- 0 Comments
- Tiruu
Addunyaan Vaayrasii tiruu HBV to’achuu irraa Fagoo jirti. Dhukkubni Vaayirasii Tiruu B haala amma jiru kanatti rakkoo fayyaa, dinagdee fi hawaasummaa guddaa addunyaaf ta’eera. Gabaasni haaraa bara 2025 bahe akka agarsiisutti, kaayyoon Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) dhibee Vaayirasii Tiruu (Hepatitis B fi C) bara 2030tti dhabamsiisuuf karoorfate yeroo ammaa abdii kutachiisaa ta’eera. Qorannoon dhiheenya kana […]