Category: Miidiyaa hawaasaa

Ajjeechaa Kiristaanota Arsii Bahaa irratti Dhugaan jiru maali?

Ajjeechaa Arsii Bahaa keessatti raawwatame ilaalchisee Dhugaan jiru maali? Wanti miidiyaa hawaasaa irratti naannawaa turee fi wanti lafarratti ta’aa jiru tokko? Akkuma beekamu Yeroo garee tokko irratti haleellaan raawwatamu, namoonni nagaan ajjeefaman, qe’ee isaanii irraa buqqa’an yookaan manni amantaa isaanii gubatu, miidhamtootaaf sagalee ta’uun, yakka sana balaaleffachuunii fi yakkamtoonni seeraan akka gaafataman gaafachuun dirqama namummaa […]

Miidiyaa hawaasaa irratti Eenyummaa sobaa ijaaruu fi Of ajjeesuu

Eenyummaa Sobaa Miidiyaa Hawaasaa Irratti Ijaaruun Balaa Guddaa Dha Jaarraa keenya keessatti miidiyaan hawaasummaa (Social Media) bakka namoonni itti wal-argan, odeeffannoo itti wal-jijjiiran fi eenyummaa isaanii itti ijaaran Ta’us, Miidiyaan hawaasaa yeroo ammaa meeshaa wal-qunnamtii qofa miti. Inni bakka eenyummaan namaa itti ijaaramu, bakka namni itti madaalamau, iccitiin itti faca’u, bakka namni itti kabajamu ykn […]

Balaa miidiyaa Hawaasaa fi slphina feemasoonni biyyatti fidaa jiranu!

Addunyaa ammaa keessatti odeeffannoo saffisaan tamsa’a, Miidiyaaleen hawaasaa, tajaajiloota waltajjii gabaabaa (TikTok, Instagram Reels, YouTube Shorts, fi kkf), fi barreeffamoota gabaabaa tweet, post gabaabaan bakka guddaa fudhateera. Kun ammoo namoota wallaalummaa cimaa qaban yeroo gabaabaa keessatti akka beekumsaa fi aangoo argatan taasisee jira! Namoonni kun waan miira namaa kakaasu danda’an, gadhiisu hawaasnis dhugaa yookaan soba […]