Category: Health

Qajeelfama Dhaabbata fayyaa Addunyaa WHO

WHO WORLD HEALTH ORGANIZATION Qajeelfama Dhaabbata Fayyaa Addunyaa WHO: Tajaajila Fayyaa Sammuu Hawaasa Keessatti Cimsuu Supporting the transition to community-based mental health and social care 📅 9 October 2026 📄 146 Pages 📘 WHO Practical Guide Overview Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) Onkoloolessa 9, 2026 qajeelfama “Supporting the transition to community-based mental health and social care: […]

Dhukkuba Sukkaaraa fi yaala isaa

BARNOOTA FAYYAA • DIABETES MELLITUS Dhukkuba Sukkaaraa fi Yaala isaa “Dhukkuba sukkaaraa irraa guutummaatti fayyuun ni danda’amaa?” jechuun gaaffii namoonni dhibee kana qabanii fi maatiin isaanii fi namoonni waa’ee fayyaa isaanii yaaddoo qaban yeroo baay’ee gaafatan keessaa tokko dha. Gaaffiin kun salphaa fakkaatus, deebiin isaa “eeyyee” ykn “lakki” jedhanii jecha tokkoon kan xumuramu miti. Sababni […]

Yemeni Weight-Gain Honey Mixtures

Yemeni Weight-Gain Honey Mixtures: Scientific Evidence, Health Risks, and Regulatory Warnings People May Be Paying Money to Buy Disease In recent years, honey-based and herbal mixtures promoted for appetite stimulation and rapid weight gain have become increasingly popular through social media and informal markets in several countries, including Ethiopia. These products are often advertised as […]

Dhukkuba Vaayrasii tiruu Hepatitis B irratti Xiinxala Saayinsii

Hepatitis B (HBV): “Dhibee Callisaa dhokatee nama Ajjeesu” — Xiinxala Saayinsii, Maalummaa Vaayirasichaa fi Amaloota Baayoloojii Vaayirasii, Adeemsa Dhukkubaa, haala Yaala Ammayyaa fi Yaala Aadaa… Vaayrasii HBV kun mala baay’ina walxaxaa fi dandeettii sirna ittisa qaamaa jalaa miliquu olaanaa ta’een kan beekamu yoo ta’u, Caasaa molakiyuulaa fi marsaa jireenyaa isaa hubachuun Fayyina jechuun vaayiresii tiruu […]

Tajaajiloota Giddu-gala yaala Aadaa Oromiyaa

Giddu gala yaala Aadaa Oromiyaa Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa | Oromia Center for Herbal & Traditional Medicine Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa (Giddu Gala Yaalaa Aadaa Oromiyaa) giddugala yaala aadaa kan saayinsii irratti hundaa’e yoo ta’u, yaala fayyaa fi gorsa fayyaa saayinsii yaala aadaa fi yaala ammayyaa walitti fiduun kennuu irratti xiyyeeffata. Dameewwan Fayyaa fi Dhukkuboota […]

Dhukkuba Asiidii Gaaraachaa

Mallattoowwan Dhukkuba Asiidii Gaaraachaa/ Coggaarraa fi Maalummaa isaa. Kutaa tokkoffaa…. Dhibeen Asiidii Garaachaa (GERD) rakkoo sirna bullaainsa nyaataa keessatti dhibee yeroo dheeraaf turu (chronic) ta’uun nama rakkisan keessaa tokko yoo ta’u Maqaan isaa guutuun (Gastroesophageal Reflux Disease) ykn dhibeen asiidii garaachaa jedhama. Rakkoo fayyaa asiidiin garaacha keessaa nyaata bulcheessuuf oolu gara ujummoo nyaataa (esophagus) deebi’uun […]

Jimaa/caatii fi dhugaatii Alkoolii

Jimaa fi Dhugaatii Alkoolii: Wal Bira Qabiinsa Miidhaa Fayyaa Saayinsaawaa fi Ilaalcha Hawaasummaa Ibsa saayinsaawaa jimaa fi dhugaatii alkoolii irratti…. Barreeffamni kun ibsa bal’aa, dhimma jimaa/Caatii yokan (Catha edulis) fi dhugaatii alkoolii (ethanol) Maalummaa fi garaagarummaa fi ilaalcha hawaasummaa fi seerota addunyaa madaaluun Ija saayinsiitiin miidhaa fayyaa isaan qaama namaa fi hawaasa irratti geessisan ibsa […]

Yaala Dhibee Kaansarii

Gabaasa Guutuu fi Bal’aa: Yaada Hawaasaa fi Dhugaa Saayinsii Waa’ee Dhibee Kaansarii irratti…. Barreeffama kana keessatti Dhibee kaansarii irraa carraan fayyuu yokan Dhibee kana to’achuu akka jiruu fi wantoota carraa fayyuu dhukkubsatootaa dabalanuu hospitaalotaa fi ogeessota Akkamii biratti yaalamuu qabna kan jedhu bal’inaan ibsina… Hawaasa keenya keessatti, yeroo baay’ee dhibeen kaansarii akka Dhibee dhuma jireenyaatti […]

Caatii/jimaa fi facaatii vaayrasii HBV…

🔬 Barreeffama gorsaa fi Gabaasa Saayinsaawaa Walitti Hidhata Jimaa (Catha edulis) Keemikaala Irratti Biifamee fi Dhukkuba Tiruu fi facaatii Vaayirasii Hepatitis B irratti. Dhukkubni tiruu yeroo dheeraa (Chronic Liver Disease), addatti kan vaayirasii Hepatitis B irraa dhufu, biyyoota Afrikaa Bahaa keessatti rakkoo fayyaa ummataa guddaa dha. Akkasumas rakkoon kun naannoo jimaa/caatiin itti heddummaatu keessatti ballinaan […]