Filannoo Qorichaa yaala Dhibee Tiruu Hepatitis B ….
Waa’ee Qoricha tiruu irratti ibsa bal’aa kunoti.
Barreeffamn guyyaa maxxansame keessatti yaala dhibee tiruu adda kutuuf deemna jenne ture, eeyyeen dhugaadha, garuu ammaaf addaan hin kutne, yeroo muraasa itti fufaa.
Sababnii fi Gosoota Qorichaa armaan gaditti ibsamee jira:
Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti waggoota sadan darban kana, yaala Dhukkuba Tiruu dhibee simbiraa yookan Vaayiresii tiruu (HBV) Qoricha bu’uura saayinsii fi sirna qoricha aadaa qulqullina qabu irratti hundaa’uun kennaa turuun keenya ni yaadatama✅.
Vaayiresiin tiruu akkuma beekamu dhibee salphaa qoricha xiqqaan fayyuu miti! Amala qoricha jelaa miliquu fi dandamachuu cimaa waan qabuuf Qorichoota adda addaa humna guddaa qabaniin yaaluun barbaachisaadha.
Qorichi keenya kun herbal antivirals qulqullina olaanaa qaban, kan biqiltoota 17 irraa kan qophaa’e, Biqiltoota anti-HBV activity isaanii saayinsaawaan mirkanaa’e irraa kan hojjetamudha.
Giddu Gala keenya keessatti qoricha kana oomishuuf galtee Daakuu Biqiltootaa maashinaan qophaaye “Powder Herbal Antiviral” qulqullina qabubiyyoota akka
🇮🇳 Hindiyaa | 🇨🇳 Chaayinaa | 🇪🇬 Egypt fi biyyoota biro irraa galan irraa hojjatamaa.
Wantoota 17 qoricha dhibee kanaa hojjechuuf barbaachisan keessaa 9 biyyoota kana irraa kallattii fi Al Kallattiin galuu, kaan immo asuma Ethiopia keessaa argamaa.
Yaala Dhibee Vaayireesii Tiruu (Hepatitis B) Gosa Yaalaa Filannoo Lamaan qopheessine:
1. Filannoo Gosti Tokkoffaan – Viral Load Reduction
Sadarkaa Yokan Baay’ina sadarkaa DNA vaayirasichaa, dhiiga keessa jiru gadi buusuu fi hir’isuudha.
Kaayyoon yaala kanaa, Miidhaa Vaayireesichi, Tiruu nama dhukkubsate irratti geessisu hir’isuun, lubbuu namaaf sodaa akka hin taane gochuu fi dhibeewwan dabalataa kan akka Ciccituu yokan madaayuu Tiruu, (Cirrhosis) fi Kaansariin Tiruu yokan (Liver HCC) sababa Dhukkuba kanaan akka hin Uumane ittisuuf kannama, akkuma
2. Yaalii gosti Lammaffaan – Vaayireesii Tiruu fi dhiiga keessaa guutumaan guutuutti qulqulleessuudha
Qoricha kanneen qabiyyiwwan qaamolee keemikaalaa sochii farra vaayirasii cimaa qaban Yokan (Antiviral Compounds) qaban irraa Qoricha qophaawe fayyadamuun
HBV guutummaan seelii Tiruu fi dhiiga keeysaa dhabamsiisuudhan
Dhibaee kana irraa Fayyins guutuu Arkamsiisu irritti xiyyeeffata.
Wabii guutu qaba, itti gaafatamummaa keenyaan kennina, yoo xiqqaate yaalii ji’a 6 fudhatamuu qaba.
Namoonni Filannoo isaaniin fudhachuu danda’u, yaaliin isaa ji’a 2 hanga 6tti itti fufuu danda’a.
Wal’aansi uumamaa orgaanikii kun dhukkubsattoota hedduuf kan kanname yoo ta’u, isaan keessaa dhibbeentaan guddaan ji’a lamaa hanga jahaa keessatti vaayirasicha irraa guutummaatti kan fayyan yoo ta’u Qorichi kun Vaayireesi dhiiga isaanii keeysaa dhabamsiisee jira,
Akkasumas Namoonni kunneen Qoricha fudhatani Fayyuu wajjiin
Haala fayyaa Tiruu fi hojii Tiruu Inzaayimoota Tiruu kan akka (ALT/AST) irritti Fooyya’iinsii gaarii jiraachuu fi miidhaa akka irra hin geenye laabraatoorii irritti mirkanaa’eera
Pirootokooliin wal’aansaa kun kompaawundoota uumamaa akka gaariitti qoratamanii fi nageenya qaban irratti kan hirkatu yoo ta’uu miidhaa hin geessisu.
Namoota Qoricha fudhatanii fayyan jedhame irritti vaayiraasichi dhoksaan qaama keessa jiraachuu fi baduu isaa adda baasuuf Qorannoo HBV DNA PCR barbaachisaa ta’e gochuudhaan bu’aa qorannoo Negative ta’ee namoonni sun dhibee kana irraa guutummaatti fayyuu mirkaneessinee jirra.
Amma garuu wanti hubachuu qabdanu Namoonni biyya alaa irraa waan qoricha kana hojjechuuf barbaachisan nuuf dhiheessaa turan yeroo ammaa kana dhiheessii addaan kutanii jiru.
Kanaaf, ji’a September 2025 booda qoricha kana oomishuu hin dandeenyu.
Akka lakkoofsa Giriigooriyaanitti, har’a August 27, 2025 yoo ta’u, ji’a September seenuuf guyyaa 3 qofatu hafee.
Ammaaf qorichootni kanaan dura oomishaman waan jiraniif, maamila haaraa simachaa jirra.
Haa ta’u malee, ji’a September 2025 booda: Namoota haaraa yaala Vaayiresii Tiruu B irratti hin simannu.
🔹 Namoota duraan yaalaa hordofaa jiran qofa irratti xiyyeeffanna.
Namni kamiyyuu guyyoota muraasa kana keessatti yaala Eegaluu ni danda’a.
Haala Qorichaa irratti hundaa’a waan ta’eef Tarii torban tokko keessatti yoo qorichi amma jiru dhume, yaala Dhukkuba Tiruu irratti namoota haaraa keessummeessuu adda kutuun ni mala ⛔.
Kanaaf, namoonni haaraa fi beellama qabdan hund yeroo gabaabaa kaan keessatti Eegaluun gaariidha.
Mana Qoricha Aadaa Oromiyaatti
📞 Warra dhibee tiruu Hepatitis B qofaaf lakkoofsi bilbilaa addaa qophaa’eera 📱 0910333944
🛑 Hubachiisa lakkoofsi Kun warra dhibee tiruu (Hepatitis B) qofaaf malee dhukkuboota biroo irratti bilbilli kun hin tajaajilu.
Kallattiin Bilbiluu caalaa
📞 Qunnamtii saffisaaf
Lakkoofsa bilbilaa kanaan 0910333944 WhatsApp fi Telegram irratti messege nuuf Erguu dandeessu. Akkasumas 0917535385
📧 Email: info@qorichaoromiyaa.com
Yaalaaf Yoo qaamaan nu bira dhufuu dadhabdan qoricha feetan biyya keessaa fi alaa bakka jirtanitti isiniif erguu dandeenya. 🌍💊
Bilbilli Yeroon itti argachuu Dandeessanu Guyyaa Waaree booda sa’aatii 8 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 irraa hanga sa’aatii 5tti, yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.
Halkan Sa’aatii 5 booda bilbiluun hin danda’amu 📵
Karaa salphaa fi Saffisaan deebisaa Argachuuf kallattiin Bilbiluu caalaa telegiraamii fi Whatsaappii irratti nu qunnamaa.
Odeeffannoo fayyaa fi qoricha aadaa irratti yeroo hunda waan haaraa fi amanamaa ta’e akka argattaniif
🌿 Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa
Follow godhaa ✅ Share godhaa 📢 Odeeffannoo dabalataaf,