Dhukkuba tiruu Dhukkuba simbiraa yookan Vaayiresii tiruu..

Dhukkuba vaayirasii tiruu yokan Hepatitis B jechuun dhukkuba daddarbaa fi callisaa dhokataa ta’e kan utuu mallattoon isaa nama hin mul’anne tiruu irratti miidhaa geessisu yoo ta’u vaayireesii HBV jedhamu irraa kan dhufu dha. Vaayiresiin kun seelota tiruu (hepatocytes) keessa seenuun of dhoksee tiruu keessatti wal hora. Kunis dhawaataan hojii tiruu dadhabsiisuu, Kaansarii tiruu HCC fi (inflammation) uumuun seelota tiruu balleessa.
Vaayirasiin Hepatitis dhukkuba vaayirasii yeroo dheeraa kan tiruu faaluudha. Vaayiresichi dandeettii kuufama molakiyuulaa tasgabbaa’aa cccDNA jedhamuun beekamuun yeroo dheeraaf seelii tiruu keessatti turuu isaatiin kan beekamudha. Kuusaan vaayirasii kun mallattoon Dhukkubichaa jiraachuu baatullee vaayirasichi antijeenoota isaa (HBsAg fi HBeAg) itti fufiinsaan akka oomishuuf kan taasisu yoo ta’u, infekshinii yeroo dheeraa fi rakkoolee fayyaa dabalataaf sababa ta’a.
Miidhaan HBVn qabu Vaayirasiin baayyachuu qofaan kan daangeffame miti; infekshinii yeroo dheeraa irraa eegalee taateewwan inflammatory, immunological fi jeneetikii walitti hidhaman kanneen suuta suutaan manca’iinsa tiruu yeroo dheeraa fi rakkoolee lubbuu namaa balaa irra buusanii fi gara ciccituu fi madaayuu tiruu fibrosis, cirrhosis fi dhuma irratti kaansarii kaleetti tiruu HCC tti fida.

Waggaatti Namoonni haaraan miliyoona 1.2 ol ta’an Hepatitis B fi C dhaaf saaxilamu.
Kanneen keessaa baay’een isaanii yeroo gabaabaa keessatti utuu dawaa hin fudhanne fayyuu danda’u keessattuu Acute Hepatitis B yoo ta’e ofumaan ji’a 6 keessatti namarraa baduu danda’a garuu namoota dhibbeentaa 10 irratti gara chronic infection tti ce’a waan ta’eef vaayiresiin kun yoo hin yaalamne umrii guutu wajjin jirata!.
Akka dhaabbileen fayyaa akka WHO fi CDC akka gabaasanitti, addunyaa irratti Yeroo kana Namoonni miiliyoona 296 ol ta’an Vaayiresii tiruu yeroo dheeraa (Chronic Hepatitis B) waliin jiraatu. Waggaatti namoonni miiliyoona 1.3 ol sababa miidhaa tiruu kan akka ciccituu fi madaayuu tiruu yokan cirrhosis fi fibrosis kanserii tiruun ce’uun lubbuu isaanii dhabu!.
Dhaabbanni fayyaa WHO’n akka jedhutti, yeroo ammaa guutummaa addunyaa irratti du’a miliyoona~1.3 vaayiresii tiruun mudatu keessaa 83% hepatitis B waliin wal qabata. Kunis dhukkuboota xiyyeeffannoo guddaa barbaadan keessaa tokko isa taasise jira.
Vaayiresii HBV kun mala baay’ina walxaxaa fi dandeettii sirna ittisa qaamaa jalaa miliquu olaanaa ta’een kan beekamu yoo ta’u,
Caasaa molakiyuulaa fi marsaa jireenyaa isaa hubachuun Fayyina jechuun vaayiresii tiruu keessatti maal jechuudha kan jedhu hubachuu fi wal’aansa caalaatti bu’a qabeessa ta’an kennuuf murteessaa dha.
Akkuma beekamu Vaayirasiin orgaanizimii of danda’e akka baakteeriyaa miti, jechuunis seelii keessummeessituun alatti ofumaan jiraachuu ykn baay’achuu hin danda’u, Vaayirasiin ofii isaatiin of danda’ee hin jiraatu ykn wal hin horu (akka baakteeriyaa) Qaamolee jiraachuuf barbaachisoo ta’an hin qabu kanaaf Guutummaatti seelii namaa irratti hirkatee wal hormaata isaa itti fufa.
Maalunmaa Vaayrasii HBV fi amaloota Baayoloojii isaa:
Vaayiresiin HBV maatii Hepadnaviridae keessaa isa tokko dha. Vaayiresoonni maatii kanaa seelii keessatti wal horuun, tiruu irratti gubaa (inflammation) fi miidhaa seelii tiruu fiduun beekkamu.

vaayiresichi Bocaa geengoo fi haguuggii coomaa (lipid envelope) keessatti dhokatu qaba yokan immo haguuggii coomaa isa marsee jiru qaba. Haguuggiin envelope kunis pirootiin HBsAg of keessaa qaba, kunis vaayiresichi sirna ittisa qaamaa jelaa akka dhokatu yokan akka akka hin mul’annee fi seelota tiruu keessatti seenuun nagaan jiraachuu danda’uuf isa gargaara.
Vaayirasiin tiruu B (HBV) pirootiinota ijoo marsaa jireenyaa isaa fi dhiibbaa seelii tiruu fi sirna ittisa qaamaa irratti qabuuf gargaaran kan gahee olaanaa qaban of keessaa qaba. Pirootinoonni kana keessaa kanneen barbaachisoo ta’an HBsAg, HBcAg, fi HBeAg dha.

https://www.sciencedirect.com/topics/medicine-and-dentistry/hepatitis-b-virus-x-protein
HBsAg pirootiinii gubbaa envelope vaayirasii yoo ta’u, vaayirasichi sirna ittisa qaamaatiin akka hin beekamne kan eeguu fi yeroo dheeraaf seelii tiruu keessa akka turu taasisa. laabraatorii irratti Infekshinii adda baasuu fi deebii wal’aansaa hordofuuf akka mallattootti tajaajila.
HBcAg kaapsiidii jiinooma vaayirasii kan of keessaa qabu kan uumu yoo ta’u, baay’ina vaayirasii (Replication) fi deebii ittisa seelii T kakaasuu keessatti gahee olaanaa qaba. HBcAg kallattiin dhiiga keessatti hin mul’atu, garuu farra qaama farra HBc (IgM fi IgG) tiin adda baafama kunis infekshinii cimaa fi yeroo dheeraa adda baasuuf gargaara.
HBeAg pirootiinii dhiiga keessatti sochii baay’ina vaayirasii fi Daddarbiinsa olaanaa qabaachuu agarsiisudha. Akkasumas deebii ittisa qaamaa qaamaa laaffisuu fi gara (Immune Tolerance) jijjiiruuf gumaacha qaba. Anti-HBe Mul’achuu fi HBeAg baduun isaa sochii vaayirasichaa hir’achuu fi sadarkaam daddarbiinsa hir’achuu agarsiisa.
Walumaagalatti pirootinoonni kunniin wal-cinaa kan hojjetan yoo ta’u, HBsAg vaayirasicha kan eeguu fi dhoksu yoo ta’u, HBcAg ammoo baay’ina vaayirasii kan deeggaru fi deebii kan kakaasudha. Immunooloojiidhaan, HBeAg sadarkaa sochii vaayirasii fi daddarbiinsa vaayirasii calaqqisiisa.

Hojii pirootiinota kanaa hubachuun yaala farra vaayirasii qopheessuu fi bu’a qabeessummaa qoricha hordofuu fi sadarkaa infection dhukkubsattoota irratti murteessuuf barbaachisaa dha.
Walitti Qabamiinsa Jeneetikii fi Caasaa Jiinoomii Gartokkee dsDNA:

Vaayiresiin HBV DNA jiinoomii hidda yokan genome addaa fi wal xaxaa qabaachuun beekkama. genome isaa geengoo lama (two strands) dha, garuu (strand) isaa lama ta’an keessaa tokko guutuu miti: Geengoon tokko
Negative strand (–) Guutuu dha /full-length Kanaaf “full-length strand” jedhama. Geengoon isaa inni biraan
Positive strand (+) Gabaabaa dha Guutuu miti, Nucleotides isaa 1700–2800 bp irratti dhaabbata. Kanaaf “incomplete strand”
Yokan “partially double-stranded” jedhama, kanaaf partially double-stranded DNA jedhama.

Sababni hiddi lammaffaan guutuu hin taaneef mala baay’ina vaayirasichaa akkaataa replication HBV irraa kan ka’e yoo ta’u, kunis yeroo tiraanskriipshinii duubatti deebi’u RNA gidduu galeessaa irratti hirkata. Caasaan dachaa lama qabu kun vaayirasichi seelii tiruu keessa akka qubatuu fi ittisa ittisa qaamaa irraa akka miliquuf kan dandeessisu yoo ta’u, yeroo dheeraaf lubbuun jiraachuu isaaf haala mijeessa, akkasumas infekshinii yeroo dheeraa fida.
Vaayiresich seelii tiruu hepatocyte keessatti yeroo wal horuuf jedhu tooftaa Ajaa’ibaa fayyadama Vaayiresiin HBV DNA ta’ullee, yeroo wal hormaataa keessatti RNA intermediate fayyadama reverse transcriptase haala kanaan DNA haaraa oomishuun baayyata.
DNAn hojjetame kunis bifa cufamaa cccDNA ta’een niwukilasii keessatti kuufama kunis baayyinaa fi jireenya vaayiresichaa gara fuulduraaf bu’uura ta’a Yokan replication fi transcription itti aanuuf bu’uura ta’a.
Kun yeroo ibsamuu Vaayirasichi nama tokko qabee ji’a 6 ol yoo ture gara (chronic infection) tti jijjiirame Booda Akkuma armaan olitti ibsame Vaayirasiin kun mala baayoloojii walxaxaa ta’e DNA isaa bifa (cccDNA) jedhamuun niwukilasii hepatosaayitii keessatti kuufata, kana jechuun akka sanyiin isaa utuu hin badin jiraachuu isa dandeessisutti, seelii tiruu keessa qubata. Bifti jeneetikii itti fufiinsa qabu kun akka kuusaa fi tooftaa itti fufiinsa jireenyaa dhokataa vaayirasichaa waan ta’eef Wal’aansa ammayyaa fudhachuu wajjin waggoota boodas vaayirasichi deebi’ee wal horuun infekshinii sana deebisee hojiitti galchuu danda’a. Tooftaa baayyee balaafamaa ta’edha Amalli kun vaayiresichi akka dhokatee seelii tiruu keessatti yeroo dheeraaf turuuf, fi yaala qorichaa ammayyaa irraa miliquuf gargaara. Kanaaf HBV’n dhibee yeroo dheeraa fi rakkisaa fida.

Erga replication jalqabeen booda Seelonni dhukkuba kanaan qabaman erga baay’atanii booda, xixiqqoo vaayirasii haaraa oomishaman kanneen karaa dhiigaa fi dhangala’aa qaamaatiin gara seelii tiruu birootti gadhiisuu eegalu. Sadarkaan kun itti fufiinsaa fi tatamsa’ina infekshinichaa kan mirkaneessu yoo ta’u, yeroo kanatti nama tokko irraa gara nama biraatti daddarfachuu akka danda’us ni ibsa. Amaloonni walxaxaa ta’ee fi Caasaan hin baratamne kun vaayiresichi seelii tiruu keessatti tasgabbiin akka jiraatu carraa isaaf gumaacha.

Qorichootni mana yaalaa amma jiran—fe’iinsa baayyina vaayirasii (HBV DNA) hir’isuu fi hojii tiruu fooyyessuu fi guddina dhukkubaa ittisuu danda’a garuu cccDNA guutummaatti niwukilasii hepatocytes irraa balleessuu hin danda’anu.
Fayyinni qabatamaan yeroo kana Saaynsii fayyaa keessatti milkeessuuf jedhamee qaamolee yaalaa fi qorannoo qorichaa addunyaa, dhaabbileen fayyaa kanneen akka Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO), Waldaa Dhibee Tiruu Ameerikaa (AASLD), Waldaa Qorannoo tiruu Awurooppaa (EASL), Akkasumas NIH, FDA, WHA, fi kkf Hundinuu dhukkuba Vaayiresii HBV Chronic irratti qoricha fayyina “functional cure” fiduuf hojiirra ooluu danda’u argachuu dha.
Fayyinni Kun yeroo ibsamu dhukkubsataan erga Qorichoota fayyadameen booda laabiraatorii irratti antiijeen fuula vaayirasii (HBsAg Loss) ta’ee itti fufiinsaan baduu fi (Anti-HBs Positive) ta’ee itti fufuu “undetectable HBV DN” fi hojii tiruun (ALT, AST, Bilirubin) normal ta’uu fooyya’iinsi kunis dhukkubsataan wal’aansa erga adda kutee boodas yeroo dheeraa itti fufuu hojii tiruu tasgabbaa’aa Ta’uudha. Kaayyoo guddaa dhaabbileen qorannoo fayyaa hundinuu kana galmaan gahuuf carraaqaa jiranidha!.
Hanga ammaatti Sadarkaan milkaa’ina Fayyina Functional Cure Dhukkuba Tiruu (Chronic Hepatitis B) Qorichoota Ammayyaan galma gahe hin jechuun ni danda’ama! gabaasa (WHO, AASLD, EASL, 2023–2024) irratti hunda’ee Dhukkubsattoota Namoota 1000 yaala Ammayyaa fudhatanu keessaa.carraan fayyina “Functional Cure” (HBsAg loss, DNA negative, anti-HBs positive) yeroo ammaa giddu-galeessaan ~5–10% qofa irratti milkaa’aa! Kana jechuun namoota baay’ee muraasa qofatu yeroo ammaa dhugumaan HBsAg Negatiivii ta’uu danda’aa.
Dhukkubsattoonni %95 ol kiniinii guyyaa guyyaan dhuguun jireenya itti fufu jechuudha.
Dhibbeentaan Namoota vaayiresii tiruu tiif, Qorichoota ammayyaa fudhatan keessaa kan fayyina functional cure argatan Gosoota qorichaa irratti hundaa’a garuu walumaa galatti dhukkubsataa 1000 keessaa namoota 1 hanga 15 qofatu functional cure milkaa’uu danda’a!. Kanaaf jecha dhaabbileen qorannoo fayyaa functional cure argachuuf tattaaffii godhaa jiru. Qoricha Yaala ammayyaa keessatti Dhukkubsattoonni guyyaa guyyaan Qorichoota ammayyaa fudhataa jiraachuu qabu!.

Silumaa Qorichootni Ammayyaa Too’annoo qofaaf qophaa’e.
Yaala Qoricha Uumamaa (Herbal Antiviral Therapy) Keessatti namoota dhibbeentaa 100 keessaa 90 irratti bu’aan Sustained Functional Cure) galma’ee jira. Bu’aan fayyisuu yaalii ammayyaa keessatti Abjuu ta’e kun Yaala aadaa Yaala Qoricha Uumamaa (Herbal Antiviral Therapy) keessatti bifa Bareedaa ta’een galama gahuu danda’ee jira.

Vaayirasii hepatitis B irraa fayyuun nuti jedhaa jirru mallattoon dhukkubaa baduu qofa irratti hundaa’e miti! Fayyina dhaabbataa ta’edha. Nu dhibee kanaaf Wal’aansa yeroo kenninu Qorichoota Aadaa Herbal Pharmacognosy irratti hundaa’e fayyadamna Fayyina itti fufiinsa qabu fiduuf Qorichootni aadaa kun Kallatti tokkoon osoo hin taane Kallatti garaa garaan hojjetaa Bu’aa antiviral, immunomodulatory, hepatoprotective) Bu’aa fi karaa malawwan walitti makamaaa hedduu kanaan kuufama cccDNA hepatocytes keessatti argamu haala bu’a qabeessa ta’een irratti xiyyeeffachuun sirna ittisa qaamaa wajjin qindoominaan Vaayiresicha dhabamsiisuf hojjeta. Eegumsaa fi Anti-HBs Positive) deebii ittisa qaamaa cimaa fi bu’a qabeessa ta’e bakkatti deebisuun qaamni wal’aansa umurii guutuu osoo hin barbaachisin fayyaa ta’ee akka jiraatu taasisa!.

Bu’aa qorichi kun qabuu fi akkaataa qaamni Qoricha kana (xuuxuu, raabsuu, meetaabolii, bahuu fi kkf itti fayyadamni isaa fi fayyaa namaatiif nageenya akka qabu xiinxala farmaakookineetiksii fi farmaakoodaayinaamikii fi toksiikookineetiksii fi kkf Dameewwan saayinsii summii fi bu’aa qorichaa hubachuuf murteessoo ta’aniin adda baafame jira! Qoricha miidhaa hin qabu, guutummaatti Nageenya qaba.
Qorichoota kana Dhukkubsataaf utuu hin kennine dursa Qorannoo Fayyaa Tiruu (Liver Health Investigation) gaggeessina!
Qorannoowwan Dursanii Gaggeeffaman:
1️⃣ Serology Tests: HBsAg, HBeAg, Anti-HBs, Anti-HBc.
2️⃣ Liver Function Tests (LFT): ALT, AST, ALP, Bilirubin, Albumin.
3️⃣ Ultrasound Tiruu: Sadarkaa cirrhosis beekuuf.
4️⃣ Viral Load (HBV DNA): Sadarkaa vaayirasii beekuuf.
Magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti hospitaalota dhuunfaa qorannoo kana nuuf hojjetanu walii galtee qabnu ni jiru
Qorannoo irratti hundaa’uun dhukkubsataa tokko tokkoon isiniif yaala madaalawaa kennina.
Namoota kanneen Vaayiresii Hepatitis B (Chronic HBV Infection) yeroo dheeraa qabaniif qoricha uumamaa (herbal compound) qophaa’ee kenname, keessaa Namoonni gariin ji’a 3 keessatti fayyina argatan, namoonni gariin immoo ji’a 6 keessatti fayyina argatan, akkasumas namoonni 30 ol immoo ji’a 9 keessatti fayyina guutuu argatan (HBsAg Loss + Anti-HBs Positive + HBV DNA Negative) ta’ee jira. Dhukkubsattoota vaayiresii tiruu yeroo dheeraa qaban kan Qorichoota foormulaa herbal nu biratti ji’oota 6 hanga 9 fayyadamaa turani yaala walitti fufiinsaa fi laabiraatoriin deeggame kana booda Qormaata fayyaa irratti Bu’aan
HBV DNA : Negative
HBsAg : Negative
Anti-HBs : Positive
HBeAg : Negative
Anti-HBe : Positive
Liver Function Tests (ALT, AST, ALP, Bilirubin, Albumin) – Hundumtuu normal range Guutummaatti idilee normal range ta’ee, akkasumas Bu’aan kun waggoota 3 ol walitti aansuun utuu hin jijjiiramin itti fufe jiruun ofitti amanamummaadhaan ” Hepatitis b irraa Fayyina guutuu argattanii jirtu jechuunii dandeenya.
Yaad-rimee vaayirasii hepatitis B (HBV) irraa fayyuu fi fayyisuun ittiin beekkamu bu’uura saayinsii cimaa dameewwan gurguddoo saayinsii yaalaa kan akka Saaynsii vaayirasii Virology fi immunooloojii, paatofiiziyoloojii fi bu’aa kilinikaa argame Irratti hundaa’uun dhukkubsataa keenyaan ofitti amanamummaadhaan “Dhukkuba tiruu B irraa fayyitee jirta” jechuu dandeenya Qaamni kee guutummaatti madaallii idilee argatee jira amma sirni ittisa qaamaa kee Vaayiresicha to’ateera, hojiin tiruu kee Inzaayimoonni hundi gara idileetti deebi’eera. vaayirasichi kana booda sochii deebi’uu fi miidhaa tokko geessisuu hin danda’u! jireenya nagaa itti fufuu dandeessa 100%. Sababni isaas Kun fayyina dhugaa (True Recovery) yaala vaayrasii tiruu booda Bu’aan laabraatoorii haala kanaan idilee ta’ee yeroo dheeraaf itti fufuun isaa namni kun fayyina itti fufiinsa qabu (Sustained Functional Cure) galmaan gahuu agarsiisa, haala kanatti vaayirasichi dhabamsiifamuu fi dhukkubsataan hordoffii wal’aansaa itti fufiinsa qabu yokan Qoricha umrii guutuu fudhachuu osoo hin barbaachisin fayyaa ta’ee boqonnaan jiraachuu danda’a akkasumas namni kun gara fuulduraatti rakkoolee fayyaa akka Kaansarii tiruu HCC qabamuu fikkf sababa vaayiresii kanaan dhufanui fi vaayirasichi deebi’ee wal horuu osoo hin sodaatin ofitti amanamummaa fi tasgabbii sammuutiin akka jiraatan isaan dandeessisa.

Bu’aan argame qabatamaa fi mirkanaa’e dha; Saayinsaawaan bu’aan kun “Sustained Functional Cure” jedhama. kunis bu’aa qorichi ammayyaa waggoota kudhan keessatti illee argamsiisuu hin dandeenye dha!. Sustained Functional Cure of Chronic Hepatitis B (HBV) yokan immo”Long-term durable functional cure of chronic hepatitis B” Argachuun 100% ni danda’ama Wabii guutuu kennuu dandeenya.
Saayinsii vaayrasii tiruu keessatti Gabaabumatti, functional cure argame jechuun dhukkubsataan fayyina argatee jira jechuudha, kunis cccDNA irraa mirkaneessi guutuu hin barbaachisu!.
Qorannoon dhiigaa negaatiivii ta’uu
HBV DNA Negative
HBsAg Negative
Anti-HBs Positive
HBeAg Negative
Anti-HBe Positive
ALT, AST, Bilirubin dalagan tiruu idilee ta’ee waggoottaniinf utuu hin jijjiiramin yoo itti fufe kana booda dhukkubsataan guutummaatti fayyina argachuu isaa, yokan vaayirasiin HBV qaama keessaa guutummaatti dhabamsiisuu isaa mirkaneessuun ni danda’ama! Kun fayyina fudhatama qabuu fi saayinsaawaa dha!. Kun jecha keenya osoo hin taane kan saaynsii fayyaa Idil Adduunyaa ti.
Vaayiresiin tiruu kun fayyuu ni danda’ama yeroo jennu, waa’ee Vaayiresii kanaa sirriitti waan beeknuuf malee! cimina isaa wallaallee miti! Waa’ee Vaayiresii tiruu HBV hubannoo dhabne miti! saayinsii dhibee kanaan wal qabatu Hepatology + Virology + Molecular Biology + Immunology hundumaa quba qabna! Sunuma irratti hundaa’uun Qorichoota gosa garaagaraa dhibee kana yaaluuf qopheessinee jirra!
Gabaabinaan Dhibeen kun yaala Ammayyaan hin fayyu garuu yaala Aadaa saaynsii irratti hundaa’een Qorichi fayyina fiduu danda’u Jira.
✍️Barreessaan: Dr. Huzaifah
Lakkoofsa bilbilaa linki Telegramii fi whatsaap armaan gaditti isiniif keenye irratti messege nuuf Erguu dandeessu! Akkasumas messege kallattiin gaaffii keessan Erguu dandeessu.
Telegram irratti messege nuuf Erguuf linki👇
http://t.me/Hepatitis_B_QorichaAadaaOromiyaa
Akkasumas Whtsapp irratti messege Eeguuf linki armaan gadii kana tuqi👇
Waa’ee Yaala Vaayiresii tiruu HBV irratti odeeffannoo yaalaa Argachuuf lakkoofsa bilbilaa 0910333944 Telegram fi Whtsapp irratti messege nuuf Erguu dandeessu.
Karaan salphaa fi filatamaa ta’e Telegram fi Whtsapp akkasumas SIMS dha.
Bilbila kallattiif Lakkoofsa bilbilaa 0917535385 Nu qunnami:
🌿🔬🌿━🔬🌿
Bilbilli keenya banaa kan ta’u, Guyyaa waaree booda sa’aatii 8 hanga galagala sa’aatii 11tti, Halkan Sa’aatii 2 hanga sa’aatii 5tti yoo bilbiltan nu Argachuu dandeessu.
Halkan Sa’aatii 5 booda bilbiluun hin danda’amu ⛔ Karaa salphaa ta’een Telegiraamii fi Whatsaappiin messege Ergi.
Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa “Follow” gochuu hin dagatinaa ✅