Category: Medical

Vaayireesii HBV fi yaala Uumamaa

Hepatitis B: Tooftaalee Molekulaaraa Vaayirasichaa fi Akkaataa Yaalli Uumamaa Maashinii Hundee vaayirasichaa cccDNA Itti Cabsu Seensa Dhukkuba Tiruu Hepatitis B jechuun dhukkuba Tiruu daddarbaa keessaa isa hamaa fi cimaa yoo ta’u. Vaayiresiin kun tiruu (liver) irratti miidhaa dhokataa Mallattoolee hin qabne geessisa. Dhibeen vaayirasii tiruu kun dhukkubsataa irratti utuu mallattoolee (symptoms) hin agarsiisin gara sadarkaa […]

Gabaasa Vaayirasii Tiruu HBV 2025

Gabaasni qorannoo bara 2025 bahe akka agarsiisutti, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO`n kaayyoo isaa guddaa bara 2030tti dhukkuba Vaayirasii Tiruu (Hepatitis B fi C) dhabamsiisuuf kaa’ee hojjechaa ture akka hin milkoofnee fi galma sana bira gahuun hanga ammaatti ulfaataa fi fagoo akka ta’e ifa taasiseera. Bu’aan qorannoo irraa argame sodaachisaa ta’ee jira!.   Bara 2016tti Dhaabbanni […]

Vaayrasii

Vaayrasii Maalii!? Akkamitti wal horuu fi jiraachuu danda’a!? Vaayirasoonni wantoota baay’ee xixiqqoo (microorganisms) jedhaman keessaa tokko yommuu ta’an, dhala namaa, horii, bineensota, fi biqiltoota irratti dhiibbaa guddaa fiduu danda’u. Dhukkuboota vaayirasootaan dhufan keessaa muraasni akka Hepatitis B, HIV/AIDS, fi Ebola beekamoo dha.   Uumama fi Amaloota Vaayirasoota (Origin and Nature of Viruses) Vaayirasiin wantoota baayyee […]

Odeeffannoo_guutuu

Dhukkubni vaayiresii tiruu yokan dhukkuba Simbiraa Hepatitis B (HBV) kan mana yaalaatti hin fayyu jedhamu sun! gara kaansarii tiruu tti, hin guddanne taanaan sadarkaa hunda irratti guutummaan guutuutti fayyuu danda’a, hangi Vaayiresii viral load isaa guddaa ta’us xiqqaa ta’us ni fayya. Namoonni hedduun mana yaalaa deemanii yeroo “Hepatitis B qabda” jedhame, abdii kutachuu, “Yeroom du’a […]

Facaatii Vaayiresii Tiruu

Facaatii Dhukkuba Vaayiresii Tiruu (Hepatitis Virus) Oromiyaa Bahaa fi Dhihaa keessatti Oromiyaa naannoo guddaa fi baay’ina ummataa hedduu qabdu keessaa tokko yoo taatu, dhukkuboota daddarboof saaxilamuu keessatti sadarkaa olaanaa qabdi. Barreeffamni kun bifa saayinsaawaa fi qorannoo irratti hundaa’e garaagarummaa sadarkaa facaatii dhibee Vaayirasii Tiruu naannoo Oromiyaa gama Bahaa fi gama Dhihaa ibsa. Naannoo Oromiyaa Bahaa […]

Fakkeenya Ajaa’ibsiisoo Dhukkuboonni ittiin ibsaman!

Namoonni maalummaa dhukkuboota isaanii akka karaa salphaatti hubatan gargaaruuf, hayyoonni fakkeenyota ajaaibsiisoo fi jireenya guyyaa guyyaa keessatti Argaman irraa fayyadamaniiru. Fakkeenyonni kun amalaa fi haala dhukkubichaa qulqulleessee akka gaariitti kan ibsuu fi sirriitti kan wal fakkaatuu fi hubannoo guddaa namaaf kennu ture!   1. Dhukkuba Tiruu B (Vaayiresii Hepatitis B) — Fakkeenya Sangaa Jabaa Dhukkubni […]

Manaqorichaaadaaoromiya

Tajaajilota Giddu gala yaala Aadaa Oromiyaa.

Tajaajilota Giddu gala yaala Aadaa Oromiyaa. Giddu Gala Yaala Aadaa Oromiyaa keessatti dhukkuboota Gosa garaa garaatiif Wal’aansa qoricha kan kenninu yoo ta’u Isaan keeysaa Maqaa Maqaa dhukkuboota muraas Afaan Oromoo fi ingiliffaan Armaan gaditti tarreeffamanii jiru: 1. Dhukkuba Vaayireesii Tiruu B, Hepatitis B virus. 2. Dhukkuboota Hadhooftuu kan Akka Cirracha Hadhooftuu -(Gallbladder disease) 3. Dhukkuba […]

Aadaa Uumamaa Qoricha Aadaatiin Eeguu

🌿 Proud to Continue My Work at Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa For many years, I have been committed to advancing evidence-based Ethiopian traditional medicine through scientific research, public health education, and integrative healthcare. At Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa, our mission is not only to provide healthcare services but also to transform traditional medical knowledge into […]

Fayyina Uumamaa Addunyaa Haaraaf

Addunyaan gara fuulduraatti tarkaanfachaa jirti, namoonni hedduun mala fayyaa uumamaa irra deebi’uun jalqaban. Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa keessatti, ogummaa aadaa durii fi qorannoo saayinsii haaraa walitti fiduun qorichoota uumamaa nageenya qaban fi bu’a qabeessa ta’an dhiyeessina. Rakkoo dhiphina sammuu, dhibee xuuxaa, yookaan lafee fi sombaa waliin walqabatuuf furmaata barbaaddaa? Qorichoonni keenya si fayyaduuf qophaa’an. Meeshaaleen […]