Category: Dhukkuba Kiintaarotii

Miidhaa fayyaa Kiintaarotii muranii baasuun qabu

karaa yaala aadaa tiin, Kiintaarotii muranii baasuun, lilmee waraanuun balaa fayyaa akkamii fiduu danda’a? Namoota kanaan dura Dhibee Kiintaarotii haala kanaan yaalaman maaltu mudate!? Dhukkubni Kiintaarotii, bakka tokko tokko keessatti Baasuur yookaan Buroo jedhamee waamamu, Afaan Ingiliffaatiin Hemorrhoids yookaan Piles jedhama. Dhukkubni Kiintaarotii dhibee hawaasa keessatti bal’inaan beekamu yoo ta’u, dhiiraa fi dubartii namoota baay’een […]