Hepatitis B: Tooftaalee Molekulaaraa Vaayirasichaa fi Akkaataa Yaalli Uumamaa Maashinii Hundee vaayirasichaa cccDNA Itti Cabsu
Seensa
Dhukkuba Tiruu Hepatitis B jechuun dhukkuba Tiruu daddarbaa keessaa isa hamaa fi cimaa yoo ta’u. Vaayiresiin kun tiruu (liver) irratti miidhaa dhokataa Mallattoolee hin qabne geessisa. Dhibeen vaayirasii tiruu kun dhukkubsataa irratti utuu mallattoolee (symptoms) hin agarsiisin gara sadarkaa cimaatti ce’uu danda’a. Dhukkubni kun yeroo baay’ee “dhibee callisaa” (silent infection) jedhama, sababiin isaas namoonni baay’een hanga tiruun isaanii baay’ee miidhamuutti, vaayirasicha akka qaban hin beekan. Madaa tiruu Siroosii fi Kaansarii tiruu HCC tiruutti guddachuu lubbuu galaafachuu danda’a.

Sababa Dawaan ammayyaa Vaayrasii kana fayyisuu danda’u yeroo kana hin jirreef jecha Namoonni baay’een yommuu “Hepatitis B qabda” jedhaman akka waan murtiin du’aa itti murtaa’etti sodaatu. Garuu Sodaan daangaa darbe kun sirrii miti. Dhugaan jiru, Amala dhibee kanaa fi dandeettii qorichoota ammayyaa gidduu garaagarummaa bal’aatu jira.
Qorichootni Ammayyaa mana yaalaa amma jiran—fe’iinsa baayyina vaayirasii (HBV DNA) isaa dhiiga keessatti hir’isuu fi hojii tiruu fooyyessuu fi guddina dhukkubaa ittisuuf Qophaa’an malee hundee vaayirasii kanaa cccDNA jedhamu guutummaatti niwukilasii seelii Tiruu hepatocytes irraa balleessuuf miti.
Barreeffamn kun Mataduree gurguddaa sadan armaan gadii irratti xiyyeeffata:
1. Maalummaa fi Vaayirasichi haala kamiin qaama namaa keessa qubata?
2. Tooftaalee Vaayirasicha fi haala inni Qorichoota Ammayyaa moo’atu danda’e.
3. Qorichoota Uumamaa fi Haala isaan Vaayrasii kana fayyisuu ittii danda’an .
Maalummaa fi Tooftaa Iccitii Vaayirasichaa.

Vaayirasiin Hepatitis B (HBV) “vaayirasii malaammaltummaa” qabuu fi goyyoomsaa raawwatu jedhamee beekama.
Sababni isaas, inni akka vaayirasoota kaanii miti HBV’n vaayirasoota biroo irraa waan adda isa godhu adeemsa baayoloojii fi amala jireenyaa addaa qaba. Maalummaa fi amala isaa kana hubachuun, maaliif vaayirasichi yeroo dheeraa qaama namaa keessatti jiraachuu akka danda’u, maaliif qorichoonni hedduun isa dhabamsiisuu akka hin dandeenye, fi maaliif yaala ammayyaan “hin fayyine” hubachuuf murteessaadha.
Hepatitis Vaayirasii tiruu miidhu qofa osoo hin taane, vaayirasii “Molecuar Stealth Machine” qabudha. Vaayirasichi dandeettii of-dhoksuu addaa fi sanyii isaa dhabama irraa eeggachuuf yokan akka salphaatti akka hin badneef tooftaalee molekulaaraa baay’ee walxaxaa ta’an fayyadama. Tooftaan vaayirasiin Hepatitis ittiin sanyii DNA isaa akka hin badnetti qaama namaa keessatti “qubachiisu” kun saayinsii keessatti “Viral Persistence Strategy” jedhama. inni akka vaayirasoota kaanii yeroo gabaabaa jiraatee kan badu miti, Inni kaayyoon isaa waggoota hedduu seelii tiruu keessa qubachuudha. Kanaaf sirna ittisaa fi Dawaa jelaa miliqee jiraachuuf Tooftaalee fi amaloota wal-xaxaa ta’an fayyadama. Tooftaalee fi amaloota dandeettii kana isaaf kennan armaan gadiitti bal’inaan Barreeffameera:
1. Maashinii Iccitii: cccDNA (Viral Reservoir)

Tooftaan vaayirasichi akka hin badneef fayyadamu inni jalqabaa fi inni guddaan handhuura seelii turuu (nucleus) keessatti cccDNA uummachuudha. Vaayirasichi nama tokko qabee ji’a 6 ol ture gara (chronic infection) tti jijjiirame Booda mala baayoloojii walxaxaa ta’een DNA isaa bifa geengoo (circular) jabaa fi jijjiiramuu hin dandeenyeetti jijjiira. Geengoon kun dhaalmaya (DNA) seelii namaa waliin wal hin makatu garuu nucleus keessatti akka “mini-chromosome” of-danda’etti ta’a. Vaayirasichi Sanyii isaa bifa (cccDNA) jedhamuun niwukilasii hepatosaayitii keessatti kuufata, kana jechuun akka sanyiin isaa utuu hin badin jiraachuu isa dandeessisutti, seelii tiruu keessa qubata. Bifti jeneetikii itti fufiinsa qabu kun akka kuusaa fi tooftaa itti fufiinsa jireenyaa dhokataa vaayirasichaa ta’ee tajaajila.

Amala Isaa cccDNA-n kun akkuma “beezii” ykn bu’uura jabaati. Qorichoonni ammayyaa dhiiga keessaa qofa vaayirasii hir’isuuf waan hojjetaniif, nucleus seelii keessa lufanii cccDNA kana dhabamsiisuu hin danda’an. Kun vaayirasichi yeroo qorichi dhaabbatu deebi’ee of oomishamuuf “kuusaa” (reservoir) isaaf ta’a. Caasaan dachaa lama qabu kun vaayirasichi seelii tiruu keessa nagaan akka qubatuu fi sirna ittisa qaamaa irraa akka miliquuf isa gargaara.
2. Sanyii ofii DNA Namaa Waliin Wal-makuu (Integration)
Vaayirasiin HBV dandeettii DNA isaa dhaalmaya seelii tiruu namaa (host genome) waliin walitti makuu qaba. Kun immoo dandeettii addaa vaayirasichaaf kenna:
Tooftaa Isaa kun Seeliin tiruu yommuu of-baay’isu, DNA vaayirasichaa isaa waliin wal-make sanaas dhaalmaya idilee godhee baay’isa. Kun vaayirasichi akka waan qaama keenya keessaa tokko ta’etti akka jiraatu gargaara.
Adeemsi kun pirootiniin vaayirasii kana HBsAg bifa kanaan oomishamuun sirni ittisa qaamaa keenya akka dammaqu hin taasisu waan ta’eef Vaayirasichi akka “miseensa” maatii seelii tiruu ta’ee jiraachuu danda’a.
3. Tooftaa Vaayirasiin Hepatitis B Sirna Ittisa Qaamaa Itti Dogoggorsuu, Dadhabsiisuu fi Gara Obsaa Itti Ceessisu”
Vaayirasiin HBV sirna ittisa qaamaa ofitti kakaasu hin fedhu. Vaayirasoonni baay’een yeroo qaama namaa seenan, sirna ittisa qaamaa kakaasuun mallattoolee akka ho’aa qaamaa, dhukkubbii, fi dadhabbii fiduu kunis qaamni vaayirasii sana akka diinaatti beekee akka of irraa qolatu taasisa.
Vaayirasiin Tiruu HBVn garuu yeroo dheeraa mallattoo tokko malee jiraachuu danda’a; kunis qaamni namaa vaayirasii kana akka diinaatti hin beekne taasisa. vaayirasichi mallattoo hin kennine, taanaan sirni ittisa qaamaa dadhabaa fi callisaata’ee tura; vaayirasichi immoo yeroo dheeraa tasgabbaa’ee of cimsaa of baay’isaajiraata.
Vaayirasiin Hepatitis B (HBV) waggootaaf seelii tiruu keessa qubachuuf tooftaalee garmalee walxaxaa ta’an fayyadama. Tooftaaleen kunniin sirna ittisa qaamaa keenya (Immune System) keessatti jijjiirama sadii kan armaan gadii fidu:
Tooftaa Sirna ittisa qaamaa Gowwoomsuu, Nuffisiisuu, fi Obsisiisuu Vaayirasiin HBV fayyadamu yokan (Immune Evasion, Immune Exhaustion & Immune Tolerance).

A. Tooftaa Sirna Ittisa Qaamaa “Gowwoomsuu” (Immune Evasion) Yookaan “Gaachana qaamaa Doofomsuu” (The Immune Decoy Strategy)
Vaayirasiin HBV dandeettii of dhoksuu kan ittisni qaamaa keenya (Immune System) akka isa hin ajjeesne ittiin gochuu danda’u qaba.
Vaayirasiin HBV dandeettii of-dhoksuu fi loltoota qaamaa jalaa lufuuf yokan dhokachuuf tooftaa molekulaaraa addaa fayyadama. Vaayirasichi yommuu seelii tiruu keessatti of-baay’isu, vaayirasii dhugaa (infectious virions) dhiiga keessatti gadi lakkisuu qofa osoo hin taane, meeshaa biraa “geengoo fi ujummoo duwwaa” (subviral particles) jedhamn baay’inaan oomishee gadi lakkisa.

Geengoowwan xixxiqoon kun dhiiga nama dhibee kanaan qabamee keessatti baay’inaan (miliyoonaan) kan argaman yoo ta’u, garuu dhibee hin daddabarsan (non-infectious). Sababiin isaas Geengoowwan duwwaan kunniin pirootinii HBsAg of-irraa qabu, garuu DNA (sanyii) vaayirasichaa of keessaa hin qaban. Jechuun, geengoonni kunniin dhukkuba hin fidan, garuu qaamni keenya vaayirasii kana akka hin Ajjeefneef loltoota qaama keenyaa kan dhibee nurraa ittisanu (Antibodies) gowwoomsuuf vaayirasii isa dhugaa caalaa baay’inaan dhiiga keessa deemu.
Loltoonni sirna ittisa qaama keenyaa (Antibodies) vaayirasii dhugaa ajjeesuu osoo qabanii, geengoo duwwaa DNA hin qabne kanaan qabamu. Kun akkuma waan loltoonni diina dhugaa dhiisanii “fakkii diinaa” (statues) irratti rasaasa fixanii dhumaniiti jechuudha Loltoonni qaamaa diina dhugaa utuu hin argin “dhukkee” pirootinii kanaan gowwoomfamu.
B. Tooftaa Nuffii fi Dadhabina sirna Ittisa Qaamaa “Immune Exhaustion”
Pirootiniin vaayirasichaa (HBsAg) dhiiga keessatti yeroo dheeraaf waan hafuuf, kun sirna ittisa qaamaa keenya irratti dhibbaa guddaa uuma. Kunis Saayinsii keessatti “T-cell Exhaustion” jedhama.
Seelonni keenya kan vaayirasii ajjeesan (CD8+ T-cells) deebii wal-irra hin citne yeroo dheeraa kennuuf yaalanii dhuma irratti dandeettii isaanii dhabu. Ittisni qaamaa keenya garmalee nuffa (exhaustion).
Vaayirasii kun sirna ittisa qaamaa nuffisiisuu ykn dadhabsiisuu jechuudha Yeroo kana, qaamni namaa vaayirasicha loluuf kaka’umsa fi humna ga’aa hin qabaatu. Kunis Loltoonni qaamaa vaayirasicha loluu dhiisanii akka hojii dhaabanu godhaa, Kun vaayirasichi osoo hin lolamin qaama keessatti waggoota dheeraaf akka jireenya isaa itti fufu taasisa.
C. “Immune Tolerance” (Obsa qaamaa fi Vaayirasii wajjiiniin Wal-baruun Waliin Jiraachuu)
Vaayirasiin HBV dandeettii sirna ittisaa to’achuu isaa kanaan deebii ittisa qaamaa idilee (haleellaa) gara haala ittisa qaamaa “dandamachuutti” ykn “obsuutti” jijjiira.
Kana jechuun Marsaa Obsaa (Tolerance Phase) haala fiiziyoloojii sirni ittisa qaamaa seelii vaayirasichaan qabaman adda baasuu fi haleeluu dhiisee vaayirasichaa wajjiin waliin jiraatu dha. Vaayirasichi pirootinii HBeAg jedhamu oomishuun keemikaalota gara sirna ittisasttu gadhiisuun ittisni qaamaa keenya akka vaayirasicha akka “miseensa qaamaatti” fudhatu godha. Kunis Ittisni qaamaa diina jedhee loluu dhiisee “obsa” (tolerance) uummatee vaayirasicha haleeluu dhiisee waliin jiraata.
Kanaaf, “Tooftaa Sirna Ittisa Qaamaa Gowwoomsuu, Nuffisiisuu fi Obsisiisuu” jechuun, mala walitti hidhamee vaayirasiin HBV itti fayyadamu yoo ta’u sirna ittisa qaamaa jalqaba ni dogoggorsa, itti aansee ni dadhabsiisa, dhuma irratti immoo gara obsaa fi waliinjiraannaa itti ceesisaa.
Dhibeen Vaayirasii Tiruu (HBV) amala wal-xaxaa fi tooftaalee adda addaa kan sirna ittisa qaamaa fi Dawaa Vaayrasii jelaa miliquuf isa gargaaran qaba.
Hepatitis B vaayirasii dhibee tiruu yeroo dheeraa fidu qofa osoo hin taane, “tooftaa hamaa ta’een gadi fageesse of-awwaaluu” (Viral Persistence) garmalee walxaxaa ta’e qaba. Akkuma armaan olitti ibsame vaayirasiin kun DNA dhaalmaya isaa bifa cccDNA jedhamuun handhuura seelii (nucleus) keessatti qubachiisa. Qorichoonni ammayyaa (NAs) nucleus kana keessa lufanii maashinii kana tuquu dhabuun isaanii yaalii HBV gufachiisee jira.
Hepatitis B dhabamsiisuuf gufuu guddaan handhuura seelii tiruu keessatti kuusaa dhaalmayaa vaayirasichaa (Viral Reservoir) kan ta’e cccDNA dha. Qorichoonni ammayyaa kallaattii tokko qofaan hojjetuu isaan (Replication) irratti xiyyeeffata.
Qorichootni Ammayyaa mana yaalaa amma jiran—fe’iinsa baayyina vaayirasii (HBV DNA) isaa dhiiga keessatti hir’isuu fi hojii tiruu fooyyessuu fi guddina dhukkubaa ittisuuf Qophaa’an malee hundee vaayirasii kanaa cccDNA jedhamu guutummaatti niwukilasii seelii Tiruu hepatocytes irraa balleessuuf miti.
Qorichoonni ammayyaa kan akka Tenofovir (TDF/TAF) fi Entecavir (ETV) jedhaman dhibee Hepatitis B to’achuu irratti milkaa’oo yoo ta’anillee, kaayyoo fi dandeettiin isaanii qorichoota uumamaa irraa garaagarummaa guddaa qaba.
Kaayyoo Guddaan Qorichootaa Vaayirasicha Ukkaamsuu (Viral Suppression) dha.

Qorichoonni ammayyaa enzayimii vaayirasichi of-baay’isuuf itti fayyadamu kan Reverse Transcriptase jedhamu irratti xiyyeeffatu. Vaayirasiin dhiiga keessatti akka hin baay’anne “karaa cufu”. Kanaanis lakkoofsi vaayirasii dhiiga keessaa (HBV DNA) garmalee gadi bu’a. Miidhaan tiruu irra gahu ni xiqqaata, dhukkubsataan sunis akka waan fayyaatti jireenya isaa itti fufa.
Qorichoonni ammayyaa keemikaala qulqulluu (single molecule) tokko qofa.
Garuu Qqorichoonni uumamaa qabiyyee “Bioactive Complexes” hedduu of keessaa qabu waan ta’eef Qorichoonni uumamaa kunniin kallattii tokko qofaan osoo hin taane, “Multi-target and Multi-dimensional Approach”

qindoomina sirna ittisa qaamaa waliin uumuun dhibee kana kallaattiwwan adda addaan irratti xiyyeeffatanii dhabamsiisu.
Yaalli uumamaa garuu Albuudota + Vaayitaaminoota + Keemikaalota Kompaawundoota Baayoo-aktiivii walitti qindeessee Of keessaa qaba kanaanis Qorichootni uumamaa kunneen Qabiyyeenwwan isaanii kanaan Bu’aa antiviral, immunomodulatory, hepatoprotective) ni qabaatu
karaa dandeettii walitti makamaaa hedduu kanaan Vaayrasii kana balleessuu fi kuufama Vaayrasii kanaa cccDNA nikleesii seelii turuu hepatocytes keessatti argamuu fi caasaawwan vaayirasichaa fi tooftaalee vaayirasichi Dawaa fi sirna ittisaa jelaa miliquuf fayyadamu hunda irratti haala bu’a qabeessa ta’een isirna ittisa qaamaa wajjin qindoominaan Vaayiresicha dhabamsiisuuf dandeettii qaba.
Garaagarummaa Bu’aa Qorichoota Ammayyaa fi yaala Uumamaa:
Qorichootni Ammayyaa kun:
Ittisa qaamaa vaayrasii balleessuu nuffe sana deebisanii hin dammaqsu (Does not reverse T-cell exhaustion).
Obsa sirna ittisa qaamaa (Immune tolerance) hin diigan.
Geengoo goyyoomsaa (HBsAg particles) dhiiga keessaa hin qulqulleessanu.
Qorichoonni ammayyaa bu’ura dhukkubichaa cccDNA isaa hin balleessanu.
Vaayirasiin HBV “maashinii oomishaa” (cccDNA) nucleus seelii tiruu keessatti dhokate qaba. Qorichoonni ammayyaa dhiiga keessa qofa waan hojjetaniif, nucleus keessa seeana maashinii bu’aara oomisha dhibee kan na ta’e cccDNA kana dhabamsiisuu ykn hojii dhaabsiisuu hin danda’an.
Kanaafuu Qorichi yoo dhaabbate, maashiniin sun deebi’ee vaayirasii oomishuu jalqaba. Sababa kanaan, namoonni baay’een qoricha ammayyaa umrii guutuu fudhachuuf dirqamu.
Yaala uumamaa fi karaalee isaan ittin Vaayrasii balleessuu danda’an…:
Qorichoonni uumamaa qabiyyee keemikaalota uumamaa Bioactive Compounds jabaa qaban karaa saayinsaawaa ta’een maashinii cccDNA fi ittisa qaamaa irratti hojjetu.
A. Epigenetic Silencing (cccDNA Hojii Dhaabsiisuu)

Gufuu guddaan yaala ammayyaa hulaa handhuura seelii (Nuclear Pore Complex) darbuu dhabuudha.
Qabiyyeewwan keemikaalaa baayoo-aktivii biqiltuota keessaa argaman kanneen akka Small Molecule uumaman waan ta’aniif, hulaa nikleesii kana salphaatti darbuun kallattiin bakka cccDNA-n jiru handhuura seelii (Nucleus) keessa lufanii seenuu danda’u.

Vaayirasiin kun cccDNA-n handhuura seelii keessa jiraatus, koodii isaa gara vaayirasiitti jijjiiruuf pirootinii HBx jedhamu barbaada.
Qabiyyeewwan baayoo-aktiviin pirootinii HBx kana dhabamsiisu. Yommuu HBx dhabamu, maashiniin cccDNA vaayrasii oomishuu sun hojii dhaaba. Kunis oomisha HBsAg kallattiin dhaabsiisa.
Qorichoonni uumamaa keemikaalota molekulaara xixiqqoo (Small molecules) of keessaa qabu. Keemikaalotni kunniin kallaattiin cccDNA bira ga’u kana booda Keemikaalotni kunniin pirootiniwwan cccDNA waliin jiran (Histones) irratti hojjetu. Adeemsa Acetylation fi Methylation pirootinii kanaa jijjiiruun, cccDNA bifa “Inactive” (cufamaa) akka ta’u godhu. Yeroo cccDNA’n cufamu, vaayirasichi ergaa (mRNA) dabarsuu hin danda’u; kunis oomisha vaayirasii haaraa fi HBsAg guutummaatti ni dhaaba. Haala kanaan gara Vaayrasiin gara Poozatiivii irraa gara negatiivii tti deebi’aa.
B. Direct Degradation (cccDNA Balleessuu) Keemikaalotni sirna seeliin of-qulqulleessu (Autophagy) kakaasu.
Degradation “cccDNA Bulbuluu fi Dhabamsiisuu” Qorichoonni uumamaa dandeettii cccDNA jiru suuta suutaan akka badu gochuu qabu.
Qorichoonni uumamaa enzayimoota qaama keenya keessa jiran kanneen akka APOBEC3 dammaqsu. Enzayimoonni kunniin kallattiin cccDNA nucleus keessa jiru irratti jijjiirama keemikaalaa fiduun akka inni “bulbulamu” (degradation) godhu.
Sirni kun seelii tiruu keessatti enzayimoota dammaqsa. Enzayimoonni kunniin kallattiin cccDNA handhuura seelii keessa jiru kukkutuun akka inni dhabamu (Degradation) godhu. Kun maashinii vaayrasii oomishu kukkutuun akka xuraawaatti seelii keessaa baasuu jechuudha.
Adeemsi kun kuusaa vaayirasichaa “Viral Reservoir” suuta suutaan qulqulleessuun fayyina waaraa fida.
Sirna ittisaa qaamaa deebisuu fi Vaayrasii qulqulleessuu:
Gaachana Doofomsaa” (HBsAg) Diiguu
Vaayirasichi geengoo duwwaa (Subviral particles) baay’inaan oomishee ittisa qaamaa gowwoomsa, Qorichoonni uumamaa tooftaa kana ni fashaleessu.
Qabiyyeewwan bio-aktiviin pirootinii HBsAg akka hin oomishamne ykn seelii tiruu keessaa gara dhiigaatti akka hin dhangala’ne ni dhorku.
Yommuu baay’inni HBsAg dhiiga keessatti xiqqaatu, ittisni qaamaa diina dhugaa (vaayirasicha) akka argu carraa kennaaf.
“Nuffii Ittisaa” Immune Exhaustion) Haaromsuu
Namni HBV kronikii qabu loltoonni isaa (T-cells) nuffanii rafu. Qorichoonni uumamaa akka “Immune Modulator” ta’uun:
T-cell Restoration gochuun Seelota T-cells nuffan sana dammaqsuun humna ittiin vaayirasicha ajjeesan deebisanii kennuuf.
Qaamni Interferon uumamaa akka oomishu kakaasuun, vaayirasichi seelii tokko irraa gara biraatti akka hin daddarbine ittisu.
Marsaa Obsa Ittisaa Cabsuu Immune Tolerance

Vaayirasichi akka waan “miseensa qaamaa” ta’etti of-fakkessuun qaama waliin nagaan jiraata. Qorichoonni uumamaa mallattoo “sobaa” (HBeAg) vaayirasichi ittiin of-dhoksu ni balleessu. Kuni
Sirna ittisaa dammaqina kennaafi “Breaking Tolerance” Yommuu mallattoon sobaa kun badu, ittisni qaamaa vaayirasicha akka “weerartuu” haaraatti argee haleellaa jalqaba. Kunis fayyina itti fufiinsa qabuuf bu’uura.
Akkuma beekamu, vaayirasiin HBV sirna ittisa qaamaa “obsa” (Immune Tolerance) keessa galchuun waggoota dheeraaf qubata. Namoota baay’ee kan sodaachisu, yeroo (Breaking Immune Tolerance) fi ittisni qaamaa yommuu dammaqu, loltoonni qaamaa (T-cells) seelota tiruu vaayirasichi keessa jiru yommuu haleelan miidhaa tiruu (Immune-mediated liver injury) uumuu danda’u kan jedhu Yoo ta’u. Haa ta’u malee, yaalli uumamaa madaalawaa ta’een miidhaa kana malee fayyina fida.
Iccitiin isaa qindoomina “Dual-Action strategy” jedhamu keessa jira. Qorichoonni uumamaa kunniin yeroo tokkotti waan sadii raawwatu: jalqaba, dandeettii vaayirasicha addaan baasanii ittisni qaamaa akka beeku godhu (Immunomodulation); lammaffaa, seelii tiruu akka gaachanaatti haguuganii miidhaa haleellaa irraa eegu (Hepatoprotection); sadaffaa immoo, seeliin tiruu osoo hin du’in keessa isaa akka qulqulleessu (Selective Autophagy) kakaasu.
Qorichoonni uumamaa kallaattiin sirna dadammaqsuu “Immune Booster” qofa miti dandeettii sirna ittisaa sirreessuu “Immunomodulation” qabu.Vaayirasicha Filannoo Haleeluu

Qorichoonni uumamaa qabiyyee Bioactive Compounds qaban kun akka qorichoota ammayyaa seelii tiruu diiganii vaayirasicha baasuuf hin yaalan.
Isaan kun sirna seeliin keessa isaa itti qulqulleessu (Autophagy) kakaasu. Seeliin tiruu osoo hin du’in, keessa isaatti vaayirasicha (cccDNA) bulbuluun akka “xuraawaatti” akka alaatti gatu godha. Seeliin tiruu ni qulqullaa’a malee hin diigamu. Kunis miidhaan (Immune damage) akka hin uumamne taasisa. loltoota hunda yeroo tikkotti hin dammaqsanuu Loltoonni kunniin vaayirasicha dhiisanii tiruu miidhuu danda’u.
Nuti jalqaba qoricha farra vaayrasii kennina yeroo vaayirasichi xiqqaate Kan sirna ittisaa kenninaa, akkasumas suuta suutaan yeroo dheeraa keessatti kennina malee wal faana hin kennamu.
Yeroo vaayirasichi baay’inaan jiru, yoo sirna ittisa qaamaa kakaafne, balaa qaba; sababiin isaas immune system’n vaayirasii baay’ee jiru irratti hatattamaan deebii kenne yoo ta’e, immune-mediated liver injury uumuu danda’a. Kanaaf, isin dursee HBV DNA viral load gadi buusuu, replication dhaabuu, HBsAg hamma isaa hir’isuun haala qaamaa tasgabbeessu barbaachisaadha.
Gaaffii biraa, “Anti-body Negative ta’ee ture gara Positive tti deebi’uu danda’aa?” jedhuuf deebiin isaa “Ee” dha. Kun saayinsii keessatti HBsAg Seroconversion jedhama.

Yommuu qorichi uumamaa pirootinii vaayirasichaa (HBsAg) dhiiga keessaa qulqulleessu, sirni ittisa qaamaa carraa argatee “Memory B-cells” dammaqsa. Kunis qaamni farra-vaayirasii (Anti-HBs) mataa isaa akka oomishu godha. Namni Anti-HBs Positive ta’e kun, ittisa dhibba keessaa dhibba amansiisaa ta’e uummateera jechuudha. kunis Osoo vaayirasichi nucleus seelii keessatti (cccDNA) dhokatee hafeyyee akka inni lammata deebi’ee hin sochoone (Epigenetic control) eega.
Qorichoonni uumamaa kunniin yeroo tokkotti waan sadii raawwatu:
Antiviral: Vaayirasicha ni rukutu.
Immunomodulatory: Ittisa qaamaa dammaqsu (Breaking Tolerance).
Hepatoprotective: Tiruu madaa irraa eegu (Protecting from immune flare).
Dawaan kun Tartiibn Inni dhibee kana ittiin Fayyisu
Jalaba: Baay’ina vaayirasii dhiigaa ni hir’isa.
Gidduu: Haguuggii HBsAg qulqulleessuun ittisa qaamaa dammaqsa.
Xumura hundee dhibee balleessa:
Maashinii cccDNA cufuun ykn dhabamsiisuun, dhiigni HBsAg Negative akka ta’u fi qaamni ittisa waaraa (Anti-HBs Positive) akka uummatu taasisa.
Dhibee kana irraa fayyuu jechuun maal jechuudha?
Saayinsii vaayrasii fi dhibee tiruu Hepaatoloojii keessatti Gabaabumatti, fayyina jechuun
dhukkubsataan yaala vaayrasii tiruu CBV booda Bu’aan HBsAg fi DNA HBV Negative ta’uu fi Anti-HBs (Positive) ta’uu fi (LFTs) gara idileetti deebi’uun dhibeen kun guutummaatti namni kun fayyina guutuu (clinical recovery fi immunized/protected) argachuu argisiisiisaa. Haala kana keessatti dhukkubsataan sodaa tokko malee jiraachuu danda’a.
Ha ta’u malee Yaala ammayyaa yeroo ammaa jiru keessatti Fayyina kana argachuun ulfaataadha! Dhukkubsattoonni guyyaa guyyaan qoricha fudhachuu qabu! Kunis turtii yeroo dheeraa booda dadhabbii fi miidhaa cinaa Qorichoota dabalataaf nama saaxiluu danda’a!.
Dhukkubsattoota 1,000 vaayiresii tiruu qabaniif yaaliiwwan ammayyaa yeroo kana hundarra gaarii fi cimaa ta’an yokan Qorichoota ammayyaa yeroo ammaa cimaa jedhaman fudhatanu 1000 keessaa nama tokko hanga 5 qofatu functional cure milkaa’uu danda’a!. Warri kaan guyyaa guyyaan dawaa fudhachuu qabu.
Dhibee kana irraa fayyina guutuu fi immunized protected Argachuuf Dawaan Aadaa wabii guutu qabu nu biratti argama.
Yaala Aadaa giddugalichaa haala kamiin bakka jurtanitti argachuun danda’ama?
• Namni tokko bakka jirutti yaala Aadaa nurraa argachuuf Hospitaala Naannon isaa jiru deemuun dursa Qorannoo Fayya gochuun bu’aa qorannoo Dhibee isaa ibsu sana suuraa sirriitti mul’atu dubbifamuu danda’u kaasee, karaa Whtsapp yokan Telegramiin nuuf Erguu qaba.
• Kunis Dhibee isaa ifatti beekuu fi yaala madaalawaa murteessuuf gargaarudha.
• Qorannoowwan barbaachisoo hunda karaa keenyaan gaggeessuunis ni danda’ama.
Bu’aa Qorannoo kana irratti hundaa’uun dhukkubsataa tokkoof bakka inni jirutti yaala madaalawaa kennuu dandeenya.
• Teessoon keenya
Oromiyaa Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaa fi Dirree Dawaa fikkf. Yaalaaf Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan qoricha feetan biyya keessaa fi alaa bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya. 🌍💊
Dhukkubsattoota Warra dhibee Vaayrasii tiruu Hepatitis B yaalamuu fedhaniif toora qunnamtii yokan lakkoofsi bilbilaa addaa qophaa’e 👉 091 033 3944 kanadha.
username Telegram kana tuqaa👇
• Dhukkuboota biroo Yaalamuuf yoo ta’e nu qunnamuuf lakkoofsa ilbilaa 👉0917535385 fayyadamuun nu qunnamuu dandeessu.
Haala kamiin Ogeeyyii Argachuu yokan tajaajiloota argachuun danda’ama?
• Kabajamtoota maamila keenya Nu qunnamuuf yokan tajaajila keenya Argachuuf Lakkoofsa bilbilaa keenya irratti Kallattiin Bilbiluu caalaa Qunnamtii saffisaaf
Lakkoofsa bilbilaa kanaan 0910333944 fi 0917535385 irratti WhatsApp fi Telegram irratti messege nuuf Erguu filatamaadha.
• Yeroo bilbiltanii Yoo deebii dhabdan! Karaa Whtsapp yokan Telegram yokan Dhimma keessan barreeffamaan karaa messege SMS kallattiin dhimma keessan Erguu dandeessu!. Akkasumas Deebii obsaan Eeggadhaa!.
Yeroo hojii:
Bilbilli keenya banaa kan ta’u, Guyyaa waaree booda sa’aatii 8 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 hanga sa’aatii 5tti yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.
Halkan Sa’aatii 5 booda bilbiluun hin danda’amu 📵
Email: info@qorichaoromiyaa.com
Official Facebook:
Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa “Follow” gochuu hin dagatinaa ✅