokkoo Kan madaalamu Vaayirasii HBV dhiiga keessaa haxaa’anii balleessuuu fi cccDNA qaqqabuu fi Sirna ittisa qaamaa kana kaasuu fi gara udileettti deebisuudha.
Yaala Ammayyaa modern drugs Therapy Mechanism of Action isaa fi Faayidaawwan inni Argamsiisu:

Qorichootni Ammayyaa mana yaalaa amma jiran—fe’iinsa baayyina vaayirasii (HBV DNA) isaa dhiiga keessatti hir’isuu fi hojii tiruu fooyyessuu fi guddina dhukkubaa ittisuuf Qophaa’an malee hundee vaayirasii kanaa cccDNA jedhamu guutummaatti niwukilasii seelii Tiruu hepatocytes irraa balleessuuf miti.
Qorichootni Ammayyaa Qabiyyee Isaa ( keemikaala qulqulluu (single molecule) tokko qofa. Kunis akka “Sniper” bakka tokko qofa irratti xiyyeeffatu taasisa.
Qorichoonni ammayyaa antiviral drugs kanneen akka Tenofovir (TDF/TAF) fi Entecavir (ETV) fi kkf kan dhibee kana yaaluuf kennaman kaayyoon isaanii dhibee kana guutummaatti fayyisuu (Cure) osoo hin taane vaayirasicha to’achuu fi ukkaamsuu (Viral Suppression) dha.
Qorichoonni Ammayyaa kun Mala Hojii (Mechanism) isaanii kan raawwatanu karaa “Reverse Transcriptase” jedhamu kan vaayirasichi of-baay’isuuf itti fayyadamu irratti xiyyeeffachuun vaayirasiin kun dhiiga keessatti hin baay’anne “karaa cufuudha” kunis Kun vaayirasiin dhiiga keessatti akka hin baay’anne ni ittisa.
Garuu Qorichoonni kun nucleus seelii tiruu keessa lixanii maashinii fi kuusaa vaayirasichaa (cccDNA) jedhamu tuquu hin danda’an. Sababa kanaan, qorichi yoo dhaabbate vaayirasichi deebi’ee lachuu jalqaba. Kun qormata dawaa ammayyaati malee dhibichi fayyuu dhabuu isaa miti.
Dawaaleen Ammayyaa kun sirna dhibee kanas hin fsyyisanu, Faayidaawwan armaan gadii qofaaf Tajaajillu:
✔ → Baay’ina Vaayirasii viral load xiqqeessuu ↓ control gochuuf HBV DNA gadi buusu.
✔→ Guddina dhukkuba tiruu (liver disease progression) daangessuu, Carraa Cirrhosis fi HCC hir’isuuf
✔→ Akka Vaayirasiin wal hin horreef Viral replication dhaabu.
Qorichoonni ammayyaa keemikaala qulqulluu (single molecule) tokko qofa waan ta’snii Kanaaf Qorichootni Ammayyaa kun:
❌→Bu’ura dhukkubichaa cccDNA jedhamu hin balleessanu.
❌ → sirna ittisa qaamaa (Immune System) rafee jiru hin dammaqsuu.
❌ →Ittisni (Immune Tolerance) keessaa ba’ee dammaqee vaayirasicha akka balleessu hin godhanu.
❌→HBsAg Clearance pirootinii Vaayirasii HBsAg dhiiga keessaa balleessuu hin danda’anu.
❌→Geengoo goyyoomsaa vaayirasii (HBsAg particles) dhiiga keessaa hin qulqulleessanu.
❌→Sirna Ittisa qaamaa akka vaayrasii balleessuuf deebisanii hin dammaqsanu.
Kanaafuu yaala Ammayyaa keessatti Qorichi yoo dhaabbate, maashiniin sun deebi’ee vaayirasii oomishuu jalqaba. Sababa kanaan, namoonni baay’een qoricha ammayyaa umrii guutuu fudhachuuf dirqamu. Yaalli ammayyaa bifa Lifelong Management to’annoo umrii guutuu guyyaa guyyaan fudhatamuuf qophaa’e.
Hubannoon dogoggoraa uummata bira jiru, “Dawaaleen Ammayyaa dhibee kana balleessuu waan hin dandeenyeef, yaalli uumamaas fayyisuu hin danda’u” jedhu dha. Haa ta’u malee, saayinsiin Pharmacology fi Virology akka mirkaneessutti, qorichoonni kunniin lamaan jalqabuma yommuu qophaa’an kaayyoo, qabiyyee, fi kallaattii adda addaa irratti xiyyeeffatanii kan hojjetamanidha..
Vaayirasii Tiruu HBV akkamitti fayyisuu danda’a ?
Saayinsiin Qorannoo vaayirasii (Virology) akka mirkaneessutti, HBV’n akka vaayirasii HIV DNA namaa keessa kallaattiin (Integration) hin lixu. Inni nucleus seelii tiruu keessa lixee bifa Episomal DNA (DNA of-danda’e) kan cccDNA jedhamuun of-awwaala. Kanaafuu, kallaattiin saayinsaawaa ta’een madda vaayirasichaa kana nucleus keessatti rukutee balleessun danda’amu ni jira jechuudha.
Yaala Uumamaa Herbal THERAPY fi Mechanism isaa haala inni Vaayirasii Tiruu HBV ittiin Fayyisuu.

Saayinsiin qorannoo qorichaa (Pharmacology) ammayyaa fi fi dhibee Tiruu Hepatology fi Viralogy akka mirkaneessutti, Vaayirasii Tiruu HBV irratti milkaa’inni qoricha tokko inni guddaan dandeettii inni haguuggii seelii (Cell Membrane) cabsee bakka dhibichi jiru (Target Site) cccDNA bira gahuu isaati. Qorichoonni ammayyaa (NAs) tasumaa nucleus (handhuura) seelii tiruu keessa lufanii/darbanii maashinii fi kuusaa vaayirasii Hepatitis B (cccDNA) bira gahuu fi balleessuu hin qaban, kanaaf dhibee kana fayyisuu irratti gufuu guddaatu isaan mudata.
Garuu Qorichoonni uumamaa nuti Qopheessine dandeettii addaa Gufuuwwanii fi Tooftaalee Vaayirasichaa ittiin diiganii Fayyina fidananuun qabuu. Amaloota Baayoloojii Vaayirasii HBV wal xaxaa ta’an injifachuun dhibee kana ittiin fayyisuu danda’anu qabu.
Qorichootni uumamaa waan Dawaaleen Ammayyaa gochuu hin dandeenye kana gochuu ni danda’u. Sababni isaa Qaamni keenya dawaa ammayyaa (Synthetic drugs) fi dawaa uumamaa (Natural compounds) akkaataa adda addaatiin keessummeessa.
Qorichoonni uumamaa qabiyyee biqiltuotaa keessaa kan argaman waan ta’aniif, molekulaaronni isaanii caasaa seelii namaa waliin hidhata uumamaa qabu. Molekulaaronni uumamaa hedduun caasaa keemikaalaa qaamni keenya akka “soorataatti” ykn akka “keemikaala deeggarsaatti” beeku qabu. Seelonni qaama keenyaa qorichoota uumamaa kana akka “keessummaa” diinaatti osoo hin taane, akka “Nyaata/Faayidaatti” fudhatu. Kunis dawaan kunneem sirni bullaa’iinsa nyaataa fi raabsa dhiigaa (Metabolism and Distribution) qorichicha akka weerartuu alaa dhufee osoo hin taane, akka furmaata baayoloojiikaawaatti simataani waa ta’eef Sababa wal-simannaa kanaan, qorichichi dhiiga keessatti ariitiin raabsamee kallattiin gara tiruu (First-pass metabolism) deemuun hojii isaa Eegala.
Mechanism Dawaa Uumamaa Herbal Qorichoonni uumamaa qabiyyee hedduu of keessaa qabu. Kanaaf Qorichoonni uumamaa kunniin kallattii tokko qofaan osoo hin taane, “Multi-target”dhaan hojjetu.
Yaalli uumamaa Albuudota + Vaayitaaminoota + soorataa fi Keemikaalota Kompaawundoota Baayoo-aktiivii uumamaa heddu walitti qindeessee Of keessaa qaba.
Dawaan Uumammaa kun Haala kamiin hojjeta Mechanism isaa
◼️A. Epigenetic Silencing (cccDNA Hojii Dhaabsiisuu)

Qorichoonni uumamaa qabiyyee keemikaalota uumamaa Bioactive Compounds jabaa qaban karaa saayinsaawaa ta’een maashinii cccDNA fi ittisa qaamaa irratti hojjetu.
Molekulaaronni qorichoota uumamaa keessa jiran garmalee xiqqaachuu isaaniitiin qaawwa handhuura seelii (Nuclear Pore Complex) kan guddina isaa naannoo 9-12 nanometers ta’u keessa salphaatti kallattiin nucleus keessa lufuun/darbanii Bakka vaayirasiin itti of dhoksuu fi of awwaalee of baay’isu (cccDNA) bira gahuun, maashiniin oomishaa vaayirasichaa akka hin hojjenne godhu.
Gufuun guddaan vaayirasii HBV wiirtuu seelii tiruu (Nucleus) keessatti bifa cccDNA tiin dhokachuu isaati. Qorichoonni uumamaa qabiyyeewwan Xoxiqqaatanii fi dandeettii seeliiwwan keessa lixanii darbuu (Permeability) qaban waan qabaniif Keemikaalotni kunniin kallaattiin cccDNA bira ga’uu danda’u. kana booda Keemikaalotni kunniin Adeemsa Acetylation fi Methylation pirootinii kanaa jijjiiruun, cccDNA bifa sochii hin qabne “Inactive” (cufamaa) akka ta’u godhu. Yeroo cccDNA’n cufamu, vaayirasichi ergaa (mRNA) dabarsuu hin danda’u; kunis oomisha vaayirasii haaraa fi HBsAg guutummaatti ni dhaaba. Haala kanaan gara Vaayrasiin gara Poozatiivii irraa gara negatiivii tti deebi’aa.
Qorichootni uumamaa kun Humna ittisa seelii keessoo kakaasuun cccDNA sana akka ciccitu gochuu fi balleessuu irratti hojjetu.
Vaayirasiin kun cccDNA-n handhuura seelii keessa jiraatus, koodii isaa gara vaayirasiitti jijjiiruuf pirootinii HBx jedhamu barbaada.
Qabiyyeewwan baayoo-aktiviin pirootinii HBx kana dhabamsiisu. Yommuu HBx dhabamu, maashiniin cccDNA vaayrasii oomishuu sun hojii dhaaba. Kunis oomisha HBsAg kallattiin dhaabsiisa.
◼️Direct Degradation (cccDNA Balleessuu) Keemikaalotni sirna seeliin of-qulqulleessu (Autophagy) kakaasu.

Degradation “cccDNA Bulbuluu fi Dhabamsiisuu” Qorichoonni uumamaa dandeettii cccDNA jiru suuta suutaan akka badu gochuu qabu.
Qorichoonni uumamaa enzayimoota qaama keenya keessa jiran kanneen akka APOBEC3 dammaqsu. Enzayimoonni kunniin kallattiin cccDNA nucleus keessa jiru irratti jijjiirama keemikaalaa fidu. Sirni yokan Enzayimoonni kunniin kallattiin cccDNA handhuura seelii keessa jiru kukkutuun akka inni dhabamu (Degradation) godhu. Kun maashini
. Kun maashinii vaayrasii oomishu kukkutuun akka xuraawaatti seelii keessaa baasuu jechuudha. Adeemsi kun kuusaa vaayirasichaa “Viral Reservoir” suuta suutaan qulqulleessuun fayyina waaraa fida.
Dammaqiinsa Ittisa Qaamaa: Obsa Cabsuu (Breaking Immune Tolerance)
Vaayirasiin HBV sirna ittisa qaamaa keenya gowwoomsuun “obsa” (Immune Tolerance) akka uumamu godha. Loltoonni qaamaa (T-cells) vaayirasicha haleeluu dhiisanii waliin jiraatu. Yaalli uumamaa akka Immune Modulator ta’uun loltoota qaamaa nuffanii rafan (Exhausted T-cells) dammaqsa.
Qorichoonni uumamaa kun HBsAg Clearance: Pirootinii vaayirasichaa dhiiga keessaa qulqulleessuun, vaayirasichi ittiin of-dhoksu ni saaqu. Kunis ittisni qaamaa diina dhugaa argee akka balleessu godha. Bu’aan isaas dhukkubsataan sun dhiiga isaa keessatti farra-vaayirasii (Anti-HBs Positive) akka uummattu taasisa.
Eegumsa Tiruu fi Haaromsa Seelii (Hepatoprotection and Regeneration)

Iccitiin guddaan yaala uumamaa dhibee Hepatitis B yaaluu keessatti osoo ittisa qaamaa dammaqsuu miidhaa tiruu (Immune-mediated Liver Damage) uumuu dhabuu isaati.
Qorichoonni uumamaa seelii tiruu keessatti sirna of-qulqulleessuu “Autophagy” kakaasu. Seeliin tiruu osoo hin du’in ykn hin diigamin, keessa isaatti vaayirasicha (cccDNA) qulqulleessee alaatti gata.
Namoota madaa tiruu (Cirrhosis) qaban irratti, qorichoonni uumamaa seelota madaa uuman (Hepatic Stellate Cells) hojii dhaabsiisuun tiruun dhiphachuu irraa gara size idileetti akka deebiu godhu. Kunis hojiin tiruu (LFT results) gara idileetti akka deebiu taasisa.
Mechanism bu’aa qorichoota uumamaa Qorichoonni uumamaa kunniin argamsiisanuu fi Vaayirasii Tiruu HBV fi Tiruu dhaaf, maal akka hojjetanu ta’een kanneen armaan gadii dha:
1. Sochiileen farra Vaayirasii Antiviral Agent → Vaayirasicha dhiiga keessaa fi cccDNA keessatti rukutanii vaayirasii HBsAg ajjeesu.
2. Haguuggii goyyoomsaa vaayirasii Dhiiga keessaa qulqulleessuu→HBsAg Clearance:
Bioactive Complexes dawaa Uumamaa Haguuggii HBsAg HBV particles target godhanii Pirootinii gowwoomsaa vaayirasichi ittiin of-haguugee jiru dhiiga keessaa haxaa’anii balleessun akka sirni ittisa qaamaa keenya Vaayirasicha argatu taasisa.
3. Hundee Dhibee Vaayirasii cccDNA:
→Sochiileen bioactive hedduun Hundee dhibee Vaayirasii Tiruu HBV cccDNA irratti xiyyeeffachuun Hundee dhibee Vaayirasii kana Bulbuluu fi balleessu cccDNA Direct Degradation cccDNA Balleessuu irratti hojjeta.
4. Selective Autophagy:
Keemikaalonni Uumamaa kunneen sirna seeliin of-qulqulleessu (Autophagy) kakaasuun irna ofiin Of-Qulqulleessuu Seelii tiruu osoo hin miidhin, keessa isaatti vaayirasicha qofa adda baasee qulqulleessa.
5. Ittisa qaamaa cimsuu fi dammaqsuu, Immunostimulatory –
→Seelota ittisa qaamaa NK cells + CTLs + helper T cells + antibodies + Kupffer cells + cytokines waliigalaan Dammaqsuun akka immune response dammaqee Vaayirasii HBV lolan taasisa.
Yeroo bioactive compounds natural immune stimulator fayyadamnu, immune system re-activated ta’ee, virus-infected cells irratti hojjechuu jalqabuu.
👉Ittisa qaamaa dammaqsu (Breaking Tolerance) Loltoota qaamaa Vaayirasii HBV Yeroo dheeraan nuffanii fi rafan (Immune tolerance / silent phase) dammaqsuun, vaayirasicha akka balleessan gochuu fi qaamni dhukkubsataa Anti-HBs Positive (Humna ittisaa) akka uummatu taasisuu.
👉Sochii Immunoregulatory/ Immunomodulatory –→ Sochii ittisa qaamaa sirreessuu fi tasgabbeessu.
👉Qabiyyeewwan Eegumsa Tiruu Hepatoprotective Agent → Tiruu miidhaa irraa eegu (Protecting from immune flare) yeroo Vaayirasicha balleessu akka seeliiwwan tiruu hin miine Sirna Ittisa Qaama miidhaa tiruu akka hin Uumnee (Immune-Mediated Damage) ittisauu irratti hojjeta. Dhuma irratti Dawaan Uumamaa bu’aa saayinsii ta’een dhibee kana irratti fayyina Cure qabamaa Argamsiisa.
Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti, dhukkubsattoonni dhibee HBV yeroo dheeraa (chronic infection) qaban 100 ol qorichoota uumamaa, Herbalii kan Yaala Uumamaa fi Saayinsii irratti hundaa’ee Qophaa’e (natural/herbal remedies products) keenya dosii sirrii ta’een fudhataa turan, ji’oota 6 hanga waggaa tokkoo keessatti guutummaatti fayyaniiru. Dawaaleen fayyina Dhaabbataa ta’e from Chronic HBV Infection argamsiisaniiru.
Dawaaleen kunneen Namoota chronic HBV qaban kan vaayirasii kanaan Tiruun isaanii tuqamee liver morphology fi Sizen isaa jijjiramee fi Fibrosis fi Cirrhosis madaa Tiruu qabanii fi namoota tiruun isaanii Boca uumamaa gadhiisee liver isaanii guddaa (hepatomegaly) ta’ee fi warra kaan immoo liver isaanii xiqqaa fi boca uumamaa hin dhabee fi Sadarkaa dhibee Tiruu adda addaa qabaniif Dawaaleen Uumamaa kunneen Erga Kennamanii booda bu’aawwan aramaan gadi Argamsiisaniiru Medical Test Results:
➡ HBsAg: Negative
➡ HBV DNA (PCR): Undetectable
➡ HBeAg: Negative
➡Anti-HBs: Positive
➡ Liver enzymes (ALT, AST): Normal
➡ Liver morphology: Normal
follow-up >3+ years no relapse Waggaa 3 ol homaa Mallattoo dhibee hin jiru.
Namoonni fayyan kunneen Erga haala kanaan fayyaniin booda bu’aawwan Vaayirasii HBV fi Dhibeewwan Tiruu liver kunneen mana yaalaatti deddeebi’anii Qorannoo godhaa turan, bu’aan Qorannoo Isaaniin Utuu hin jijjiiramin Utuu Mallattoowwan dhibee tokko hin argamin haaaluma kanaan itti fufe jira!.
Saayinsii vaayrasii Viralogy fi saayinsii dhibee tiruu Hepaatoloojii keessatti bu’aawwan kunneen Gabaabumatti, fayyina Dhaabbataa jedhamee beekama.
Dhukkubsataan yaala vaayrasii tiruu Yeroo dheeraa CBV qabu tokko dawaa fudhatee booda Bu’aawwan Armaan Olitti ibsaman yoo argate namni kun fayyina Vaayirasii Tiruu HBV guutu fi Eegumsa ittisa qaamaa immunized/protected) argameera.
Haala kana keessatti dhukkubsataan sodaa tokko malee jiraachuu danda’a. Bu’uura dameewwan saayinsii yaalaa kan akka Saaynsii vaayirasii Virology fi immunooloojii, paatofiiziyoloojii fi bu’aa kilinikaa argame, Dhukkubsattootaan Qorichoota fudhachuu erga addaan kuteen booda haala kanaan fayyan kunnnee bifa itti fufiinsa qabuun waggoota sadii ol jijjiiramuu dhaabuu fi vaayrasiin sochii deebi’uu tokko gochuu dhiisuu isaa dhukkubsataan guutummaatti fayyuu argisiisiisa.
Namoonni kun gara fuula duraattis deebi’anii dhukkuba kanaan hin qabamanu sababni isaas HBsAg badeera. DNA isaas Dhiiga keessaa badeera. Akka Vaayirasiin hin deebin Humni ittisaa/Antibody) (Positive) ta’eera. Hojii tiruu (LFTs) sadarkaa idileetti deebi’eera. Namni kanaan fayye, Dhibbeentaa 95 (96% ol) vaayiresichi lammaffaa hin deebi’u, Namni kun gara fuulduraatti vaayirasichi itti deebi’uu rakkoolee vaayiresii kanaan dhufanii Vaayirasii Kanaan dhufan kan Cirrhosis fi Fibrosis fi HCC osoo hin sodaatin, ofitti amanamummaa fi tasgabbii sammuutiin jiraachuu danda’a.
Kana Carraan vaayirasiin deebi’uu (relapse) fi Carraan Cirrhosis, Fibrosis, HCC kana booda 1-3% gadi ta’uu saayinsiin ni mirkaneessa,
Namoonni akkasii akka nama vaayirasii hin qabneetti jiraachuu danda’u Deebiin wal’aansaa kun full Recovery for chronic hepatitis B ( fayyina sterilizing cure wajjiiniin tokko ta’ee fudhatamudha.
Dhibee kana irraa fayyina guutuu fi immunized protected Argachuuf Dawaan Aadaa wabii guutu qabu nu biratti argama.
Yaalaaf Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan qoricha feetan biyya keessaa fi alaa bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya. 🌍💊
Yaala Aadaa giddugalichaa haala kamiin bakka jurtanitti argachuun danda’ama?
Namni tokko bakka jirutti yaala Aadaa nurraa argachuuf Hospitaala Naannon isaa jiru deemuun dursa Qorannoo Fayya gochuun bu’aa qorannoo Dhibee isaa ibsu sana suuraa sirriitti mul’atu dubbifamuu danda’u kaasee, karaa Whtsapp yokan Telegramiin nuuf Erguu qaba.
Kunis Dhibee isaa ifatti beekuu fi yaala madaalawaa murteessuuf Barbaachisadha. Bu’aa Qorannoo fayyaa irratti hundaa’uun dhukkubsataa tokkoof bakka inni jirutti yaala madaalawaa kennuu dandeenya.
Dawaa kana bakka jirtutti Ergisiifachuu fi qaamaani Dhuftee fudhachuu dandeessu. Namoonni Hedduun kallattiin nuuuf bilbilanii, bilbila nujelaa hin kaaftanu jedhanii komatu. Garuu nuti kallatti maamiltonni ittiin nu argachuu danda’anu Kanaan duras barreessaa turre ammas irra deebiin isin yaadachiifna Tajaajila argachuuf Kallattiin bilbiluu osoo hin taanee karaa Whtsapp yokan Telegramiin mesege nuuf Ergaa!. Karaa sanaan keessummeessina. Yaala Dhibeewan Tiruu Liver fi Dawaa Vaayireesii Tiruu Hepatitis B argachuuf lakkoofsa Bilbilaa 0910333944 irratti karaa Whatsapp fi Telegram qofaan nu Qunnamuu qabdu.malee bilbila kaallattii hin keessumeessinuu!. Dhimma keessan bakka tokkotti Barreessuun nuuf Ergaa kana booda deebii Obsaan Eeggadhaa.
Warra Yaala Dhukkuboota Tiruu liver diseases Kan Akka Vaayiresii tiruu HBV fi kkf irratti nu Argachuuf Lakkoofsa bilbilaa 0910333944 fayyadamuun Karaa Telegramii fi Whtsappiii dhimma keessan Barreffamaan messege Ergaa.
Dhibeewwan Tiruu qofaaf yoo ta’e Username Telegram 👉@HBV_oromiyaa10
Dhibee tiruu qofaaf lakkoofsi Bilbilaa
👉0910333944 Whtsapp yokan Telegramii mesege barreessaa.
Waa’ee Dhibeewwan biroo fi Yaala walii galaaf Whatsapp fi Telegram messege nuuf Erguuf Lakkoofsi Bilbilaa
👉0917535385
Username Telegram
Kabajamtoota maamila keenya Nu qunnamuuf yokan tajaajila keenya Argachuuf Lakkoofsa bilbilaa keenya irratti Kallattiin Bilbiluu caalaa Qunnamtii saffisaaf
Lakkoofsa bilbilaa kanaan 0910333944 fi 0917535385 irratti WhatsApp fi Telegram irratti messege nuuf Erguu filatamaadha.
Yeroo bilbiltanii Yoo deebii dhabdan! Karaa Whtsapp yokan Telegram yokan Dhimma keessan barreeffamaan karaa messege SMS kallattiin dhimma keessan Erguu dandeessu!. Akkasumas Deebii obsaan Eeggadhaa!.
Yeroo hojii:
Bilbilli keenya banaa kan ta’u, Guyyaa waaree booda sa’aatii 8 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 hanga sa’aatii 5tti yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.
Halkan Sa’aatii 5 booda bilbiluun hin danda’amu 📵
Odeeffannoo fayyaa fi yaala Aadaa Saayinsaawaa ta’een argachuuf Toora Facabook Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa follow godha