
- 0 Comments
- Kaansarii
Qorattoonni Mar’imaan Raachaa Keessaa Baakteeriyaa Kaansarii Mar’imaanii Yaaluu Danda’u Argatan Baakteeriyaan uumamaan mar’imaan raacha (tree frog gut ) keessaa argame tokko gara fuulduraatti yaala kaansariif abdii guddaa akka ta’u qorannoon haaraan agarsiiseera. Baakteeriyaan kun miidhaa dabalataa malee xannacha kaansarii dhabamsiisuun bu’aa guddaa qorannoon sadarkaa jalqabaa argisiisee jira.. Kaansariin mar’imaanii (Colorectal Cancer) gosoota kaansarii addunyaa irratti […]