Author: Dr. Huzayifaa

Miidiyaa hawaasaa irratti Eenyummaa sobaa ijaaruu fi Of ajjeesuu

Eenyummaa Sobaa Miidiyaa Hawaasaa Irratti Ijaaruun Balaa Guddaa Dha Jaarraa keenya keessatti miidiyaan hawaasummaa (Social Media) bakka namoonni itti wal-argan, odeeffannoo itti wal-jijjiiran fi eenyummaa isaanii itti ijaaran Ta’us, Miidiyaan hawaasaa yeroo ammaa meeshaa wal-qunnamtii qofa miti. Inni bakka eenyummaan namaa itti ijaaramu, bakka namni itti madaalamau, iccitiin itti faca’u, bakka namni itti kabajamu ykn […]

Dhukkuba Vaayirasii Hepatitis B

Dhukkuba Tiruu Ykn Vaayirasii Tiruu Hepatitis B: Maalummaa fi Adeemsa Dhibee Fidu Isaa irratti Xiinxala Saayinsaawaa Gadi-fageenya qabu Kutaa 1ffaa Hubachiisa Barreeffamni kun waa’ee Vaayirasii Hepatitis B (HBV) irratti xiinxala saayinsaawaa gadi-fageenyaa (advanced scientific analysis) kennuuf kan qophaa’e dha. Sababa jechoota Baayoloojii wal xaxaa hedduufi ibsa gadi-fageenya qabu of keessaa qabuuf, ummata namni barnoota fayyaa […]

Dhibee Vaayirasii Tiruu HBV fi Amaloota isaa Yaala Uumamaa

Vaayirasii Tiruu HBV maalummaa isaa fi Amaloota isaa fi Akkaataa Yaala isaa… Yeroo waa’een Vaayirasii Tiruu HBV ni fayya jedhamee Dubbatamu Yeroo hedduu gaaffilee Armaan gadii kanatu ka’a: Vaayirasii Tiruu HBV maaliif dawaa Ammayyaatiim Fayyuu dhabe? Dawaan Uumamaa isin jira jettan kun maaliin dawaa ammayyaa antiviral drugs irraa adda ta’aa? Gaaffiilee kanaaf deebiin bifa Saayinsaawaa […]

Qorannoon Vaayrasii Tiruu Hepatitis B Bara 2025

Addunyaan Vaayrasii tiruu HBV to’achuu irraa Fagoo jirti. Dhukkubni Vaayirasii Tiruu B haala amma jiru kanatti rakkoo fayyaa, dinagdee fi hawaasummaa guddaa addunyaaf ta’eera. Gabaasni haaraa bara 2025 bahe akka agarsiisutti, kaayyoon Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) dhibee Vaayirasii Tiruu (Hepatitis B fi C) bara 2030tti dhabamsiisuuf karoorfate yeroo ammaa abdii kutachiisaa ta’eera. Qorannoon dhiheenya kana […]

Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa

Giddu gala yaala Aadaa Oromiyaa Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa Itiyoophiyaa Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa (Giddu Gala Yaalaa Aadaa Oromiyaa) giddugala yaala aadaa kan saayinsii irratti hundaa’e yaala aadaa fi ammayyaa walitti fiduun tajaajila kennuu irratti xiyyeeffata. Giddugalichi qorannoo saayinsii fi muuxannoo amanamaa irratti hundaa’uun tajaajila yaala uumamaa bu’a qabeessaa fi nageenya qabu kennuudhaaf kan akeekedha. […]

Ethiopia Center for Traditional & Integrative Medicine

Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa – Ethiopia National Center for Traditional & Integrative Medicine # 1. Introduction / Overview Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa (National Center for Integrative and Evidence-Based Traditional Medicine, Oromia, Ethiopia) is a nationally recognized center dedicated to integrating Ethiopia’s rich traditional medicinal knowledge with modern scientific healthcare practices. The center’s mission is to […]

Yaala Aadaa fi Ammayyaa

Yeroo kana saayinsiin guddateera garuu Dhibeewwan yeroo dheeraa qormaata fayyaa addunyaa ta’anii itti fufaa jiru. Lakkoofsi nama Dhibeewwan kanaan Qabamuu fi duuti sababa Dhibeewwan kannneen wajjiin wal qabatee uumamu dachaan dabalaa jira! Sababni isaa maali ? Furmaanni isaa ho!? Gaheen yaalli uumamaa Rakkoo kana furuu keessatti qabu maal fakkaata!? Addunyaan keenya yeroo ammaa Qorichi ammayyaa guddinaa […]

Chronic Hepatitis B Is Not a Death Sentence — Effective Treatment and Functional Cure Are Possible

**Chronic Hepatitis B (HBV) and Liver Diseases: Scientific Reality, Clinical Outcomes, and the Possibility of Sustained Functional Cure** Abstract Hepatitis B virus (HBV) infection remains one of the most significant global public health challenges, affecting hundreds of millions of individuals worldwide. Despite widespread misconceptions, a diagnosis of HBV infection—whether acute or chronic—does not constitute a […]

Miidhaa Caatii/Jimaa (Catha edulis) fi HBV

🔬 Gabaasa Saayinsaawaa Walitti Hidhata Jimaa (Catha edulis) Keemikaala Irratti Biifamee fi Dhukkuba Simbiraa Vaayiresii Tiruu fi facaatii Vaayirasii Hepatitis B irratti. Dhukkubni tiruu yeroo dheeraa (Chronic Liver Disease), addatti kan vaayirasii Hepatitis B irraa dhufu, biyyoota Afrikaa Bahaa keessatti rakkoo fayyaa ummataa guddaa dha. Akkasumas rakkoon kun naannoo jimaa/caatiin itti heddummaatu keessatti ballinaan argamaa […]