Author: Dr. Huzayifaa

Dhukkuboota Onnee fi mallattoo isaa

Dhukkuba Onnee fi Dhiibbaa Dhiigaa (Cardiovascular Diseases)   (CVD) jecha bal’aa haalawwan rakkoo fayyaa adda addaa onnee fi ujummoo dhiigaa miidhan kan hammatedha. Dhukkubni Onnee dhukkuboota yeroo dheeraa namarra turanu fi yaaluuf ulfaataa ta’an keeysaa isa tokko yoo ta’u lubbuu Namootaa galaafachuu keessatti Akka Addunyaatti Sadarkaa Olaanaa irra jira! Bara 2020 keessa qofa sababa Dhukkuba […]

Biqiltuu Jabduu faayidaa guddaa qabdu..

Maqaan isaa Biqltuu Asmii jedhama! Maqaan saayinsaawaa “Euphorbia hirta” jedhamee beekkama!. Biqltuu Asmii yokan “Asthma Weed” jechuun maqaa lafaa ka’ee kenname qofa miti; biqiltuun kun qoricha aadaa keessatti faayidaa yeroo dheeraaf qabu kan calaqqisiisu yoo ta’u, keessumaa akka yaala rakkoolee sirna hargansuu kan akka asmii, qufaa yeroo dheeraa fi Rakkoo dadhabina hafuura baafachuu fikkf yaaluu […]

Fakkeenya Ajaa’ibsiisoo Dhukkuboonni ittiin ibsaman!

Namoonni maalummaa dhukkuboota isaanii akka karaa salphaatti hubatan gargaaruuf, hayyoonni fakkeenyota ajaaibsiisoo fi jireenya guyyaa guyyaa keessatti Argaman irraa fayyadamaniiru. Fakkeenyonni kun amalaa fi haala dhukkubichaa qulqulleessee akka gaariitti kan ibsuu fi sirriitti kan wal fakkaatuu fi hubannoo guddaa namaaf kennu ture!   1. Dhukkuba Tiruu B (Vaayiresii Hepatitis B) — Fakkeenya Sangaa Jabaa Dhukkubni […]

🌿 Dhukkuba Cobxoo yokan Dhukkuba dhiiraa fi Mallattoolee Isaa 🌿

🌿 Dhukkuba Cobxoo yokan Dhukkuba dhiiraa fi Mallattoolee Isaa 🌿 Dhukkubni Cobxoo yokan Dhukkuba dhiiraa kan “𝙂𝙤𝙣𝙤𝙧𝙧𝙝𝙚𝙖” jedhamuun beekkamu   Dhukkuba sirna wal hormaataa miidhu kan baakteeriyaa Neisseria gonorrhoeae jedhamu irraa dhufu yoo ta’u dhukkuba daddarbaa yoo hin yaalamin miidhaa cimaa fi geessisu danda’u dha. Dhukkubni kun Karaa wal qunnamtii saalaa fi wal dhungachuu fi tuttuqqii […]

Rakkoo Dhukkuboota Walhormaataa..

Dhukkuboota Walqunnamtii Saalaa (STI) Itoophiyaa keessatti. Dhukkuboonni daddarboon Infeekshiniin walqunnamtii saalaa (STIs) rakkoo fayyaa hawaasaa gurguddoo Itoophiyaa keessatti mul’atan keessaa tokkodha. Dhukkuboonni kun Kallattiin fayyaa namoota dhuunfaa, keessumaa dubartoota ulfaa irratti dhiibbaa kan geessisan yoo ta’u, rakkoo fayyaa, kan akka Kaansarii fi Maseenummaa yokan Dhala dhabuuf nama saaxilanu dha! Infeekshiniin walqunnamtii saalaa (STIs) garee Dhukkuboota […]

Yaala dhibee Tiruu hepatitis B

🔬 Odeeffannoo Murteessaa! Maamiloota keenya kan dhibee tiruu Hepatitis B qabdan! Akkuma beekkamu dhibee yeroo hedduu namoonni nu biratti yaalaman keessaa inni guddaan dhukkuba tiruu yokan Dhibee simbiraa vaayiresii tiruu B dha. 🏛️ Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa Gorsa fayyaa, yaala uumamaa, beekumsa qoricha aadaa fi saayinsii deeggarame dhibee kana irratti kennina. 📞 Warra dhibee tiruu […]

Maseenummaa (Dhala Dhabuu) fi Ramaddii Isaa

Maseenummaa (Dhala Dhabuu) fi Ramaddii Isaa Namni kamuu ilmoo argachuu fi sanyii isaa itti fufsiisuun hawwii uumamaan isa keessatti uumame qaba. Dhala dhabuu yokan (maseenummaan) rakkoo fayyaa bal’aa fi walxaxaa ta’eedha; sababoota garaagaraa of keessaa qaba. Isaan keessaa: rakkoo uumamaa, rakkoo hormoonii, rakkoo saayikoloojii (psychological), rakkoo immunooloojii fi rakkoo seelota gara-garummaa sanyii (genetics) keessatti mul’atu […]

Wantoota fayyaa tiruu cimsanu..

Wantoota fayyaa tiruu cimsanuu fi namni dhibee Vaayiresii tiruu Qabu fayyadamuu qabu.   Dhibee Tiruu irraa fayyuun Qorichoota mana yaalaa qofaan hin danda’amu! Inumayyu Qorichoota Garaa, garaa Yeroo dheeraa fudhachuun deebisee Tiruu irratti miidhaa dabalataa fidaa!! Kanaaf Dhugaatiiwwan Biqiltuu uumamaa fi Sorata, uumamaa mana keeysa jiranu bifa dawaan fayyadamuun Namoota dhibee Tiruu qabaniif baay’ee Barbaachisaadha!. […]

Hepatitis B care

Is Complete Cure from Hepatitis B Virus (HBV) Really Possible?! One of the most common questions asked by people and health enthusiasts is: “It is said in modern medicine that the Hepatitis B virus cannot be completely cured. So how do you say that complete cure is possible?!” Yes, this is a logical question, but […]

Balaa miidiyaa Hawaasaa fi slphina feemasoonni biyyatti fidaa jiranu!

Addunyaa ammaa keessatti odeeffannoo saffisaan tamsa’a, Miidiyaaleen hawaasaa, tajaajiloota waltajjii gabaabaa (TikTok, Instagram Reels, YouTube Shorts, fi kkf), fi barreeffamoota gabaabaa tweet, post gabaabaan bakka guddaa fudhateera. Kun ammoo namoota wallaalummaa cimaa qaban yeroo gabaabaa keessatti akka beekumsaa fi aangoo argatan taasisee jira! Namoonni kun waan miira namaa kakaasu danda’an, gadhiisu hawaasnis dhugaa yookaan soba […]