Author: Dr. Huzayifaa

WHO Mental Health Guidance 2026

WORLD HEALTH ORGANIZATION · 2026 WHO Mental Health Care Guidelines 2026: Transition to Community-Based Care Supporting the Transition to Community-Based Mental Health and Social Care: Practical Guide to the Deinstitutionalization of Psychiatric Hospitals WHO Publication 2026 146 PagesMental Health Policy Introduction Mental health care is undergoing an important transformation worldwide. Increasing attention is being directed […]

Qajeelfama Dhaabbata fayyaa Addunyaa WHO

WHO WORLD HEALTH ORGANIZATION Qajeelfama Dhaabbata Fayyaa Addunyaa WHO: Tajaajila Fayyaa Sammuu Hawaasa Keessatti Cimsuu Supporting the transition to community-based mental health and social care 📅 9 October 2026 📄 146 Pages 📘 WHO Practical Guide Overview Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) Onkoloolessa 9, 2026 qajeelfama “Supporting the transition to community-based mental health and social care: […]

Haleellawwan Hidhattoonni Faannoo Hawaasa Oromoo irratti raawwatan

2021–2026 Haleellaawwan Humnoota Maqaa Faannootiin Socho’aniin, Bara 2021 irraa hanga 2026 Hawaasa Oromoo Irratti Raawwatan Yeroo ammaa Faannoo fi Waraanni Bilisummaa Oromoo mootummaa mormuu irratti walii galuu isaanii ibsaniiru!. Garuu gaaffii guddaan Faannoon kaleessaa Oromoo ajjeesaa fi saamaa, buqqisaa ture ulaagaa kamiin qaama qabsoo Oromoo ta’uu danda’a!? Bara 2021 irraa eegalee naannolee Oromiyaa daangaa Naannoo […]

Yaala Dhuunfaa fi Yaala waliigalaa

🩺 Garaagarummaa Qorichoota Dhukkuba Vaayirasii Tiruu, (Yaala Waliigalaa fi Yaala Dhuunfaatti Qophaa’u) gidduu jiruu fi deebii wal-Wa’aansaa. Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti, dhukkuba Vaayirasii HBV Hepatitis B yaaluuf, sirna yaalaa “HBV & Liver Herbal Therapy System™” kan dhibee kana hundee irraa fayyisuuf (Curative Therapy) dhiyeessina. Yaalli kun bifa qulqullina isaa eeggateen kan qophaa’e yoo […]

Dr Zabiibaa Roobaa

BIOGRAPHY • MEDICINE • LITERATURE • CULTURE • SERVICE Dr. Zabiibaa Roobaa From Dodola to the World Through Medicine, Literature, Knowledge and Service Physician, psychology professional, author and editor whose journey connects education across Ethiopia, Australia and the United States with Afaan Oromo literature, cardiovascular-focused medical study, cultural identity and community service. ZR Dodola • […]

Dhala dhabuu yokan Maseenummaa

BARNOOTA FAYYAA SIRNA WALHORMAATAA Maseenummaa (Dhala Dhabuu) fi Ramaddii Isaa Kutaa Tokkoffaa Maalummaa maseenummaa, ramaddii isaa, sababoota dhiiraa fi dubartii, mala qorannoo, akkasumas filannoowwan yaalaa irratti barreeffama bal’aa fi qindaa’aa. Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa Barnoota Fayyaa Uummataa Kutaa Tokkoffaa Seensa Dhala dhabuun ykn maseenummaan (infertility) rakkoo sirna walhormaataa dhiiraa fi dubartii lamaan keessaa tokko ykn […]

Dr Huzayifa Mohamedawwol Biography

PROFESSIONAL BIOGRAPHY Dr Huzayifaa Mahamadawwal Shifaa Life, Education, Professional Development, Research and a Vision for Evidence-Based Natural Medicine PRIMARY FIELD Evidence-Based Natural Medicine RESEARCH Medicinal Plants & Pharmacognosy ROLE Founder & Director INSTITUTION Oromia Center for Herbal and Traditional Medicine Dr Huzayifaa Mahamadawwal Shifaa is a health professional, researcher in natural medicines and medicinal plants, […]

Dhukkuba Kiintaarotii, buroo/Baasuur

Dhukkuba Kiintaarotii (Baasuur/Buroo) Maalummaa Kiintaarotii, Caasaa Qaamaa, Mala Uumama Dhibee kanaa fi Mallattoolee, fi Yaala Isaa irratti Gabaasa Saayinsaawaa Seensa Dhukkubni Kiintaarotii, kan bakka tokko tokko keessatti (Baasuur) yookaan (Buroo) jedhamee waamamu, yoo ta’u hawaasa keessatti dhukkuba bal’inaan brrkamudha. Dhukkubni kun Afaan Ingiliffaatiin (𝗵𝗲𝗺𝗼𝗿𝗿𝗵𝗼𝗶𝗱𝘀) yookaan Piles jedhama. Dhukkubni kiintaarotii namoota baay’ee irratti kan mul’atu ta’us, […]