Author: Dr. Huzayifaa

Ethiopia Center for Traditional & Integrative Medicine

Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa – Ethiopia National Center for Traditional & Integrative Medicine # 1. Introduction / Overview Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa (National Center for Integrative and Evidence-Based Traditional Medicine, Oromia, Ethiopia) is a nationally recognized center dedicated to integrating Ethiopia’s rich traditional medicinal knowledge with modern scientific healthcare practices. The center’s mission is to […]

Yaala Aadaa fi Ammayyaa

Yeroo kana saayinsiin guddateera garuu Dhibeewwan yeroo dheeraa qormaata fayyaa addunyaa ta’anii itti fufaa jiru. Lakkoofsi nama Dhibeewwan kanaan Qabamuu fi duuti sababa Dhibeewwan kannneen wajjiin wal qabatee uumamu dachaan dabalaa jira! Sababni isaa maali ? Furmaanni isaa ho!? Gaheen yaalli uumamaa Rakkoo kana furuu keessatti qabu maal fakkaata!? Addunyaan keenya yeroo ammaa Qorichi ammayyaa guddinaa […]

Chronic Hepatitis B Is Not a Death Sentence — Effective Treatment and Functional Cure Are Possible

**Chronic Hepatitis B (HBV) and Liver Diseases: Scientific Reality, Clinical Outcomes, and the Possibility of Sustained Functional Cure** Abstract Hepatitis B virus (HBV) infection remains one of the most significant global public health challenges, affecting hundreds of millions of individuals worldwide. Despite widespread misconceptions, a diagnosis of HBV infection—whether acute or chronic—does not constitute a […]

Miidhaa Caatii/Jimaa (Catha edulis) fi HBV

🔬 Gabaasa Saayinsaawaa Walitti Hidhata Jimaa (Catha edulis) Keemikaala Irratti Biifamee fi Dhukkuba Simbiraa Vaayiresii Tiruu fi facaatii Vaayirasii Hepatitis B irratti. Dhukkubni tiruu yeroo dheeraa (Chronic Liver Disease), addatti kan vaayirasii Hepatitis B irraa dhufu, biyyoota Afrikaa Bahaa keessatti rakkoo fayyaa ummataa guddaa dha. Akkasumas rakkoon kun naannoo jimaa/caatiin itti heddummaatu keessatti ballinaan argamaa […]

Vaayireesii HBV fi yaala Uumamaa

Hepatitis B: Tooftaalee Molekulaaraa Vaayirasichaa fi Akkaataa Yaalli Uumamaa Maashinii Hundee vaayirasichaa cccDNA Itti Cabsu Seensa Dhukkuba Tiruu Hepatitis B jechuun dhukkuba Tiruu daddarbaa keessaa isa hamaa fi cimaa yoo ta’u. Vaayiresiin kun tiruu (liver) irratti miidhaa dhokataa Mallattoolee hin qabne geessisa. Dhibeen vaayirasii tiruu kun dhukkubsataa irratti utuu mallattoolee (symptoms) hin agarsiisin gara sadarkaa […]

Dhukkuba Vaayrasii tiruu Hepatitis B irratti Xiinxala Saayinsii

Hepatitis B (HBV): “Dhibee Callisaa dhokatee nama Ajjeesu” — Xiinxala Saayinsii, Maalummaa Vaayirasichaa fi Amaloota Baayoloojii Vaayirasii, Adeemsa Dhukkubaa, haala Yaala Ammayyaa fi Yaala Aadaa… Vaayrasii HBV kun mala baay’ina walxaxaa fi dandeettii sirna ittisa qaamaa jalaa miliquu olaanaa ta’een kan beekamu yoo ta’u, Caasaa molakiyuulaa fi marsaa jireenyaa isaa hubachuun Fayyina jechuun vaayiresii tiruu […]

Tajaajiloota Giddu-gala yaala Aadaa Oromiyaa

Giddu gala yaala Aadaa Oromiyaa Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa | Oromia Center for Herbal & Traditional Medicine Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa (Giddu Gala Yaalaa Aadaa Oromiyaa) giddugala yaala aadaa kan saayinsii irratti hundaa’e yoo ta’u, yaala fayyaa fi gorsa fayyaa saayinsii yaala aadaa fi yaala ammayyaa walitti fiduun kennuu irratti xiyyeeffata. Dameewwan Fayyaa fi Dhukkuboota […]

Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa

About Giddu Gala Yaala Qoricha Aadaa Oromiyaa (Oromia Traditional & Scientific Medicine Center) Giddu Gala Yaala Qoricha Aadaa Oromiyaa is a professional health and research center based in Oromia, Ethiopia, specializing in evidence-based traditional medicine, herbal therapy, and integrative healthcare. The center combines indigenous African medical knowledge with modern scientific research, pharmacology, and clinical experience […]

Dhukkuba Asiidii Gaaraachaa

Mallattoowwan Dhukkuba Asiidii Gaaraachaa/ Coggaarraa fi Maalummaa isaa. Kutaa tokkoffaa…. Dhibeen Asiidii Garaachaa (GERD) rakkoo sirna bullaainsa nyaataa keessatti dhibee yeroo dheeraaf turu (chronic) ta’uun nama rakkisan keessaa tokko yoo ta’u Maqaan isaa guutuun (Gastroesophageal Reflux Disease) ykn dhibeen asiidii garaachaa jedhama. Rakkoo fayyaa asiidiin garaacha keessaa nyaata bulcheessuuf oolu gara ujummoo nyaataa (esophagus) deebi’uun […]