Category: Medical

WHO Mental Health Guidance 2026

WORLD HEALTH ORGANIZATION · 2026 WHO Mental Health Care Guidelines 2026: Transition to Community-Based Care Supporting the Transition to Community-Based Mental Health and Social Care: Practical Guide to the Deinstitutionalization of Psychiatric Hospitals WHO Publication 2026 146 PagesMental Health Policy Introduction Mental health care is undergoing an important transformation worldwide. Increasing attention is being directed […]

Dr Zabiibaa Roobaa

BIOGRAPHY • MEDICINE • LITERATURE • CULTURE • SERVICE Dr. Zabiibaa Roobaa From Dodola to the World Through Medicine, Literature, Knowledge and Service Physician, psychology professional, author and editor whose journey connects education across Ethiopia, Australia and the United States with Afaan Oromo literature, cardiovascular-focused medical study, cultural identity and community service. ZR Dodola • […]

Dhala dhabuu yokan Maseenummaa

BARNOOTA FAYYAA SIRNA WALHORMAATAA Maseenummaa (Dhala Dhabuu) fi Ramaddii Isaa Kutaa Tokkoffaa Maalummaa maseenummaa, ramaddii isaa, sababoota dhiiraa fi dubartii, mala qorannoo, akkasumas filannoowwan yaalaa irratti barreeffama bal’aa fi qindaa’aa. Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa Barnoota Fayyaa Uummataa Kutaa Tokkoffaa Seensa Dhala dhabuun ykn maseenummaan (infertility) rakkoo sirna walhormaataa dhiiraa fi dubartii lamaan keessaa tokko ykn […]

Dhukkuba Cobxoo Dawaa Dandamachuu 𝐀𝐧𝐭𝐢𝐛𝐢𝐨𝐭𝐢𝐜 𝐑𝐞𝐬𝐢𝐬𝐭𝐚𝐧𝐜𝐞

Dhukkuba Cobxoo maalummaa isaa fi Dandeettii Dawaa dandamachuu isaa sababa wajjin ibsa saayinsaawaa 𝗦𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 Qorannoowwan gurguddoo, surveillance WHO, CDC, ECDC fi systematic review/meta-analysis hedduun akka agarsiisanitti, baakteeriyaan dhukkuba Cobxoo kan (Neisseria gonorrhoeae) jedhamu Qorichoota farra baakteeriyaa hedduu irratti dandeettii dandamannaa cimaa horachaa jira. Dhibeen Kun kanaan dura qorichootaan yaalamee carraa baduu Ol’aanaa kan qabu ta’us, […]

Giddugalli Yaala Aadaa Oromiyaa fi Giddugalli Yaala Aadaa Kuush Tokkummaa Uuman

Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaatti Komii Hawaasaa Deebisuu fi Rakkoo Sirna Tajaajilaa Furuuf Tarkaanfiin Tajaajila Babal’isuuf Fudhatame Maali? Rakkoo sirna tajaajilaa fi hanqina humna namaa yeroo dheeraaf Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti mudachaa ture hiikuu fi tajaajila yaala aadaa babal’isuuf, dhaabbileen yaala uumamaa lama — Giddugalli Yaala Aadaa Oromiyaa fi Giddugalli Yaala Aadaa Kuush — tokko […]

A scientific report on chronic Hepatitis B Virus, cccDNA persistence, modern therapy limitations, and standardized natural herbal HBV therapy.

STANDARDIZED NATURAL HERBAL THERAPY FOR CHRONIC HEPATITIS B VIRUS (HBV): A COMPREHENSIVE SCIENTIFIC REPORT ON HBV BIOLOGY, MODERN THERAPY LIMITATIONS, cccDNA PERSISTENCE, IMMUNE EXHAUSTION, LIVER INJURY, AND MULTI-TARGET CURATIVE HERBAL STRATEGY INTRODUCTION: CENTRAL PURPOSE, SCIENTIFIC FOCUS, AND THERAPEUTIC MESSAGE Hepatitis B Virus infection is one of the most serious, complex, and silently progressive viral diseases […]

Wantoota Namoonni adeemsa Yaala fayyaa Keessatti Hubachuu Qaban

Wantoota Namoonni adeemsa Yaala fayyaa Keessatti Hubachuu Qaban Yaala fayyaa keessatti wantoonni bu’uuraa namni tokko sirriitti hubachuu qabu jiru. Isaan keessaa inni jalqabaa, dawaa tokko mana qorichaa irraa bitachuu fi yaala guutuu fudhachuu tokko miti. Inni lammaffaan, yaala dhibee yeroo gabaabaa fi dhibee yeroo dheeraa wal fakkeessuun sirrii miti. Inni sadaffaan, dawaan dhibee to’atuu fi […]

Dhukkuba Vaayirasii Hepatitis B

Dhukkuba Tiruu Ykn Vaayirasii Tiruu Hepatitis B: Maalummaa fi Adeemsa Dhibee Fidu Isaa irratti Xiinxala Saayinsaawaa Gadi-fageenya qabu Kutaa 1ffaa Hubachiisa Barreeffamni kun waa’ee Vaayirasii Hepatitis B (HBV) irratti xiinxala saayinsaawaa gadi-fageenyaa (advanced scientific analysis) kennuuf kan qophaa’e dha. Sababa jechoota Baayoloojii wal xaxaa hedduufi ibsa gadi-fageenya qabu of keessaa qabuuf, ummata namni barnoota fayyaa […]

Dhibee Vaayirasii Tiruu HBV fi Amaloota isaa Yaala Uumamaa

Vaayirasii Tiruu HBV maalummaa isaa fi Amaloota isaa fi Akkaataa Yaala isaa… Yeroo waa’een Vaayirasii Tiruu HBV ni fayya jedhamee Dubbatamu Yeroo hedduu gaaffilee Armaan gadii kanatu ka’a: Vaayirasii Tiruu HBV maaliif dawaa Ammayyaatiim Fayyuu dhabe? Dawaan Uumamaa isin jira jettan kun maaliin dawaa ammayyaa antiviral drugs irraa adda ta’aa? Gaaffiilee kanaaf deebiin bifa Saayinsaawaa […]

Yaala Aadaa fi Ammayyaa

Yeroo kana saayinsiin guddateera garuu Dhibeewwan yeroo dheeraa qormaata fayyaa addunyaa ta’anii itti fufaa jiru. Lakkoofsi nama Dhibeewwan kanaan Qabamuu fi duuti sababa Dhibeewwan kannneen wajjiin wal qabatee uumamu dachaan dabalaa jira! Sababni isaa maali ? Furmaanni isaa ho!? Gaheen yaalli uumamaa Rakkoo kana furuu keessatti qabu maal fakkaata!? Addunyaan keenya yeroo ammaa Qorichi ammayyaa guddinaa […]