🔬 Odeeffannoo Murteessaa!
Maamiloota keenya kan dhibee tiruu Hepatitis B qabdan!
Akkuma beekkamu dhibee yeroo hedduu namoonni nu biratti yaalaman keessaa inni guddaan dhukkuba tiruu yokan Dhibee simbiraa vaayiresii tiruu B dha.
🏛️ Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa
Gorsa fayyaa, yaala uumamaa, beekumsa qoricha aadaa fi saayinsii deeggarame dhibee kana irratti kennina.
📞 Warra dhibee tiruu Hepatitis B qofaaf lakkoofsi bilbilaa addaa qophaa’eera 📱 091 033 3944
🛑 Hubachiisa lakkoofsi Kun warra dhibee tiruu (Hepatitis B) qofaaf malee dhukkuboota biroo irratti bilbilli kun hin tajaajilu.
Warri dhibee tiruu Hepatitis yaalamuu feetan
Yeroo gara keenya dhuftanu
🧪 Mana Yaalaa irraa waraqaa Qorannoo fayyaa (Laboratory Result) yoo dhiheessitan gatii yaalaa isiniif hirrifna, bakkuma jiratan itti mana yaalaa nannoo keessanitti argamu deemuun qorannoo fayyaa tiruu gootani bu’aa nuuf Erguu dandeessu.
🧾 Qorannoon akka dirqamaatti barbaachisu:
1️⃣ Serology Test – HBsAg fi Anti-HBs (vaayiresii tiruu agarsiisu)
Akkasumas kanaan dura mana yaalaatti Qorannoowwan Armaan gadii kana goote harkaa qabda yoo ta’e baayyee barbaachisaadha.
2️⃣ Liver Function Tests –
ALT / AST / ALP
Total Bilirubin, Albumin.
Qorannoowwan kunneen:
Haala fayyaa Tiruu fi vaayirasichi Tiruu irratti miidhaan geessise yoo jiraate adda baasuuf baayyee Gargaarudha
Gosa qorichaa fi yaala dhibee kanaan wal madaalu filachuuf gargaara.
📥 Qorannoo Kanneen nuuf Erguuf: karaalee armaan gadii fayyadamuun nuuf erguu dandeessu:
📞 Qunnamtii saffisaaf
WhatsApp irratti Giddu gala yaala dhibee Tiruu Oromiyaaf messege Eeguuf linik kana tuqii 👇
https://wa.me/message/DFFBOR6VZKLKM1
📱 Telegram kallattii kinkii kana tuqi 👇
👉t.me/ManaQorichaAadaaOromiyaa
📧 Email:info@qorichaoromiyaa.com
Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa