
- 0 Comments
- Kiintaarotii
Dhukkuba Kiintaarotii (Baasuur/Buroo) Maalummaa Kiintaarotii, Caasaa Qaamaa, Mala Uumama Dhibee kanaa fi Mallattoolee, fi Yaala Isaa irratti Gabaasa Saayinsaawaa Seensa Dhukkubni Kiintaarotii, kan bakka tokko tokko keessatti (Baasuur) yookaan (Buroo) jedhamee waamamu, yoo ta’u hawaasa keessatti dhukkuba bal’inaan brrkamudha. Dhukkubni kun Afaan Ingiliffaatiin (𝗵𝗲𝗺𝗼𝗿𝗿𝗵𝗼𝗶𝗱𝘀) yookaan Piles jedhama. Dhukkubni kiintaarotii namoota baay’ee irratti kan mul’atu ta’us, […]