Category: Personal Injury

Dhukkuboota Yeroo dhiigni Marsaa Laguu

Shamarranii Dubartoonni Hedduun Yeroo dhiigni Marsaa Laguu isaanii ga’u, Mataa Bowwuu fi dadhabbii Qaamaa Akkasumas Jeeqamuu Sammuu fi Miira of jibbuu itti dhagayamaa kun Maaliif ta’ee??? Rakkoowwan yeroo marsaa laguu yokan Guyyaa Jalqabaa Namatti dhufanu Laguu Duraa fi booda namatti dhufanu (Premenstrual Syndrome – PMS) yokan (Premenstrual Dysphoric Disorder – PMDD) jedhamee beekama. Jijjiiramu yokan […]

Fayyina Uumamaa Addunyaa Haaraaf

Addunyaan gara fuulduraatti tarkaanfachaa jirti, namoonni hedduun mala fayyaa uumamaa irra deebi’uun jalqaban. Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa keessatti, ogummaa aadaa durii fi qorannoo saayinsii haaraa walitti fiduun qorichoota uumamaa nageenya qaban fi bu’a qabeessa ta’an dhiyeessina. Rakkoo dhiphina sammuu, dhibee xuuxaa, yookaan lafee fi sombaa waliin walqabatuuf furmaata barbaaddaa? Qorichoonni keenya si fayyaduuf qophaa’an. Meeshaaleen […]