- Tajaajilota Giddu gala yaala Aadaa Oromiyaa.
Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa
keessatti dhukkuboota Gosa garaa garaatiif Wal’aansa qoricha kan kenninu yoo ta’u
Isaan keeysaa Maqaa
Maqaa dhukkuboota muraas Afaan Oromoo fi ingiliffaan Armaan gaditti tarreeffamanii jiru:
1. Dhukkuba Vaayireesii Tiruu B, Hepatitis B virus.
2. Dhukkuboota Hadhooftuu kan Akka Cirracha Hadhooftuu -(Gallbladder disease)
3. Dhukkuba Gaggabdoo Daa’immani fi Nama Guddaa -(Epilepsy)
4. Dhukkuba, Cobxoo – Gonorrhea (Abaalaazar Bashitaa)
5. Dhukkuba kiintaarotii gosa hunda yokan- (Hemorrhoids).
6. Baqaqu Teessumaa kan Akka kiintaarotii fakkatu yokan (Anal Fissure).
7. Feestullaa Teessumaa yokan (Anal Fistula).
8. Dhukkuba Cirracha Kalee (Renal Stones) dhagaa Kalee (Kidney Stones)
9. Dhukkuba Kalee Yeroo dheeraa yokan – ( Chronic Kidney Disease)
10. Dhukkuba Infeekshinii ujummoo fincaanii yokan (UTI).
11. Dhukkuba Infeekshinii porestaatii yokan (Prostatitis).
12. Itiyuu Bokokuu Piroostaati yokan (BPH)
13. Kiistaasii Afuffee fincaanii (Cystitis) kan fincaan akka nama gubuu fi Dafee dafee namatti deddeebi’u Taasisu
14. Nama Ujummoon Fincaanii Cufamee fincaan irraa bahuu dideef.
15. Dhukkuba gogaa fanxoo-Syphilis
16. Dhukkuba JAARDIYAA – Giardiasis
17. HPV – Vaayirasii Kaansarii fiixee hulaa gadaameessaa, fidu.
18. Dadhabina Ka’uu Qaama Saalaa Erectile Dysfunction.
19. Maseenummaa, dhala dhabuu dhiMmm.iraa fi dubartii yokan (.b – Male & Female)
20. Rakkoo Marsaa Dhiiga Lagu-Menstrual Disorders .
21. Qufaa Yeroo dheeraa-(Chronic Cough).
22. Dhukkuba Asmii (Asthma).
23. Dhukkuba Tiivii yokan Daranyoo Sombaa -(TB)
24. Michii Sombaa Nimooniyaa,(Pneumonia)
25 Infeekshinii Baakteeriyaa Garaachaa (H-Pylori Infection).
26. Dhukkuba, qunca’uu garaachaa fi mar’umaanii – peptic ulcer disease
27. Madaayuu sirna Bullaa’insa nyaataa yokan (Peptic Ulcer Disease).
28. Infeekshinii madaayuu Mar’imaanii yokan (Ulcerative Colitis).
29. Gogiinsa garaa gogiinsa Mar’imaanii yokan (Chronic Constipation).
30. Garaa yaasaa yokan garaa kaasaa Yeroo dheeraa Namarra turu yokan- (Chronic Diarrhea).
31. Dhukkuba raaammoo maagaa Wawaati maxxantuu “ascaris lumbricoides”.
32. dhukkuba ita miillaa-(Lymphatic Filariasis)
33. Dhukkubbii Dugdaa fi Lafee jilbaa Yeroo dheeraa Namarra turu yokan- (Chronic Back & Neck Pain).
34. Dhukkuba riimootidii kan Lafee harkaa fi miillaa miidhu (Rheumatoid Arthritis).
35. Dadhabina Sammu rakkoo waa dagachuu bayyisuu fi Dandeettii Sammuu Dabalu.
36. Dhukkuboota dhiigaa fi Onnee yokan Blood Diseases and Cardiovascular .
37. Dhukkuba dhiibbaa dhiigaa nama Umriin isaa 50 gadi ta’eef (Hypertension)
38. Sibiijjii yokan (Eczema)
39. Cittoo (Psoriasis)
40. Lamxii yokan baras kan gogaa qaamaa Adii Taasisii (Vitiligo)
41. Infeekshinii gogaa fangasii irraa Uumamu yokan (Fungal Skin Infections)
42. Rifeensa mataa muluu fi Rifeensa harca’u yokan (Hair Loss & Baldness)
43. Dhukkuba Kaansarii Gogaa Sadarkaa jalaqabaa Irratti Argamu yokan (Early & Intermediate Stage Skin Cancer)
🌿❁ ❁🌿
Dhukkuboota Armaan Olitti ibsaman qofa osoo hin taane dhukkuboota biroo Hedduu kan barreeffama kana keessatti hin caqafamne yokan hin tarreeffamneefis wal’aansa ni kennina. Teessoon magaalaa Shaashamannee ganda 05
Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan dhukkuba feetaniif qoricha biyya keessaa fi Alatti, bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya.
𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐀𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚
📞 Nu qunnami: 0917535385
🌿🔬🌿━🔬🌿
Bilbilli keenya banaa kan ta’u, Guyyaa waaree booda sa’aatii 7 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 hanga sa’aatii 5tti yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.
Halkan Sa’aatii 5 booda
bilbiluun hin danda’amu 📵
Karaa salphaa ta’een Telegiraamii fi Whatsaappii irratti nu qunnamuu dandeessu.
