
- 0 Comments
- Medical, Uncategorized
Gabaasni qorannoo bara 2025 bahe akka agarsiisutti, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO`n kaayyoo isaa guddaa bara 2030tti dhukkuba Vaayirasii Tiruu (Hepatitis B fi C) dhabamsiisuuf kaa’ee hojjechaa ture akka hin milkoofnee fi galma sana bira gahuun hanga ammaatti ulfaataa fi fagoo akka ta’e ifa taasiseera. Bu’aan qorannoo irraa argame sodaachisaa ta’ee jira!. Bara 2016tti Dhaabbanni […]
