Dhukkubni vaayiresii tiruu yokan dhukkuba Simbiraa Hepatitis B (HBV) kan mana yaalaatti hin fayyu jedhamu sun! gara kaansarii tiruu tti, hin guddanne taanaan sadarkaa hunda irratti guutummaan guutuutti fayyuu danda’a, hangi Vaayiresii viral load isaa guddaa ta’us xiqqaa ta’us ni fayya.
Namoonni hedduun mana yaalaa deemanii yeroo “Hepatitis B qabda” jedhame, abdii kutachuu, “Yeroom du’a kootii dhihaateera” jedhanii yaaduu fi sodaa guddaa keessa galu! Kunis Namoonni baay’een karaa ogeessota fayyaan “dhukkuba kana irraa fayyuun hin danda’amu” yokan “Qorichi isaa hin jiru” jedhamuun waan sodaachisaniif sodaa guddaa fi abdi kutannaa keessa galu. sababoota sodaa keessaa tokko Odeeffannoo fi Hubannoo Dogoggoraa argachuu dha!
Jechi Hawaasa biratti barame kan ” dhukkubni hepatitis B dhukkuba fayyuu hin dandeenyedha” jedhu Qoricha ammayyaa irratti qofa hojjeta. Malee qorichi Uumamaa kan saayinsii fi muuxannoo kilinikaa yeroo dheeraan deeggaramee qophaa’e dhukkubsattoota hedduuf kennamee yaalii booda bu’aan laabraatoorii argame vaayirasichi irraa fayyuu fi dhabamsiisuun akka danda’amu mirkaneessee jira. Kun falmiin miiraa qofaa miti dhugaa yaalaa ragaa kilinikaa fi bu’aa qorannoo laabraatoorii irra deddeebiin taasifameen kan mirkanaa’edha.
Barreeffama kana keessatti odeeffannoo guutuu argatta obsaan dubbisi…..
➖➖
◾Dhukkuba vaayirasii tiruu yokan Hepatitis B jechuun dhukkuba daddarbaa fi callisaa dhokataa ta’e kan utuu hin mul’anne tiruu irratti miidhaa geessisu yoo ta’u vaayireesii HBV jedhamu irraa kan dhufu dha. Vaayiresiin kun seelota tiruu (hepatocytes) keessa seenuun of dhoksee tiruu keessatti wal hora. Kunis dhawaataan hojii tiruu dadhabsiisuu fi (inflammation) uumuun seelota tiruu balleessa.
Vaayiresii tiruu miidhu kun maatii yokan Family Hepadnaviridae keessatti ramadama.
Waggaatti Namoonni haaraan miliyoona 1.2 ol ta’an Hepatitis B fi C dhaaf saaxilamu.
Kanneen keessaa baay’een isaanii yeroo gabaabaa keessatti utuu dawaa hin fudhanne fayyuu danda’u keessattuu Acute Hepatitis B yoo ta’e ofumaan ji’a 6 keessatti namarraa baduu danda’a garuu namoota dhibbeentaa 10 irratti gara chronic infection tti ce’a waan ta’eef vaayiresiin kun yoo hin yaalamne umrii guutu wajjin jirata!.
Akka dhaabbileen fayyaa akka WHO fi CDC akka gabaasanitti, addunyaa irratti Yeroo kana Namoonni miiliyoona 296 ol ta’an Vaayiresii tiruu yeroo dheeraa (Chronic Hepatitis B) waliin jiraatu. Waggaatti namoonni miiliyoona 1.3 ol sababa miidhaa tiruu kan akka ciccituu fi madaayuu tiruu yokan cirrhosis fi fibrosis kanserii tiruun ce’uun lubbuu isaanii dhabu!.
Dhaabbanni fayyaa WHO’n akka jedhutti, yeroo ammaa guutummaa addunyaa irratti du’a miliyoona~1.3 vaayiresii tiruun mudatu keessaa 83% hepatitis B waliin wal qabata. Kunis dhukkuboota xiyyeeffannoo guddaa barbaadan keessaa tokko isa taasise jira.
Qorichi Ammayyaa Sadarkaa vaayiresii kam irratti kennama?
Namoonni qorannoo dhiigaa godhan doktoroonni laaboraatoriin ilaalani “vaayiresiin tiruu dhiigakee keessatti argameera” garuu yeroof yaala sin barbaachisu jedhu Kana jechuun ati yeroo ammaa vaayiresii Hepatitis Bn qabamtee jirta garuu baay’inni vaayiresii (HBV DNA) gadi aanaa dha! akkasumas fayyaa fi hojii tiruu irratti sadarkaa miidhaa geessisu hin geenye Sadarkaa kanatti vaayiresiin sun jiraatus sadarkaa tiruu (liver) miidhuutti hin ceene jechuudha!.
Akka yaala ammayyaatti Namoonni vaayiresiin isaanii viraloodiin xiqqaa ta’e, tiruun isaanii miidhaa hin qabne, fi mallattoon dhukkubaa irratti hin mul’anne qorichi farra vaayiresii hin kennamuufi kuni sababoota lama qaba:
◾Sababni tokkoffaan:
Qorichootni Ammayyaa kun hanga baayyina vaayiresii hirrisuuf malee dhibee kana fayyisuuf miti waan ta’eef yoo vaayiresiin xiqqaa ta’e waan kennamuuf hin qabu! hanga baayyatutti Eeguun dirqama.
◾Sababni Lammaffaan:
Qorichi ammayyaa kan dhibee Kanaaf kennamu (antiviral) baay’ee cimaa fi yeroo dheeraaf fudhatamuu Yoo ta’u, yeroo hin barbaachisneetti yoo kenname yokan utuu vaayrasii hin guddatin fudhatame miidhaa fiduu danda’a kanaaf Dhaabbaleen fayyaa addunyaa WHO fi CDCn fi kkf akka murteessanitti Qorichootni Ammayyaa kan akka: (TDF) (TAF) fi Entecavir (ETV) Qorichootni Ammayyaa kun namoota vaayiresiin isaanii heddumaate yokan HBV DNA olaanaa ta’ee fi tiruu miidhamuuf gahe qofaaf kennama kaayyoon Qorichoota kanaa Hanga vaayiresichaa xiqqeessuu fi dhibee hamaa akka hin uumne ittisuuf qofaaf malee dhibee kana fayyisuuf miti waan ta’eef hanga dhibeen sitti hammaatu tti siif hin kennamuu!.
➡ Qorichootni ammayyaa (antiviral drugs) dhukkubsataa irraa mallattoo fi rakkoo tiruu ittisuu fi Vaayiresicha akka hin baay’anne ittisuu viraloodii HBV DNA xiqqeessuu fi miidhaa dabalataa kan akka Carraa Kaansarii tiruu HCC qabamuu hir’isuuf gargaara, garuu vaayiresiin kun dhiiga keessa ni jiraata.
Akkuma armaan olitti ibsame jalqabuma Qorichootni Ammayyaa Antiviral Drugs → Viral control qofaaf hojjetame yookan kaayyoo dhibee kana too’achuu qofaaf qophaa’e waan ta’eef kanaaf fayyisuu hin danda’u!.
Sababni Qorichootni Ammayyaa dhibee kana fayyisuu hin dandeenyeef:
Vaayirasichi ji’a 6 turee yeroo gara (chronic infection) ttii yoo jijjiirame, seelii Tiruu (hepatocyte) keessa seenee yeroo dheeraa booda gara cccDNA jijjiirama, erga unkaa kanatti jijjiirameen booda niwukilasii keessatti of qubachiisa bifa cimaa fi tasgabbaa’aa ta’een seelii Tiruu keessatti Of dhoksa yokan Of awwaala Qorichootni mana yaalaa kunneen vaayirasicha cccDNA keessaa dhabamsiisuu hin danda’anu yokan hundee dhibee kana guutummaatti balleessu hin danda’anu waan ta’eef vaayiresichi xiqqoo ture Of haaromsuu fi baayyina isaa itti fufuu danda’a.
Akkuma armaan olitti ibsame jalqabuma Qorichootni Ammayyaa Antiviral Drugs → Viral load ↓, functional control qofaaf hojjetame yookan kaayyoo dhibee kana too’achuu qofaaf qophaa’e waan ta’eef kanaaf fayyisuu hin danda’u!.
➡ Qorichootni ammayyaa (antiviral drugs) functional cure qofa kennama Functional cure jechuuun dhukkubsataa irraa mallattoo fi rakkoo tiruu ittisuu fi Vaayiresicha akka hin baay’anne ittisuu HBV DNA replication xiqqeessuu fi Tiruu irraa miidhaa dabalataa kan akka Carraa Kaansarii tiruu HCC qabamuu hir’isuuf gargaara, garuu vaayiresiin kun dhiiga keessa ni jiraata.
➡ Qorichootni aadaa herbal irraa qophaa’an bu’aan isaanii “fayyina guutuu” fiduu jechuun ibsama – sababni isaas yaad-rimeen isaanii Vaayiresicha fayyisuu miidhaa Isaa bifa dhaabbataa ta’een dhabamsiisuu dha.
Dhukkubni Vaayiresii tiruu dhibee amala baayoloojii fi marsaa jireenyaa wal xaxaa ta’een beekkamu dhibee kana Qorichoonni ammayyaa fayyisuu hin danda’anu garuu Qorichoota uumamaan Dhibee kana irraa fayyuun ni danda’ama. kana yeroo jennu! Waa’ee Vaayiresii tiruu HBV hubannoo dhabne miti! Yokan immoo saayinsii dhibee kanaan wal qabatu Hepatology + Virology + Molecular Biology + Immunology faalleessinee miti! hundumaa quba qabna! Sunuma irratti hundaa’uun Qorichoota gosa garaagaraa dhibee kana yaaluuf qopheessinee jirra.
Yaala Uumamaa (Herbal Antiviral Therapy) Qorichoota bu’uura Herbal Pharmacognosy irratti hundaa’uun qophaa’aniin taasifama!.
Qorichootni kun haala kamiin Vaayiresii tiruu Fayyisu danda’u?
Yaalii qoricha aadaa qophaa’an Sadarkaa fi ⚗️ Mekanizimii Hojii Qorichoota Uumamaa Mechanisms of Action isaanii kunooti:
1. 🧬 Bu’aa Immunomodulatory Herbal Therapy
Sirna ittisaa (immune system) jabeessuun immune response natural ta’e deebisanii kakaasu.
Vaayiresiin tiruu HBVn dandeettii olaanaa mala molakiyuulaa walxaxaa ta’een sirna ittisa qaamaa jalaa miliquu, antijeen hir’isuu fi oomisha saayitookiinii ittisaa dhorkuudhaan beekama.
vaayirasii hepatitis B Sadarkaa yeroo dheeraa keessatti sirni ittisa qaamaa haala “immune inactivity”
Yokan Sirni ittisaa “Marsaa Obsaa” yokan (Immune Tolerance Phase) ta’uun haala fiiziyoloojii sirni ittisa qaamaa seelii vaayirasichaan qabaman adda baasuu fi haala bu’a qabeessa ta’een haleeluu yokan immo deebii kennuu dadhabuu dha.
Vaayirasicha dhabamsiisuu kan danda’amu kallattiin baay’ina isaa dhorkuu qofa osoo hin taane, dandeettii ittisa qaamaa ofii kakaasuun dandeettii uumamaa infekshinii ofirraa ittisuuf qabu akka deebi’u gochuudhaani.
Qorichoonni keenya Foormulaawwan herbal faayitookeemikaalota baayooaktiiwii kanneen dandeettii addaa ittisa qaamaa seelii gidduu galeessa (Cell-Mediated Immunity) Kan akaasu ibsi saayinsaawaa akka armaan gadiitti:
T-Limfoosaayitii Hojiirra Oolchuu :
Qorichootni kun Sirna ittisa qaamaa oomishaa fi baay’ina seelii CD4+ Helper T fi CD8+ Cytotoxic T cells ni kakaasu.
Seelonni CD8+ seelota vaayirasii kanaan faalaman haala to’atamee fi miidhaa hin qabneen balleessuun tamsa’ina dhukkuba kanaa daangessu.
Seelii Ajjeechaa Uumamaa (Natural Killer Cells – NK Cells) Hojiirra Oolchuu FI sochii seelii kanaa kan guddisu yoo ta’u, isaanis seelota vaayirasiin qabaman osoo antijeen kakaasuu hin barbaachisin balleessuuf itti gaafatamummaa qabu.
Sochii seelii kanaa dabaluun sadarkaa deebii ittisa qaamaa vaayirasicha irratti battalumatti akka deebii kennu yokan (Innate Immune Response) kennamu ni dabala.
Madaallii Saayitookinii Fooyyessuu:
Dhangala’aa saayitookiinii ittisa qaamaa kakaasan kan akka Interleukin-2 (IL-2) وInterferon-gamma (IFN-γ) kan dabalu yoo ta’u, isaanis qaamolee murteessoo HBV ittisuu danda’u.
Akkasumas Kanuma waliin saayitookiinii dhorkaa kan akka IL-10 fi TGF-β hir’isu, kanaanis madaallii ittisa gidduu jiru idileetti deebisa.
Qaamonni Qorichootaa kun yaadannoo seelii T ittisa qaamaa guddisuuf gumaachu, kunis vaayirasichi yoo deebi’uuf yaale ykn deebi’ee Of ijaaruuf sochii godhe sirni ittisaa battalumatti akka adda baasuu fi deebii kennuuf isa dandeessisa.
Kaka’umsa ittisa qaamaa madaalawaa kanaan dhukkubsataan marsaa ittisa qaamaa “Immune Tolerance” irraa Gara Marsaa vaayiresii, Qulqulleessuu “Immune Clearance” tti ce’uun qaamni dandeettii farra vaayirasii bu’a qabeessa ta’e horata.
Yeroo kanatti Sirni ittisa qaamaa caalaatti kan socho’u yoo ta’u, seelii HBVn faalame irratti xiyyeeffachuu jalqaba. Sirni ittisa qaamaa vaayirasicha qulqulleessuuf hojii itti fufiinsa qabu jalqaba. Dhiibbaan ittisa qaamaa dabaluu isaatiin baay’ina vaayirasii hir’isuun sadarkaa DNA HBV akka hir’atu taasisa. Suuta suutaan tiruu vaayirasicha irraa qulqulleessa.
Bu’aan immunomodulatory qabu vaayirasicha ukkaamsuu qofa osoo hin taane, akkasumas:
Sirna ittisa uumamaa deebisee hojiitti galchuu fi Suuta suutaan seelii dhukkuba kanaan qabame qulqulleessuu fi vaayiresichi Deebi’ee akka hin deebine ittisuu
Fayyina Tasgabbii yeroo dheeraa galmaan gahuu (Sustained Functional Cure) argamsiisuuf bu’uura.
Hubachiisa Yeroo marsaan ittisa qaamaa gara vaayrasii qulqulleessuu immune jalqabu yeroo muraasaaf inzaayimoonni tiruu ni dabalu! Kun miidhaa osoo hin taane mallattoo hojii immune system ti, Booda gara idileetti ni deebi’u. Kun mallattoo milkaa’ina yaalaati malee Rakkoo miti.
2. 🧬 Bu’aa Farra Vaayirasii
Qorichi kun kompaawundoota sochii qaban (baayooaktiiwii faayitookeemikaalota) kanneen adeemsa molakiyuulaa hepatosaayitii keessa jiru irratti dhiibbaa uumuun baay’ina HBV dhorkuu danda’an of keessaa qaba.
Kompaawundootni biqiltootaa sochii qaban gocha inzaayimii tiraanskriipteesii riversi RNA vaayirasii gara DNAtti jijjiiruuf itti gaafatamummaa qabu dhaabuuf hojjetu, kanaanis kooppii vaayirasii haaraa hepatosaayitii keessatti akka hin uumamne godhu.
Qorichi Uumamaa kun cccDNA cufamuu ittisa infekshiniin akka dhaabbatu (viral persistence blockage) gara fuulduraatti vaayirasichi akka deebi’ee wal houuf akka hin hojjenne taasisa.
🔬 Bu’aa dachaa kanaan qorichi kun baay’ina vaayirasii guutummaatti dhorkuu (viral replication block) fi vaayirasii dhiiga keessa jiru hir’isuu (viral load reduction) hanga DNA HBV fi HBsAg negaatiivii ta’utti, hojjeta.
Yeroo kanatti Saalii heeppaatoosaayitii keessa vaayrasii baafamuu eegala, ji’a tokko jalqabaatif vaayrasii dhiiga keessatti ni dabala, heeppaatoosaayitii keessatti ni hirrata. Kun garuu taatee nama hunda irratti uumamuu mitii. Akkasumas yeroo sirni ittisaa gara vaayirasicha qulqulleessuutti deebi’e inzaayimii tiruu yeroo gabaabaaf ni dabalaa! Mallattoo akka dadhabii namatti dhaga’amu danda’a, yeroo seelonni vaayrasootaan faalaman du’a kun ni uummama.
3. Bu’aa Eegumsa tiruu & Hepatoregenerative
Wal’aansi vaayirasicha dhabamsiisuu qofaan kan daangeffame miti; akkasumas dandeettii tiruu miidhaa irraa eeguu (hepatoprotection) fi haaromsa hepatocyte kakaasuu olaanaa qaba.
Bu’aa Antioxidantkompaawundoota free radicals kanneen oksaayidii seelii fi miidhaa geessisan neutralize gochuun, hepatocyte necrosis ittisuu fi qulqullina meembraanii seelii eeguuf hojjetu.
Bu’aa Farra Inflammatory:
Qaamonni biqiltootaa kun oomisha gidduu galeessa inflammatory kan akka TNF-α fi IL-6 hir’isuuf hojjetu, kanaanis inflammation yeroo dheeraa kan seelii tiruu laaffisu hir’isuun rakkoolee ciccimoo kan akka fibrosis ykn cirrhosis ittisa.
Haaromsa Saayitii Tiruu (Hepatocyte Regeneration):
Qorichoonni kun pirootiinota guddinaa madaalawaa ta’e kan akka Hepatocyte Growth Factor (HGF) fi Transforming Growth Factor-β1 (TGF-β1) kan kakaasan yoo ta’u, seelii miidhame haaraa fi fayyaa ta’een bakka buusuuf akkasumas tishuu tiruu uumamaan deebisee ijaaruuf gargaaru.
Akkasumas Wal’aansi kun madaallii inzaayimii tiruu keessa jiru kan deebisu yoo ta’u, agarsiistonni inzaayimii Tiruu ALT, AST, Bilirubin fi kkf sadarkaa idileetti deebi’u.
Dandeettii summii Qulqulleessuu Detoxification fi tiruu qulqulleessuu keessatti qooda fudhata.
Qorichootni keenya kun Sadarkaa dhukkubichaa Hundumaa irratti kennamuu danda’a, Sadarkaa Acute HBV irraa eegalee hanga Chronic HBV (inactive/active replication) fi Fibrosis fi Cirrhosis irra yoo ga’e illee kennamuu fi bu’aa qabatamaa fi fayyina fiduu danda’a!.
Dhukkubsattoota vaayiresii tiruu yeroo dheeraa qaban kan Qorichoota foormulaa herbal nu biratti ji’ootaaf fayyadamaa turan booda irratti Bu’aan armaan gadii galmaa’ee jira isaanis:
DNA HBV: Negatiivii dha
HBsAg: Negatiivii dha
Anti-HBs: Pozatiivii
HBeAg: Negatiivii dha
Anti HBe: Pozatiivii dha
Hojii tiruu (ALT, AST, Bilirubin) Guutummaatti idileedha.
Bu’aan kunniin vaayirasichi guutummaatti dhiiga keessaa akka bade, dhukkubsattoonni dhibee Vaayiresii tiruu HBV irraa yaala bu’a qabeessa ta’e akka argatan agarsiisa Bu’aan kunniin bu’aa yaalaa hundarra gaarii dhukkubsataan HBV yeroo dheeraa abjootudha.
Akka Hepatology fi virology tti yaala vaayrasii tiruu booda Bu’aan laabraatoorii haala kanaan idilee ta’ee yeroo dheeraaf itti fufuun isaanii namni kun fayyina itti fufiinsa qabu (Sustained Functional Cure) Yokan (Complete recovery or functional cure) galmaan gahuu agarsiisa, haala kanatti vaayirasichi dhabamsiifamuu fi dhukkubsataan hordoffii wal’aansaa itti fufiinsa qabu osoo hin barbaachisin fayyaa guutuu ta’ee jiraachuu danda’a Kunis namni kun gara fuulduraatti rakkoolee vaayiresii kanaan dhufuu ykn vaayirasichi itti deebi’uu osoo hin sodaatin, ofitti amanamummaa fi tasgabbii sammuutiin akka jiraatan isaan dandeessisa.
Gosti deebii wal’aansaa kun (sterilizing cure)tti dhiyoo ta’ee fudhatamuu danda’udha.
Kanaafuu, dhukkuba tiruu B irraa guutummaatti fayyuun ni danda’ama, garuu dhukkubsattoota hundaaf haala walfakkaatuun fayyaa ta’uu hin danda’u, yeroo hunda bu’aa gaarii ta’e mirkaneessuuf madaallii of eeggannoo fi hordoffii yaalaa itti fufiinsa qabu barbaada.
waa’ee yaala dhibee kanaa irratti Odeeffanno yaala argachuuf Lakkoofsa bilbilaa kanaan 0910333944 Telegramii yokan whatsaap irratti messege nuuf Ergaa.
Komii Yeroo Hedduu dhagayeenyu keeysaa, inni guddaan bilbila hin kaastanu kan jedhu yoo ta’u, Komii keessan ni fudhannaa! Garuu Kallattiin qunnamtii kan biraa jira waan ta’eef sana fayyadamuun gaaridha! Yeroo bilbiltanii dhabdan messege SIMS barreeffama nuuf Ergaa. Karaa Whtsapp yokan Telegram yokan immo messege Bilbilaa kallattiin Erguu dandeessu! Akka deebii argachuu dandeessanuuf Yeroo miiseejii Ergitanu, miiseejii Barreeffama guutu dhimma keessan guutu yokan gaaffii keessan guutu barreessaa Miiseejiin bakka tokkotti Barreeffamaan ibsuun Nuuf Ergaa, Gaaffiin keessan guutu yoo ta’e Deebisaa Hatattamaa Argachuu dandeessu.
Karaa salphaa ta’een Telegiraamii fi Whatsaappii irratti nu qunnamuu dandeessu.
𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐀𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚
📞 Nu qunnami: 0917535385
Bilbilli keenya banaa kan ta’u, Guyyaa waaree booda sa’aatii 8 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 hanga sa’aatii 5tti yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.
Halkan Sa’aatii 5 booda bilbiluun hin danda’amu 📵
Facebook Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa
“Follow” gochuu hin dagatinaa ✅