Category: Summii

Summii Aflatoxin fi miidhaa isaa

Faalama midhaan nyaataa fi miidhaa fayyaa Summiin Aflatoxin  fayyaa namaa irratti qabu. Seensa Nyaanni jireenya keenyaaf bu’uura isa tokkoffaadha. Beela ba’uu fi Lubbuun jiraachuu qofaaf osoo hin taane nyaanni fayyaa fi dhibee keenya keessattis gahee hangafaa qaba. Fayyaan nama tokko Nyaanni inni fayyadamu Qulqulluu ta’uu fi toluu irratti hundaa’a. Jireenya keenya Guyyaa guyyaan midhaanii fi […]