
- 0 Comments
- HBV
Dawaan Ammayyaa Dhibee Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Fayyisuu Danda’u dhuguma Argameeraa!? Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Infekshinii Tiruu daddarbaa fi amala wal xaxaa qabu kan yeroo dheeraa mallattoo malee qaama keessa jiraatee Tiruu irratti miidhaa akka Cirrhosis fi kaansarii Tiruu HCC uumuu danda’u Dhibee rakkoo fayyaa addunyaa keessaa tokko ta’e dha. Waggaa waggaatti sababa dhibee kanaan […]








