Yaala Vaayirasii Tiruu Hepatitis B / Dhibee Simbiraa Ilaalchisee Ibsa Bal’aa
Maalummaa Dhibichaa, Sirna Yaalaa, Dheerina Yaalaa, Gosa Dawaalee, Gatii Tajaajilaa fi Qorannoowwan Barbaachisan

Dhibeen Vaayirasii Tiruu Hepatitis B, kan hawaasa keessatti yeroo tokko tokko Dhibee Simbiraa jedhamee beekamu, yaalamee Fayyuun ni danda’ama. Yaala guutuu kan dhibee vaayirasii Tiruu Chronic Hepatitis B D fayyisuu danda’u nu biratti argachuu dandeessu.
Namni tokko dhibee kana nu biratti yaalamuu barbaadu kamiyyuu, osoo yaala hin jalqabin dura, maalummaa dhibichaa, haala yaala isaa, dheerina yeroo yaalaa, gosa qorichoota kennamanu, bu’aa Qorichoonni kun argamsiisanu fi gatii tajaajilaa sirriitti hubachuun baay’ee barbaachisaa dha.
Yaala Dhibee wal xaxaa kanaa keessatti wantoonni namoonni dursanii hubachuu qaban jiru, isaanis Dhibee kana yaalamuuf dursa wantoota kanneen Hubachuu qaba, isaanis, dheerina yaalaa yokan Dhibeen kun fayyuuf yeroo hanga kam barbaadaa? Yaala akkamiitu dhibee kanaaf kennama? Qorichoota gosa meeqa yaala kana keessatti hojiirra oola yokan Dawaalee gosa meeqa nama kanaaf kennama? Yaalli kunmaal irratti xiyyeeffata? dhibee kana irratti bu’aa akkamii argamsiisa kan jedhu sirriitti madaaluun hubachuun barbaachisaa dha.
Yaalli dhaabbanni keenya dhiyeessu kan akkamii ti? Haala kamiin dhiyaata?
Giddugalli Yaala Aadaa Oromiyaa dhukkuba Vaayirasii Tiruu Yeroo Dheeraa, Chronic Hepatitis B, irratti yaala fayyina guutuu fiduu irratti xiyyeeffatu dhiheessa. Yaalli kun dawaa tokko yookaan qorichoota muraasa qofa osoo hin taane, sirna yaalaa guutuu, tartiiba qabu, fi walitti hidhata cimaa qabuudha. Sirni yaalaa kun “Curative HBV Complete Herbal Therapy System™” jedhama.

Dawaaleen kunniin Vaayirasii kana guutummaatti fayyisuu kan danda’an yoo ta’u, isaan kun dawaa Aadaa salphaa osoo hin taanee, Qorichoonni Vaayirasii HBV Yaalan kunneen bifa Ammayyaa qulqullina isaa eeggateen qophaa’anidha.
Akkuma beekamu Dhibeen Vaayirasii Kun amala baayoloojii wal-xaxaa waan qabuuf, Qoricha tokkoon yeroo gabaabaa keessatti fayyuu hin danda’u. Dhukkubsataan tokko bu’aa gaarii argachuuf, Dhibee kana irraa fayyuuf dawaalee gosa garaagaraa, kan Kallaattii hedduudhaan hojjetan fudhachuu qaba.
Yaalli Vaayrasii kana haala kamiin gaggeeffama?

Dhibee kana yeroo yaallu Dawaalee farra vaayirasii fi sirna ittisa qaamaa deeggaran baay’inaan fayyadamna. Dawaalee sochii baayooloojii adda addaa qaban Tartiibaan kennama. Namni tokko guutummaatti fayyuuf haala Dhibee isaa fi deebii sirna ittisa qaamaa irratti hundaa’ee yaala yeroo dheeraa ji’a 6 hanga waggaa tokkoo gahuu danda’a.
Yaalli kun mallattoo Dhukkubaa qofa salphisuu yokan Vaayrasii gadi buusuuf qofa miti; Yaalli kun Kaayyoon isaa dhibee kana hundeedhaan qaama keessaa balleessuu fi qaama miidhamee deebisuu, sirna ittisa qaamaa dammaqsuu, Tiruu Dhibee kanaan miidhamte suphuu, fi hundee vaayrasii kanaa balleessuun nama kanaaf fayyina bu’uuraa fiduu dha.
Yaalli kun Dawaa Gosa Hedduu fi qindoomina viitaminoota, albuudotaa fi tooftaalee yaalaa dhibee kana karaa hundaan dhabamsiisuun fayyina Dhaabbataa ta’e Argamsiisuu danda’an dhukkubsataa kanaaf kennama. Yaala kana keessatti tajaajilli nama kanaaf kenamu kan dhukkuba too’atu osoo hin taane kan dhibicha dhabamsiisuu (Eradication) irratti xiyyeeffatu dha.
Yaalli kun dawaalee hedduu, gorsa soorataa, hordoffii, fi sirna yaalaa guutuu of keessaa qaba. Kanaaf Gatiin isaa 65,000 ETB dha..
Akkuma armaan olitti ibsame Yaalli Dhibee kanaa Dawaa gosa adda addaa gaafata, Yaalli namni kun fudhataa jiru, dawaa tokko qofaan hin daangeffamu Protocolii guutuu qaba. Dhukkubsataa kanaaf haala dhukkuba isaa irratti hundaa’ee madaalamee, qorichoonni itti fufiinsaan hanga inni fayyutti kennamaaf. Namni kun Ji’a ji’aan haalli isaa hordofama, Dawaaleen yeroo isaanii eeggatani gosa gosaan jijjiiramanii kennamuuf.
Yaala kana keessatti Sirna ittisa qaamaa ijaaruuf Viitaaminootaa fi Albuudonni ni dabalamu. Sirna ittisa qaamaa dammaqsuuf Dawaalee immune booster ni kennamu, kana malees dawaa Tiruu cimsuu fi haaromsu, dawaa Vaayirasii Ajjeesuu fi kkf of keessaa qaba. Kun hundi walitti ida’amee yaala guutuu jedhama.
Kanaafuu Namni kun Yaalli inni argate dawaa tokko qofa miti. Inni protokoolii yaalaa waan hunda of keessaa qabu fudhate, Protokooliin kun dawaalee gosa garaagaraa Of keessaa qaba. Namni kun Kaffaltiin inni raawwatu gatii dawaa tokkoo osoo hin taane, gatii protocolii yaalaa guutuu fudhataa tureeti jechuudha.

Dawaaleen kunnneen Jalqaba baay’ina vaayirasichaa dhiiga keessaa gadi buusuu (Viral Load Reduction), itti aansuun haguuggii isaa diiguu (HBsAg Clearance), itti Aansuun Seelii Tiruu miidhame deebisanii Ijaaruu tiruu ni suphu, dhumarratti dhibee kana madda isaa nucleus keessaa balleessuun, ittisa qaamaa waaraa (Anti-HBs Seroconversion) uumuun, akka qaamni vaayrasii kana lolu taasisu, akkasumas Qorichoonni kunnneen Molekulaaronni uumamaa qabiyyeewwan xixxiqqoo fi dandeettii seeliiwwan keessa lixanii darbuu (Permeability) ol’aanaa kan qabani dha. Seelii Tiruu keessa lixanii wiirtuu seelii tiruu Nucleus keessaa hundee dhibee kanaa (cccDNA reservoir) hojiin ala gochuun nama fayyina guutuu fi dhaabbataa ta’e “total systemic clearance” dhukkubsataa kanaaf mirkaneessuu, bifa Vaayirasichi Lammaffaa deebi’ee ka’uu hin dandeenyeen dhabamsiisini, fayyina dhaabbataa (durable cure) fi Eegumsa sirna ittisa qaamaa “full immunological protection” Dhukkubsataa kanaaf argamsiisu.
Dawaaleen Dhibee kanaa Qorannoo Fayyaa irratti hundaa’ee nama kamiifuu haala Dhibee isaatiin kennamuu danda’a.
Gidduu gala keenya keessatti dhibee kanaaf Filannoon yaalaa gosa baay’ee jira Kana armaan olitti ibsame, Yaala Waliigalaa, ykn Generalized / Standard Therapy dha. Akkasumas Yaalli dhuunfaatti Qophaa’u ykn “Personalized Therapy / Precision Therapy” jedhamus ni jira.
Yaalaaf Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan qoricha feetan biyya keessaa fi alaa bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya.
Bu’aa Qorannoo Fayyaa isaa irratti hundaa’uun dhukkubsataa tokkoof bakka inni jirutti yaala madaalawaa kennuu dandeenya.
Toora Qunnamtii
Dhukkubsattoota Warra dhibee Vaayrasii tiruu Hepatitis B yaalamuu fedhaniif toora qunnamtii yokan lakkoofsi bilbilaa addaa qophaa’e 👉 091 033 3944 kanadha.
WhatsApp irratti Ergaa barreeffamaan Nuuf Erguuf linkii kana tuqii 👇https://wa.me/251910333944
Akkasumas Telegram Irratti messege Nuuf Erguuf linkii kana fayyadamuu dandeessu👇http://t.me/HBV_oromiyaa10
Haala kamiin Ogeeyyii Argachuu yokan tajaajiloota argachuun danda’ama?
Kabajamtoota maamila keenya Nu qunnamuuf yokan tajaajila keenya Argachuuf Lakkoofsa bilbilaa keenya irratti Kallattiin hin Bilbilina! Lakkoofsa bilbilaa caqafama irratti karaa WhatsApp fi Telegram irratti messege nuuf Ergaa.
Dhimma keessan barreeffamaan karaa messege SMS kallattiin dhimma keessan Erguu dandeessu!. Akkasumas Ergaan waan baayyatuuf hanga Deebii isiniif kennamutti obsaan Eeggadhaa!.
Namni haaraan tokko bakka jirutti yaala argachuuf Hospitaala dhuunfaa yookaan hospitaala mootumma naannon isaa jiru, deemuun Qorannoowwan Fayyaa armaan gadii godhee bu’aa qorannoo isaa Suuraa kaasuun karaa Whtsapp yokan Telegramiin nuuf Erguu qaba:
Qorannoowwan Dursanii Gaggeeffaman:
🧫 1. Qorannoo Serooloojii (Serological Tests) HBsAg, fi HBeAg..
⚗️ 2. Qorannoo Haala Hojii Tiruu (Liver Function Tests – Inzaayimoota tiruu madaaluu hojii fi haala fayyaa tiruu sirriitti beekuuf.
🩻3. Qorannoo Ultrasound Tiruu (Abdominal Ultrasound) Size tiruu irratti jijjiiramni jiraachuu adda baasuu fi Tiruu irratti (fibrosis/cirrhosis) jiraachuu beekuuf.
🧬 4. Qorannoo baayyina Vaayirasii DNA (HBV DNA – Viral Load Test)
Qorannoo viroloojii ol’aanaa Sadarkaa vaayirasii HBV dhiiga keessa jiru (Viral Load) ifatti beekuu fi yaala madaalawaa murteessuuf gargaaruu fi barbaachisudha.
Bu’aa Qorannoo kana irratti hundaa’uun dhukkubsataa tokkoof bakka inni jirutti yaala madaalawaa Erguufi ni dandeenya…




