- 0 Comments
- Yaala dhibee Tiruu
Yaala Vaayirasii Tiruu Hepatitis B / Dhibee Simbiraa Ilaalchisee Ibsa Bal’aa Maalummaa Dhibichaa, Sirna Yaalaa, Dheerina Yaalaa, Gosa Dawaalee, Gatii Tajaajilaa fi Qorannoowwan Barbaachisan Dhibeen Vaayirasii Tiruu Hepatitis B, kan hawaasa keessatti yeroo tokko tokko Dhibee Simbiraa jedhamee beekamu, yaalamee Fayyuun ni danda’ama. Yaala guutuu kan dhibee vaayirasii Tiruu Chronic Hepatitis B D fayyisuu […]


