Category: HBV

Dawaa Vaayirasii Tiruu HBV B haaraa -Bepirovirsen

Dawaan Ammayyaa Dhibee Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Fayyisuu Danda’u dhuguma Argameeraa!? Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Infekshinii Tiruu daddarbaa fi amala wal xaxaa qabu kan yeroo dheeraa mallattoo malee qaama keessa jiraatee Tiruu irratti miidhaa akka Cirrhosis fi kaansarii Tiruu HCC uumuu danda’u Dhibee rakkoo fayyaa addunyaa keessaa tokko ta’e dha. Waggaa waggaatti sababa dhibee kanaan […]

Yaala Dhuunfaa fi Yaala waliigalaa

🩺 Garaagarummaa Qorichoota Dhukkuba Vaayirasii Tiruu, (Yaala Waliigalaa fi Yaala Dhuunfaatti Qophaa’u) gidduu jiruu fi deebii wal-Wa’aansaa. Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti, dhukkuba Vaayirasii HBV Hepatitis B yaaluuf, sirna yaalaa “HBV & Liver Herbal Therapy System™” kan dhibee kana hundee irraa fayyisuuf (Curative Therapy) dhiyeessina. Yaalli kun bifa qulqullina isaa eeggateen kan qophaa’e yoo […]

Dhukkuba Vaayirasii Tiruu Hepatitis B

Dhukkuba Vaayirasii Tiruu Hepatitis B (HBV): “Dhibee Callisaa dhokatee nama Ajjeesu” — Xiinxala Saayinsii, Maalummaa Vaayirasichaa fi Amaloota Baayoloojii Vaayirasicha. Barreeffama kana Bifa PDF Gadi Buufadhu Dubbisi Vaayrasiin Tiruu Hepatitis B’n Dhukkuba yeroo baay’ee ummata keessatti “Dhukkuba Simbiraa” jedhamee beekamu, Vaayirasii Amala wal xaxaa qabuu fi Dhibee dhokataa xiyyeeffannoo argachuu dhabuun lubbuu namoota hedduu galaafataa […]

Three-Product Herbal Support for Chronic Hepatitis B

AN INTEGRATED THREE-PRODUCT HERBAL STRATEGY FOR CHRONIC HEPATITIS B: ANTIVIRAL CONTROL, IMMUNE MODULATION, SEROLOGICAL STABILITY, AND LONG-TERM LIVER PROTECTION Developed by Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa INTRODUCTION Chronic Hepatitis B is a persistent viral liver condition involving active HBV replication, long-term viral persistence, altered antiviral immune responses, and progressive stress on liver cells. Effective management therefore […]

Dhukkubsattoota Vaayirasii Tiruu

Dhukkuba Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Namoonni osoo Vaayirasiin isaanii xiqqaa ta’ee jiru maaliif kaansarii tiruuf saaxilaman!? Qorannoo cohort fi qorannoowwan gurguddoon systematic review, meta-analysis dhukkubsattoota kumaatamaan lakkaawaman irratti geggeeffame akka agarsiisanitti dhukkubni Vaayirasii Tiruu dhiiga keessatti xiqqaa ta’eef tiruu irratti miidhaa hin geessisu jechuun hin danda’amu. Akkasumas yeroo tokko tokko hammi vaayirasii dhiiga keessatti baayyee […]

Facaatii fi Miidhaa Vaayirasii Tiruu Itiyoophiyaa keessatti

𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐟𝐚𝐜𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞 𝐯𝐚𝐚𝐲𝐫𝐚𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐢𝐫𝐮𝐮 𝐇𝐞𝐩𝐚𝐭𝐢𝐭𝐢𝐬 𝐁 𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 Qorannoon akka agarsiisutti Ethiopia keessatti namoonni dhibee tiruu qaban baay’een isaanii osoo akka dhibee qaban of irratti hin beekin, Erga Tiruun isaanii baay’ee miidhamee booda beeku waan ta’eef, hospitaala seenanii Guyyoota 30 keessatti lubbuu isaanii dhabu!. Sababni isaa inni guddaan osoo Dhibeen hin cimin […]

Ibsa bal’aa Yaala HBV

Ibsa Bal’aa Waa’ee Yaala Vaayirasii Tiruu Hepatitis B, Maalummaa Dhibichaa Sirna Yaalaa Guutuu. Barreeffama kana keessatti waa’ee yaala Dhibee vaayirasii Tiruu Hepatitis B, fi Dawaalee Uumamaa Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti dhibee kanaaf kennaman maalummaa isaanii irratti Dhukkubsataaf ibsa bal’aan as keessatti jira. Namni tokko dhibee Tiruu nu biratti  yaalamuu barbaadu tokko wantoota Barreeffama kana […]

A scientific report on chronic Hepatitis B Virus, cccDNA persistence, modern therapy limitations, and standardized natural herbal HBV therapy.

STANDARDIZED NATURAL HERBAL THERAPY FOR CHRONIC HEPATITIS B VIRUS (HBV): A COMPREHENSIVE SCIENTIFIC REPORT ON HBV BIOLOGY, MODERN THERAPY LIMITATIONS, cccDNA PERSISTENCE, IMMUNE EXHAUSTION, LIVER INJURY, AND MULTI-TARGET CURATIVE HERBAL STRATEGY INTRODUCTION: CENTRAL PURPOSE, SCIENTIFIC FOCUS, AND THERAPEUTIC MESSAGE Hepatitis B Virus infection is one of the most serious, complex, and silently progressive viral diseases […]

Yaala Vaayrasii HBV yaala waliigalaa fi Yaala Dhuunfaa

🩺 Garaagarummaa Qorichoota Dhukkuba Vaayirasii Tiruu, (Yaala Waliigalaa fi Yaala Dhuunfaatti Qophaa’u) gidduu jiruu fi deebii wal-Wa’aansaa. Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti, dhukkuba Vaayirasii HBV Hepatitis B yaaluuf, sirna yaalaa “HBV & Liver Herbal Therapy System™” kan dhibee kana hundee irraa fayyisuuf (Curative Therapy) dhiyeessina. Yaalli kun bifa qulqullina isaa eeggateen kan qophaa’e yoo […]