Wantoota namni HBV qabu of eeggannoo gochuu qabu

Dhukkubni tiruu B dhukkuboota yeroo dheeraadhaaf turanii fi of eeggannoodhaan hordoffii barbaadan keessaa tokko ta’ee fudhatama. Dhukkubni kun dhukkuba dafee nama ajjeesu osoo hin taane, dhukkuba callisaa taa’ee carraa eegudha, Balaan isaa sochii vaayirasichi tiruu keessatti godhuun qofa osoo hin taane, dhukkubsataan dhukkuboota yeroo dheeraa biroo kan yaala yeroo dheeraa barbaadaniin yeroo qabamu rakkoo dabalataaf saaxilama! Of eeggannoo gochuun yeroo kana kalaqaba!.

Dhukkuba kana tuffachuu ykn of eeggannoo malee deemuun dhukkubni callisaa ta’e kun torban muraasa keessatti gara bineensa hamaa tiruu haleeluu fi balleessutti jijjiiramuu danda’a.

Sababoonni vaayirasicha kakaasanii fi tiruu dadhabsiisan yeroo dhukkubsataa mudatan dhibee kun tasa gara dhukkuba sochii cimaa qabuu fi balaafamaa ta’etti jijjiirama! Wantootni garagaraa kan Dhukkuba kana haala tasgabbaa’aa irraa gara haala lubbuu namaa balaa irra buusutti geessanu ni jiru!.

Sababootaa fi wantoota of eeggannoo cimaa barbaadan kan carraa balaa dabalan kanneen armaan gadii kanadha:

1 𝗦𝗶𝗿𝗻𝗶 𝗶𝘁𝘁𝗶𝘀𝗮 𝗾𝗮𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 (𝗜𝗺𝗺𝘂𝗻𝗲 𝗦𝘂𝗽𝗽𝗿𝗲𝘀𝘀𝗶𝗼𝗻):

Wantoota ciccimoo vaayrasii HBV akka hammaatu taasisan keessaa tokko dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa hir’achuudha.

Dadhabbiin ittisaa Kunis haalawwan armaan gadii keessatti uumamuu danda’a:

Qorichoota ittisa qaamaa ukkaamsan kan akka: Kortikoostirooyidii, Meetotreeksaayitii, Saayikiloospoorin, Rituximab fi

KeemootiraapPii dhukkuba kaansariif yeroo dheeraa fudhachuu.

👉 Dhukkubsataan Infeekshinii HIV fi dhukkuba dhiigaa yeroo dheeraan (HIV co-infection) qabamuu.

👉 Dhiphina qaamaa ykn sammuu yeroo dheeraa kan hormoonii kortisoolii ol kaasu fi deebii ittisa qaamaa laaffisuun qabamu..

👉Infekshinii yeroo gabaabaa kan akka busaa, taayifooyidii fi kkf irra deebi’ee namatti dhufu.

👉Yeroo qoricha immunosuppressive kan akka corticosteroids ykn chemotherapy fayyadamnu.

Kana booda Yeroo dandeettiin dhukkuba ofirraa ittisuu dadhabu sochiin limfoosaayitii T vaayirasicha hordofuuf itti gaafatamummaa qaban hir’achuun HBV tiruu keessatti akka baay’atu taasisa.

Baay’inni kun sadarkaa inzaayimii tiruu (ALT fi AST) akka olka’uu fi inflammation sochii cimaa kan seelii Tiruu irratti miidhaa saffisaan geessisu ni uummama.

 𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗻𝗳𝗲𝗲𝗸𝘀𝗵𝗶𝗻𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗛𝗗𝗩, 𝗛𝗖𝗩, 𝗛𝗜𝗩, 𝘆𝗸𝗻 𝗜𝗻𝗳𝗲𝗲𝗸𝘀𝗵𝗶𝗻𝗶𝗶 𝗖𝗶𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗸𝗸𝗳 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗺𝘂:

Coinfections wantoota hamaa dhukkuba tiruu yeroo dheeraa (CHB) haala tiruu miidhutti jijjiiran keessaa isa tokkodha.

Coinfection jechuun dhukkubsataan tokko yeroo tokkotti vaayirasoota biroo kan akka vaayirasii tiruu D (HDV), vaayirasii tiruu (HCV), vaayirasii hir’ina dandeettii dhukkuba ittisuu namaa (HIV) ykn infekshinii cimaa fi yeroo gabaabaa kan akka busaa, taayifooyidii ykn infekshinii baakteeriyaa sirnaatiin irra deddeebiin yokan yeroo dheeraan qabamuu jechuudha.

🦠 Infeekshinii cimaa vaayirasii hin taane (kan akka busaa ykn taayifooyidii)

Keessumaa qorichi humna guddaa qabu yeroo itti fayyadaman dandeettii qaamaa fi tiruu irratti dhiphina cimaa fidu. Haala kana keessatti tiruu hojii isaatiin garmalee jeeqama summiin kuufamuu fi dandeettii tiruu dadhabaa waan ta’eef HBVn akka deebi’ee wal horuu fi baayyatu karaa saaqa.

Dhukkubsataan vaayrasii hepatitis B yeroo dheeraa qabu tokko dhukkuboota biroo dabalataa kan akka dhukkuba busaa/wobaa fi taayifooyidii ykn infuleenzaa fi mataa bowwuu cimaa fi kkf yeroo qabamu Qorichoota beekamoo

Ogeessa fayyaan ajajamanii fi kan ajaja ogeessaan ala faarmaasii irraa bitamanu kan akka paarstaamoolii fi daayikooloo fi kkf mataa bowwuudhaaf yokan dhimma biroof jedhee fayyadama akkasumas qorichoota biroo dhukkuba busaatii fi kkf fayyadamuun isaa hin oolu yeroo kanatti tiruun duraanuu vaayrasii badhatee jiru carraan miidhaaf caalaatti saaxilamuu isaa ni dabala! Sababni isaas qorichootni dhukkuboota yaaluuf oolanu irra caalaan isaanii sirna inzaayimii saayitookiroomii P450 fayyadamuun meetaaboliizimiidhaaf tiruu keessa darbu waan ta’eef carraa summii tiruu dabaluu danda’a! Kun bakka of eeggannoo cimaa barbaachisudha!.

Kanaafuu Utuu dhibee kanaan qabamtee jirtu Infeekshiniin dabalata kan akka busaa fi taayifooyidii ykn dhukkuba biroo kamiyyuu yeroo si mudatan of eeggannoo cimaa gochuu fi to’annoo ogeessa fayyaa jalatti yoo hin yaalamne qorichootni dhibee kanaaf fayyadamtu dandeettii Tiruu fi sirna ittisaa dadhabsiisuun vaayrasii HBV humna akka qabaatu gochuuf gahee olaanaa qaba waan ta’eef of eeggannoo cimaa barbaachisaadha! Inumaayyu yeroo tokko tokko dhibee kanaa wajjiin jiraachuu kan nama sodaachisu yeroo dhibeen dabalataa si mudate Vaayirasichi carraa kanatti fayyadamuub gara biraatti ce’uu danda’a waan ta’eef of eeggannoo guddaa barbaachisaa dha!.

Fayyaa taate jiraachuuf Qoricha fudhachuu qofti gahaa miti Akkaataa tiruu kee itti eegdu irratti hubannoo bal’aa qabaachuu qabda. Kunis nyaata madaalawaa irraa kaasee wantoota hedduu of keessatti qubata.

𝗗𝗵𝘂𝗴𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗹𝗸𝗼𝗼𝗹𝗶𝗶 𝗞𝗮𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗮𝗿𝗮𝗾𝗲𝗲, 𝗱𝗮𝗮𝗱𝗵𝗶𝗶, 𝗯𝗶𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗸𝗸𝗳 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂:

Alkooliin Yeroo meetaabolii ta’u aseetaldehaydii kan uumu yoo ta’u, kunis kallattiin seelii Tiruu irratti summii kan ta’ee fi dhiibbaa oksijiinii fi miidhaa dallaa seelii Tiruu balleessu fida.

Yeroo kana tiruum inflammation dachaa (vaayirasii + alkoolii) tiin miidhamu dandamachuun ba’aa ta’a.

Namni Vaayireesii kana qabu Alkoolii yeroo dhugu Tiruun isaa ni dadhaba qaamni isaa vaayirasichaan akka injafatamu Taasisii baayyina Vaayireesii Viralodii isaa Saffisaan ol dabala kunis:

👉 Carraan vaayrasii kun gara madaayuu tiruu sirroosii tti guddachuu dachaa 3n dabalaa deema.

👉 Carraa Kaansarii Tiruu (HCC) Qabamuu dachaa 10 ol dabala.

Namni Vaayireesii Tiruu Hepatitis B qabu yoo dhugaatii Alkoolii fayyadama ta’e ofiin of ajjee”saa jiraachuu isaa beekuu qaba!.

Akkasumas Furdina yokaan Gabbina qaamaa humnaa Olii (Obesity) furdinni humnaa Olii fi Dhukkuba cooma tiruu (NAFLD/NASH), fi Dhukkuba Sukkaaraa — kun vaayrasii HBV

Yeroo Dheeraa Waliin yoo uumame of eeggannoo cimaa gochuu fi yaala sirnaan hordofuu barbaachisaadha.

 

𝗷𝗶𝗺𝗮𝗮/𝗖𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗕𝗮𝗮𝘆𝘆𝗶𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗮𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗱𝗵𝘂𝗸𝗸𝘂𝗯𝗻𝗶 𝘃𝗮𝗮𝘆𝗿𝗮𝘀𝗶𝗶 𝗛𝗕𝗩 𝗰𝗶𝗺𝘂𝘂 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝘂𝘂 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮’𝗮:.

Jimaan kallattiin tiruu yokan kalee

Irratti miidhaa tokko hin qabu, garuu yeroo kana akka inni saffisaan margu yokan gyddatuuf jecha keemikaalaa fi Qorichoota adda addaa itti biifama!

Jimaa keemikaalli irratti biifame fayyadamuun Summii cimaa qaama namaa keessatti Uuma

Summiin kuniis Yeroo qaama namaa keessatti kuufame dhukkuboota Ciccimoo Yeroo dheeraa (Chronic Diseases) nama saaxila! Tiruu fi kalee irratti miidhaa guddaa Uuma, dhukkuba Vaayireesii Tiruu nama irratti hammeessa. Carraa dhukkuba kaansariin qabamuu yokan (Cancer Risks) guddisaa!

Akkasumas halkan halkan yeroo hunda jimaa fayyadamuun rakkoo hirriiba dhabuuf nama saaxila kunis kallattiin tiruu dadhabsiisa! Irraa of eeggannoo gochuun dirqama yokan guyyaa guyyaa qofa fayyadamuu qabdu.

𝗤𝗼𝗿𝗶𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘀𝘂𝗺𝗺𝗶𝗶 𝘁𝗶𝗿𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗮𝘆𝘆𝗶𝘀𝗮𝗻𝗶 𝘁𝘂𝗿𝘂𝘂𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝘂 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗯𝗮𝗹𝗯𝗮𝗹𝗮 𝘃𝗮𝗮𝘆𝗶𝗿𝗮𝘀𝗶𝗰𝗵𝗮𝗮𝗳 𝗯𝗮𝗻𝗮 (𝗛𝗲𝗽𝗮𝘁𝗼𝘁𝗼𝘅𝗶𝗰 𝗱𝗿𝘂𝗴𝘀):

Qorichootni keemikaalota kallattiinis ta’e al-kallattiin seelii Tiruu (hepatocytes) miidhanidha.

Dhukkubsataan dhukkuba tiruu yeroo dheeraa (CHB) qabu yeroo qorichoota itti fayyadamu of hin eeggatu taanaan balaan ni dabala:

Qorichoota dhukkubbii tasgabbeesaanu yokan”Analgesics” garmalee baayyinaan fayyadamuu Qorichootni ajaja ogeessa fayyaa malee dhukkubbii garaagaraa Salphisuuf yokan dhukkubbii dhaabuuf tajaajilan “NSAID” Baayyinaan Fayyadamuun tiruu dadhabsiisa Carraa Turuun vaayirasichaan miidhamuu guddusa

Qorichoota dhukkubbii Tasgabbeesaanu jechuun, Qorichoota Namoonni Yeroo baayyee wantoota akka Mataa Bowwuu yokan dhukkubbii mataa fi Utaalloo, Qufaa, dhukkuboota Qorraa fi kkf Ajaja Odeeysaan Ala Faarmaasii irraa bitanii fayyadamnu jechuudha, Fakkeenyaaf qorichoota kanneen kan akka Ibuprofen, Diclofenac, Naproxen kan daayikiloo, Phaaraastaamolii -Paracetamol fi kkf jechuudha.

𝗤𝗼𝗿𝗶𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗔𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗿 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗮𝗺𝗮𝗻 𝗾𝗼𝗿𝗶𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗕𝗮𝗮𝗹𝗮 𝗺𝘂𝗸𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗼’𝗮𝘁𝗮𝗺𝗻𝗲 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂:

Qorichootni aadaa faayidaa guddaa qabaachuu danda’u, garuu bu’a qabeessummaan isaanii nama isaan kennu fi beekumsa saayinsii namicha qoricha kana kennuu irratti hundaa’a. Beekumsa gahaa malee yoo itti fayyadamne faayidaan isaa gara miidhaatti jijjiiramee sochii vaayirasichaa dabaluu fi tiruu rakkoo hamaaf saaxiluu danda’a.

Ogeessa beekumsa hin qabne irraa qorichoota baala mukaa hin to’atamne kana fayyadaman, keessumaa yoo dhukkubni cirrhosis duraan yoo jiraate ykn hojiin tiruu dadhabaa ta’e jiraate, akka tasaa dhukkuba tiruu hamaaf saaxilamu.

💡 Qoricha aadaa fayyadamuun dura Qabiyyee fi madda isaa mirkaneessuu d fi ogeessa fayyaa mariisistan malee oomisha uumamaa kamiyyuu hin fudhatinaa.

Baala hin beekamne ykn kanneen gabaa beekamaa keessatti gurguraman hayyama ykn qorannoo laabraatoorii malee fayyadamuu irraa of qusadhaa.

Yeroo oomisha baala mukaa kamiyyuu fayyadamnu hojii tiruu hordofuun barbaachisaa!.

𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗮 𝗛𝗮𝗿𝗸𝗶𝗳𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 — 𝗕𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗖𝗮𝗹𝗹𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗗𝗵𝘂𝗸𝗸𝘂𝗯𝗮 𝗧𝗶𝗿𝘂𝘂 𝗕 𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗗𝗵𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮𝗳 𝗞𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗮𝗾𝘂 𝗱𝗵𝗮:

Dhukkubsataa dhukkuba tiruu yeroo dheeraa B (CHB) qabu tuffachuun sababoota dhukkubni kun gara haala vaayrasii sochii qabuu fi tiruu miidhutti akka ce’u taasisan keessaa isa tokkodha.

Namoonni hedduun waa’ee dhibee kanaa hubannoo gahaa dhabuu fi sababa inni mallattoo dhukkubbii mul’atu hin qabneef yeroo vaayiresii HBV kana qabda jedhameen dhukkubicha tuffachuu irraa kan ka’e yeroo yeroon qorannoo fi yaala hin godhanu! Dhukkubichaa wajjin callisanii jiraachuu filatu! Garuu dhukkubni kun guyyaa guyyaan humna isaa cimsataa deemaa jira! gara sadarkaatoa’annoo jela Galchuun hin dandayamne bira gahuu danda’a! Vaayiresichi dhukkubsataa osoo hin akeekkachiisin miidhaa itti fufiinsa qabu geessisuun dhumarratti rakkoolee ciccimoo kan akka cirrhosis fi kan akka kaansarii tiruu fida.

Dhukkubsattoonni hedduun alaan fayyaa guutuu fakkaatu — garuu vaayirasichi keessaan tiruu irratti miidhaa bifa callisaa ta’een (silent liver damage) gaggeessaa jira.

Mallattoon dhukkuba kanaa malluchuu dhabuun vaayirasichi sochii hin qabu ykn miidhaa hin qabu jechuu miti! Faallaa kanaatiin Wantoota dhibee kana hamaa taasisan keessaa tokkoffaan vaayirasichi callisuu fi dhokatu isaati! Yeroo callisu kana keessatti vaayirasichi tartiibaan seelii Tiruu hepatocyte tiruu miidhuu itti fufa, dhuma irratti rakkoolee ciccimoo fi lubbuu namaa balaadhaaf saaxilan kanneen akka cirrhosis fi kaansarii Tiruu fida.

Hireen tiruu keetii fi qulqullinni jireenya kee fuuldura jiru to’achuun harra harka keessa jira jira! Amma carraa qabda yeroo kanatti jabaadhu tarkaanfii fudhadhu!.

Vaayirasiin kun humna ittiin si to’atu kan qabaatu yoo ati yaala hordofuu dhiistee fi qorannoo tuffachuudhaan akkaataa jireenyaa kee keessatti gorsa ogeessa fayyaa tuffachuudhaan yoo deemte gaafas vaayirasichi akka si injifatu hayyamtee jirta!.

Dhukkubni tiruu Hepatitis B dhokataa fi callisaa dha. Mallattoon dhukkubbii dhabuun, miidhaan hin jiru jechuu miti — inni dhokatee suuta suutaan tiruu barbadeessa.

Vaayrasii kiyya baayyinni isaa xiqqaadha jettee hin abdatin! Miidhaan HBVn qabu Vaayirasiin baayyachuu qofaan kan daangeffame miti; infekshinii yeroo dheeraa irraa eegalee taateewwan inflammatory, immunological fi jeneetikii walitti hidhaman kanneen suuta suutaan manca’iinsa tiruu yeroo dheeraa fi rakkoolee lubbuu namaa balaa irra buusanii fi gara ciccituu fi madaayuu tiruu fibrosis, cirrhosis fi dhuma irratti kaansarii kaleetti tiruu HCC tti fida.

Hireen tiruu keetii fi qulqullinni jireenya kee fuuldura jiru to’achuun harra harka keessa jira jira! Amma carraa qabda yeroo kanatti jabaadhu tarkaanfii fudhadhu!.

Akka ogeessa fayyaatti ergaan ani isiniif kennu fayyaa ofii keessaniif itti gaafatamummaa fudhachuudha.

Wantoonni gochuu qabdu jedhame kun hundinuu harra to’annaa keessan jala kan jiran yoo ta’u, tarkaanfiin gaariin ati fudhattu hundi tiruu kee fi jireenya keetiif gaachana eegumsa dhugaati.

Qoricha fudhachuu qofti gahaa miti akkuma armaan olitti ibsame Akkaataa hedduu keessatti tiruu eeguu fi hubannoo bal’aa qabaachuu qabda. Kunis nyaata madaalawaa pirootiinii fi vaayitaamiin badhaadhe hordofuu, alkoolii irraa guutummaatti of qusachuu qoricha summii tiruu fidanu irraa fagaachuu! Qorichoota fudhattan kamiyyuu karaa ogeessa fayyaan hordofuu, jireenya fayya qabeessa ta’ee fi sochii qaamaa yeroo hunda gochuu fi hirriba gahaa qabaachuu fi dhiphina yaaddoo dhiisuu of to’achuu dabalatee waan hundumaa sirnaan yoo raawwattu wanti sirra ga’u hin jiraatu.

Dhukkubni vaayiresii tiruu yokan dhukkuba Simbiraa Hepatitis B (HBV) gara kaansarii tiruu tti, hin guddanne taanaan sadarkaa hunda irratti guutummaan guutuutti fayyuu danda’a, hangi Vaayiresii viral load isaa guddaa ta’us xiqqaa ta’us ni fayya. Dhukkubni tiruu Hepatitis B dhokataa fi callisaa dha. Mallattoon dhukkubbii dhabuun, miidhaan hin jiru jechuu miti — inni dhokatee suuta suutaan tiruu barbadeessa.

Qorannoo fayyaa tiruu yeroo yeroon godhachuun fayyaa ofii eeguuf murteessaadha.

Yoo feetan qorichoota vaayrasii HBV fayyisuun yaaddoo fi sodaa kana hunda irraa bilisa isin taasisu kan waabii guutuu qabu argachuu dandeessu!100%.

 

Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti, dhukkubsattoonni dhibee HBV yeroo dheeraa qaban, qorichoota uumamaa kan bu’uura Pharmacognosy fi saayinsii qoricha uumamaa irratti hundaa’e fayyadamanii ji’a 6 hanga 9 tti yaalamaa turan. Yeroo yaaliin isaanii xumuramu, bu’aawwan laaboraatorii fi saayinsaawaa haala armaan gadiin argamani:

HBsAg: Negative

HBV DNA PCR: Undetectable

Anti-HBs: Positive (>500 IU/L)

HBeAg: Negative

Anti-HBe: Positive

Liver Function Tests (ALT, AST, ALP, Bilirubin, Albumin): Within normal range

Bu’aawwan qorannoo fi laaboraatorii armaan olitti tarreeffaman, akka saayinsii Hepatology, Virology, Molecular Biology, fi Immunology tti, fayyina dhugaa (True Recovery) fi fayyina dhaabbata (Sustained Functional Cure) ta’uu mirkaneessu.

Bu’aan qorannoo dhukkubsatoota kanaa hiikini isaa :

HBsAg negaatiivii ta’uun isaa antijeen gubbaa vaayrasii HBV dhiiga keessaa baduu fi sochiin vaayirasii mul’atu tokkollee akka hin jirre agarsiisa.

Qorannoon HBV DNA PCR bu’aa “Undetectable” ta’uun kunis vaayirasichi qaama keessaa guutummaatti baay’achuu akka dhaabe ragaa murteessaadha.

Anti-HBs >500 IU/L ta’uun

Bu’aa sadarkaan baay’ee ol’aanaa ta’e guddina ittisa qaamaa cimaa, yeroo dheeraa turuu kan qaamni gara fuulduraatti vaayirasichaan akka hin qabamne kan eegu calaqqisiisa.

 

HBeAg negative fi Anti-HBe positive

ta’uun vaayirasichii dhiiga keessa akka hin jirree fi sochii akka hin qabne sirni ittisa qaamaa guutummaatti akka vaayrasii HBV injifate agarsiisa.

Qorannoon dalagaa tiruu (ALT, AST, ALP, Bilirubin, Albumin) hundi isaanii daangaa idilee keessa jiraachuun seelonni tiruu fayyaa ta’uu isaanii fi gahumsa olaanaadhaan inflammation ykn miidhaa tokko malee hojjechuu isaanii agarsiisa.

Haalli kun fayyina dhugaa (sterilizing-like recovery) kan jedhamu agarsiisa, jechuun vaayiresichi guutummaatti dhabamee, tiruu fi sirna ittisa qaamaa fayyina guutuu argate dha. Dhukkubsataan kun qoricha umrii guutuu fudhachuu hin barbaachisu; fayyaa guutuu fi tasgabbii qaamaa fi samuu tiin jiraachuu ni danda’a.

Akka qorannoo saayinsaawaa fi kilinikaalaa tti, namoota haala kana fayyan (%99 ol) vaayiresichi lammaffaa hin deebi’u, jireenya idilee fayyaa guutuun ni jiraatu.

Gabaabumatti, bu’aawwan kun dhukkubsataan kun dhukkuba tiruu B irraa haala bu’a qabeessa ta’een akka fayyuu agarsiisa.

Akkaataa Hojii Qorichoota Uumamaa

Qorichoonni aadaan kun kallatti tokko qofaan osoo hin taane kallatti garaagaraan hojjetu; faayidaalee isaanii keessaa antiviral, immunomodulatory, fi hepatoprotective yoo ta’u.

Bu’aa dachaa 3n anaan qorichoonni kun karaa malawwan walitti makamaaa hedduu kanaan kuufama vaayirasichaa cccDNA hepatocytes keessatti argamuu fi

antijeenota dhiigaa keessatti argaman irratti haala bu’a qabeessa ta’een xiyyeeffatee sirna ittisa qaamaa (immune system) waliin qindoominaan hojjachuun vaayiresicha dhabamsiisa.

Qorichoonni farra-vaayirasii uumamaa (Herbal Antiviral Therapy) fayyina guutuu fidu. Replication vaayiresii (HBV DNA replication) fi antijeenota hunda qulqulleessuun kuufama vaayiresii tiruu keessaa dhabamsiisu; kunis vaayiresichi akka deebi’ee hin kaane taasisuun fayyina guutuu (Complete Cure) argamsiisa.

Qorannoo, Dozii fi Nageenya Qorichoota

Qorichoonni nuti ittiin dhukkubsataa yaallu bifa organic ta’een qophaa’u; garuu bu’uura saayinsii Pharmacognosy irratti hundaa’e. Doozii isaa sirnaan madaalamee, faayidaa isaa fi mala itti fayyadamni hundi qorannoo saayinsaawaa irratti hundaa’a.

Qorichoonni kun fayyaa namaa irratti akka miidhaa hin fidne mirkaneessuuf Qorannoo fi xiinxala saayinsaawaan qorichoota uumaamaa keessaa kan summii hin qabne fi nagenya guutuu qaban qofa filannee fayyadamna.

Buufata fayyaa keenya keessatti, Qorichoota Uummamaa bifa saayinsawaa ta’een Oomishaman fayyadamuun dhukkuboota biroo hedduuf wal’aansa uumamaa ni kennina.

Yaalaaf Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan qoricha feetan biyya keessaa fi alaa bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya. 🌍💊

📞 Warra dhibee tiruu Hepatitis B qofaaf lakkoofsi bilbilaa addaa qophaa’e kana

👉 091 033 3944

Dhukkuboota biroo yoo lakkoofsa ilbilaa

👉0917535385 fayyadamuun nu qunnamuu dandeessu.

Kallattiin Bilbiluu caalaa Qunnamtii saffisaaf

Lakkoofsa bilbilaa kanaan 0917535385 fi 0910333944 WhatsApp fi Telegram irratti messege nuuf Erguu gaariidha.

Komii Yeroo Hedduu dhagayeenyu keeysaa, inni guddaan bilbila hin kaastanu kan jedhu yoo ta’u, Komii keessan ni fudhannaa! Garuu Kallattiin qunnamtii kan biraa jira waan ta’eef sana fayyadamuun gaaridha!

Yeroo bilbiltanii Yoo deebii dhabdan! Dhimma keessan barreeffamaan messege SIMS nuuf Ergaa. Karaa Whtsapp yokan Telegram yokan immo messege Bilbilaa kallattiin dhimma keessan Erguu dandeessu!.

Bilbilli keenya banaa kan ta’u, Guyyaa waaree booda sa’aatii 8 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 hanga sa’aatii 5tti yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.

Halkan Sa’aatii 5 booda bilbiluun hin danda’amu 📵

 

 

 


 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *