Category: Cardiology

Dhukkuboota Onnee fi mallattoo isaa

Dhukkuba Onnee fi Dhiibbaa Dhiigaa (Cardiovascular Diseases)   (CVD) jecha bal’aa haalawwan rakkoo fayyaa adda addaa onnee fi ujummoo dhiigaa miidhan kan hammatedha. Dhukkubni Onnee dhukkuboota yeroo dheeraa namarra turanu fi yaaluuf ulfaataa ta’an keeysaa isa tokko yoo ta’u lubbuu Namootaa galaafachuu keessatti Akka Addunyaatti Sadarkaa Olaanaa irra jira! Bara 2020 keessa qofa sababa Dhukkuba […]

Faaydaa Biqiltuu (Cereddaama) (Xalaataam,) (Sunkurtaa)

Qoricha Cimaatu harka keessan keeyssa jiraa! Biqiltuu faaydaa guddaa Bu’aa Ajaa’ibsiisaa! ta’e qabu…. Baadiyyaas ha ta’uu Magaalaa, Namni Oromiyaa keeysa jiraatu kamuu Biqiltuu suuraa irratti mullatu kanaa Arguun isaa hin Ooluu! Mana Oromoo booda yokan boroo manaa hin dhabamu. Akkasumas Magaalaa mana bunaa fi Aannanii keessatti ni Argitaa. Maqaan Biqiltuu kanaa Afaan Oromoon akka Naannoo […]