Category: Mirga Namoomaa fi Nageenya

Haleellawwan Hidhattoonni Faannoo Hawaasa Oromoo irratti raawwatan

2021–2026 Haleellaawwan Humnoota Maqaa Faannootiin Socho’aniin, Bara 2021 irraa hanga 2026 Hawaasa Oromoo Irratti Raawwatan Yeroo ammaa Faannoo fi Waraanni Bilisummaa Oromoo mootummaa mormuu irratti walii galuu isaanii ibsaniiru!. Garuu gaaffii guddaan Faannoon kaleessaa Oromoo ajjeesaa fi saamaa, buqqisaa ture ulaagaa kamiin qaama qabsoo Oromoo ta’uu danda’a!? Bara 2021 irraa eegalee naannolee Oromiyaa daangaa Naannoo […]