Author: Dr. Huzayifaa

Dhukkubsattoota Vaayirasii Tiruu

Dhukkuba Vaayirasii Tiruu Hepatitis B Namoonni osoo Vaayirasiin isaanii xiqqaa ta’ee jiru maaliif kaansarii tiruuf saaxilaman!? Qorannoo cohort fi qorannoowwan gurguddoon systematic review, meta-analysis dhukkubsattoota kumaatamaan lakkaawaman irratti geggeeffame akka agarsiisanitti dhukkubni Vaayirasii Tiruu dhiiga keessatti xiqqaa ta’eef tiruu irratti miidhaa hin geessisu jechuun hin danda’amu. Akkasumas yeroo tokko tokko hammi vaayirasii dhiiga keessatti baayyee […]

Vaayirasii fi Maalummaa isaa

Vaayirasii: Maalummaa isaa fi Caasaa Molekiyulawaa, Marsaa Wal-horuu, Daddarbiinsa, Deebii Sirna Ittisa Qaamaa, Qorannoo, Yaalaa fi Ittisa Isaa irratti Gabaasa Saayinsii Bal’aa Afaan Oromootiin Cuunfaa Gabaabaa Vaayirasoonni qaamolee infekshinii seelii hin qabne ta’anii, ofii isaanii humna oomishuu, pirootiinii tolchuu ykn kophaa isaanii wal-horuu hin dandeenye dha. Isaan Akka wal-horaniif seelii namaa, bineensaa, biqiltuu, fangasii, baakteeriyaa […]

Miidhaa fayyaa Kiintaarotii muranii baasuun qabu

karaa yaala aadaa tiin, Kiintaarotii muranii baasuun, lilmee waraanuun balaa fayyaa akkamii fiduu danda’a? Namoota kanaan dura Dhibee Kiintaarotii haala kanaan yaalaman maaltu mudate!? Dhukkubni Kiintaarotii, bakka tokko tokko keessatti Baasuur yookaan Buroo jedhamee waamamu, Afaan Ingiliffaatiin Hemorrhoids yookaan Piles jedhama. Dhukkubni Kiintaarotii dhibee hawaasa keessatti bal’inaan beekamu yoo ta’u, dhiiraa fi dubartii namoota baay’een […]

Ajjeechaa Kiristaanota Arsii Bahaa irratti Dhugaan jiru maali?

Ajjeechaa Arsii Bahaa keessatti raawwatame ilaalchisee Dhugaan jiru maali? Wanti miidiyaa hawaasaa irratti naannawaa turee fi wanti lafarratti ta’aa jiru tokko? Akkuma beekamu Yeroo garee tokko irratti haleellaan raawwatamu, namoonni nagaan ajjeefaman, qe’ee isaanii irraa buqqa’an yookaan manni amantaa isaanii gubatu, miidhamtootaaf sagalee ta’uun, yakka sana balaaleffachuunii fi yakkamtoonni seeraan akka gaafataman gaafachuun dirqama namummaa […]

Facaatii fi Miidhaa Vaayirasii Tiruu Itiyoophiyaa keessatti

𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐟𝐚𝐜𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞 𝐯𝐚𝐚𝐲𝐫𝐚𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐢𝐫𝐮𝐮 𝐇𝐞𝐩𝐚𝐭𝐢𝐭𝐢𝐬 𝐁 𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 Qorannoon akka agarsiisutti Ethiopia keessatti namoonni dhibee tiruu qaban baay’een isaanii osoo akka dhibee qaban of irratti hin beekin, Erga Tiruun isaanii baay’ee miidhamee booda beeku waan ta’eef, hospitaala seenanii Guyyoota 30 keessatti lubbuu isaanii dhabu!. Sababni isaa inni guddaan osoo Dhibeen hin cimin […]

Ajjeechaa Abbootii Amantii Muslima itiyoophiyaa kutaa lammaffaa

Ajjeechaa Imaamota 28 fi Shira Faallaa fakkeessu.  Ahmaddiin Jabaliin, Kutaa Lamaffaa Kutaan lammaffaan kun itti fufa kutaa tokkoffaa yoo ta’u, imaamota, mashayikhota fi ustaazota bara 2014 irraa kaasee ajjeefaman kan dilaalu (gabaasu) dha. Ergaan kun akka qaqqabuuf karaa danda’ame hundaan hirmaadhaa (sheer godhaa). Dubbisa gaarii.  Bara 2014 (A.L.I) 14ffaa) Shayikh Muhammad Najaw ፦ Gondar – […]

Ajjeechaa Abbootii Amantii Muslima itiyoophiyaa fi Shira irratti raawwatame

Ajjeechaa Imaamota 28 fi Shira Faallaa Fakkeessuu Ustaaz Ahimaddiin Jabaliin, Kutaa Tokkoffaa Muslimoonni Itiyoophiyaa waggoota hedduu darban kana qaama isaanii, dhaabbilee amantii isaanii fi eenyummaa isaanii irratti gochaawwan duguuginsa sanyii, ajjeechaa fi cunqursaa caasaawaa irratti raawwatamaa turan obsa bal’aan fi nagaa biyyaatiif dursa kennuudhaan obsaa dabarsaniiru. Miidhaa geessitoota walitti qabuun yommuu yakkani fi yakkichas bifa […]

Giddugalli Yaala Aadaa Oromiyaa fi Giddugalli Yaala Aadaa Kuush Tokkummaa Uuman

Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaatti Komii Hawaasaa Deebisuu fi Rakkoo Sirna Tajaajilaa Furuuf Tarkaanfiin Tajaajila Babal’isuuf Fudhatame Maali? Rakkoo sirna tajaajilaa fi hanqina humna namaa yeroo dheeraaf Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti mudachaa ture hiikuu fi tajaajila yaala aadaa babal’isuuf, dhaabbileen yaala uumamaa lama — Giddugalli Yaala Aadaa Oromiyaa fi Giddugalli Yaala Aadaa Kuush — tokko […]

Yaala Vaayrasii Tiruu

Yaala Vaayirasii Tiruu Hepatitis B / Dhibee Simbiraa Ilaalchisee Ibsa Bal’aa Maalummaa Dhibichaa, Sirna Yaalaa, Dheerina Yaalaa, Gosa Dawaalee, Gatii Tajaajilaa fi Qorannoowwan Barbaachisan   Dhibeen Vaayirasii Tiruu Hepatitis B, kan hawaasa keessatti yeroo tokko tokko Dhibee Simbiraa jedhamee beekamu, yaalamee Fayyuun ni danda’ama. Yaala guutuu kan dhibee vaayirasii Tiruu Chronic Hepatitis B D fayyisuu […]

Ibsa bal’aa Yaala HBV

Ibsa Bal’aa Waa’ee Yaala Vaayirasii Tiruu Hepatitis B, Maalummaa Dhibichaa Sirna Yaalaa Guutuu. Barreeffama kana keessatti waa’ee yaala Dhibee vaayirasii Tiruu Hepatitis B, fi Dawaalee Uumamaa Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti dhibee kanaaf kennaman maalummaa isaanii irratti Dhukkubsataaf ibsa bal’aan as keessatti jira. Namni tokko dhibee Tiruu nu biratti  yaalamuu barbaadu tokko wantoota Barreeffama kana […]